Latest Posts from MIJUU SAMMUU (@mijuu_sammuu) on Telegram

MIJUU SAMMUU Telegram Posts

MIJUU SAMMUU
✅•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
♾️√•Yaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami

✔️Kiriptoowwan kamiyyuu fi Dollar 💵 nibinna.Ton and star ni gurgurra.
💵CEO @Mich3853
15,354 Subscribers
1,546 Photos
54 Videos
Last Updated 01.03.2025 01:54

Similar Channels

Jechoota Gaggaarii️️
16,650 Subscribers
Getu ✉️ Official
12,170 Subscribers
Dhugaan Dhufe
10,026 Subscribers

The latest content shared by MIJUU SAMMUU on Telegram


MIJUU SAMMUU pinned «✔️ Check calculate their risk and take a risk! 🙏 If you need online work and work with me Work with us! Also, I have many such kind of works. 🌅 Contact me @mich3853»

✔️ Check calculate their risk and take a risk!
🙏 If you need online work and work with me
Work with us! Also, I have many such kind of works.
🌅 Contact me @mich3853

MIJUU SAMMUU pinned «#SEENAA_NAMA_BARSIISU Niilsaan Mandeellaa Yeroo Yunivarisiitii keessatti baruumsa seeraa barachaa turan waan isaan mudate dha. Yeroo sanatti barsiisaa adii Piitar jedhamu qabu ture. ❶ Guyyaa tokko Pirofeesaar Piitar nyaata osoo nyaataa jiruu Mandeellaan…»

#SEENAA_NAMA_BARSIISU

Niilsaan Mandeellaa Yeroo Yunivarisiitii keessatti baruumsa seeraa barachaa turan waan isaan mudate dha. Yeroo sanatti barsiisaa adii Piitar jedhamu qabu ture.

❶ Guyyaa tokko Pirofeesaar Piitar nyaata osoo nyaataa jiruu Mandeellaan nyaata isaa qabatee bira ta'e.
Pirofeesaarichis "Mandeellaa Booyyee fi Gugeen nyaataf walbira hin taa'an jedheen!"

Mandeellaanis deebisee hin cinqaminaa ka'een balali'ee deema jedhee teessoo biraa irra taa'e!

❷ Kanaan kan aaran Piitar guyyaa biraa eeggatanii haaloo itti bahuu barbaadan. Haaluma kanaan guyyaa tokko Pirofeesaarichi kutaa keessatti utuu barsiisanuu Mandeellaa gaaffii tokko gaafatan
"Mandeellaa utuu karaa irra deemtuu osoo boorsaa lama tokko kan #qarshii qabu tokko immoo kan #Ogummaa qabu yoo argite kam fudhatta?"

Mandeellaanis "kan qarshii qabu" jedhee deebise.

Pirofeesaarichis miira moo'ichaatin gowwicha ana osoo ta'ee ogummaan filadha ture jedhee deebiseef.

Mandeellaanis seeqaa "sirrii jette namni hunduu waan hin qabne fudhata" jedheen.

❸ Kana hundaan kan aare pirofeesaarichi adiin waraqaa qormaata isaarratti #Doofaa jedhee bareessee kenneef.
Barattonni kaan qabxii isaanii yoo ilaalan Mandeelladhaaf garuu #Doofaa kan jedhu qofaatu barreeffameef.

Mandeellaanis gara Pirofeesaarichaa deemuun "dhiifama barsiisaa mallattoo kee qofa naaf keessee qabxii koo dagatteerta jedheen" jedhama.

Seenaa kanarraa gabaabumaatti wanti hubannu:
➢Yeroo hundaa gamna ta'uu
➢Ofitti amanamummaa qabaachu
➢Miira aarii agarsiisu osoo hin taane rakkoof fala barbaaduun filatamaa ta'uu nutti mul'isaa.
➢Yaadaan fagaachu akka qabnu nuyi hubachiisa.
➢ Karaa fi iddoo sirrii ofiif kennu fkk fa'a.

@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu

MIJUU SAMMUU pinned «»

#Eenyu kan jedhe?
#Kufaati hinkaane kufnan  hinka'an kanjedhe hinjiru.
#Kufaati hinkaane kufee; kufaa kufaati hinkaane kufe kan jedhame #Seexana qofa.
#Garuu,Kufaan kufaati hinkaane kufe si hinkuffisin kufaati ka'atutti.

MIJUU SAMMUU pinned «Major,USDT(Dollar) Notcoin,hamster,dogs, X-Empire gurgurachuuf namoonni qabdan jirtuu? Na qunnamuun qarshiitti deebifachuu dandeessu 'Hi' hinjedhinaa waan qabdan 'screenshot' godhaa ergaa! Hub.Namoonni amanamummaa narraa hinqabannee natti hingurgurina.Hinbitu.Nama…»

Major,USDT(Dollar) Notcoin,hamster,dogs, X-Empire gurgurachuuf namoonni qabdan jirtuu?
Na qunnamuun qarshiitti deebifachuu dandeessu


'Hi' hinjedhinaa waan qabdan 'screenshot' godhaa ergaa!
Hub.Namoonni amanamummaa narraa hinqabannee natti hingurgurina.Hinbitu.Nama sodaaf miti Waaqayyoon sodaadha malee.

1$=110birr bitaan jira
Ton and star ni argattus

Asiin naqunnamaa

@mich3853

Username kiyya kana qofa.

MIJUU SAMMUU pinned «Biyyi tokko Namoota baratan baayyee qabaachuu irra #sammuu_barate muraasa qabaachutu jijjirama dhugaa tí. 🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤 @Mijuu_Sammuu @Mijuu_Sammuu @Mijuu_Sammuu»

Biyyi tokko Namoota baratan baayyee qabaachuu irra #sammuu_barate muraasa qabaachutu jijjirama dhugaa tí.
🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤
@Mijuu_Sammuu
@Mijuu_Sammuu
@Mijuu_Sammuu