Latest Posts from 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈 (@oduu_isporti) on Telegram

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈 Telegram Posts

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈
Odeessa haaraawaa
👉 premier league England
👉 Laligaa Ispeen
👉 Bundisliigaa Jarmanii
👉 SeriA Italy
👉 Liigii Faranasaayi 1
Tapha kallattiin📷
Oduu jijjiiraa fi kkf
Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu
Yaadaaf qeeqa qabdaniif
@Solay13
@Ayyoo_LM10
36,196 Subscribers
18,467 Photos
53 Videos
Last Updated 01.03.2025 13:54

The latest content shared by 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈 on Telegram


⚽️ Today's games:


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 in English FA Cup

09:15 | Crystal Palace vs Millwall
09:15 | Preston vs Burnley
12:00 | Bournemouth v Wolves
02:45 | Manchester City vs. Plymouth

🇪🇸 La Liga in Spain

10:00 | Girona vs Celta Vigo
12:15 | Rayo Vulcano vs. Sevilla
02:30 | Real Betis vs Real Madrid
05:00 | Atletico Madrid vs Athletic Bilbao

🇮🇹 Serie A in Italy

11:00 | Atalanta vs. Venice
02:00 | Napoli vs Inter
04:45 | Udine from Parma

🇩🇪 Bundesliga in Germany

11:30 | Bochum vs. Hoffenheim
11:30 | Heidenau vs. Monchengladbach
11:30 | RB Leipzig vs Mainz
11:30 | St. Pauli vs. Dortmund
11:30 | Werder Bremen vs Wolfsburg
04:30 | Frankfurt vs Bayer Leverkusen

🇫🇷 In French Ligue 1

01:00 | Saint-Etienne vs Nice
03:00 | Lens to Le Havre
05:05 | PSG vs Lille


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI

Seerota hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un hojirraa oolchuuf baase keessa muraasa:

=> Taphoonni Piriimiyerliigii Ingiliiz kana booda Kooriyaa Kaabaa keessatti taphni taphatamee ji'a afur booda daawwachuun ykn tamsaasuun danda'ama,Amma fakkeenyaaf ji'a Gurraandhala keessa jirra yeroo amma taphoonni Kooriyaa Kaabaa keessatti daawwatamuu taphoota ji'aa Sadaasa keessa taphatameedha kan ilaaluu danda'u!

=> Namni kamuu kubbaa miilaa hamma fedhe jaallatuus taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz daqiiqaa 60 ilaaluu hin danda'uu,taphootni hunduu gara daqiiqaa 60tti gadi bu'un tamsaasamaa!!

Namoonni seeroota kana cabsaan immoo adabbii cimaatu isaan mudata jedhameera!

Seeroota hoogganaan kooriyaa kaaba baasee kana akkamitti ilaaltuu? Yaada qabdu?

@oduu_isporti
@oduu_isporti

Taphoota Liverpool itti anaan shanan

@oduu_isporti
@oduu_isporti

FA CUP is back!! 😍

@ODUU_ISPORTI
@ODUU_ISPORTI

ONE FOOTBALL liigota gurguddoo adduyaa keena yeroo sadarkaan kaa'u Piriimeer liigii Ingilaandi sadarkaa jalqabaa irra ka'eera!

Isaan hafan ammoo walduraa duubaan suura irraa ilaala!

Siniif liigiin bareeda addunyaa kamidha?

@ODUU_ISPORTI
@ODUU_ISPORTI

Piroo Liigii Saawudiin kaleessa taphoota lama qabxiin hin eeggamiin galmaa'eera.

Kilabni cimaa Sawuud yeroo hundaa Al-Hilaal Al-Ahaliin injifatameera. Akkasumas kilabni gameessa addunyaa yeroo hundaa Kiristiyaanoo Roonaldoo Al-Naasir Al-Oruubah injifatameera.

@ODUU_ISPORTI
@ODUU_ISPORTI

Taphattoota liigii ji'a tokko keessatti goolii 10+ fi kubbaa mijeessee kennuu danda'an 💫

Mo Salah ✌️

Bisakaa fi Hoyland 🥶


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI

Daqiiqaa 90 taphoota FA Cup torbee kanaa tilmaamee...

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI

Kilabni laaliga ispeen barseloonan taphata urjii isaanii durii Neeyimaarin deebifachu barbaadu!!

-The athletics

@oduu_isporti
@oduu_isporti