来自 MIJUU SAMMUU (@mijuu_sammuu) 的最新 Telegram 贴文

MIJUU SAMMUU Telegram 帖子

MIJUU SAMMUU
✅•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
♾️√•Yaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami

✔️Kiriptoowwan kamiyyuu fi Dollar 💵 nibinna.Ton and star ni gurgurra.
💵CEO @Mich3853
15,354 订阅者
1,546 张照片
54 个视频
最后更新于 01.03.2025 01:54

MIJUU SAMMUU 在 Telegram 上分享的最新内容


#Ramadan

Soomni guddaan Ji’a Ramadaanaa guyyaa boruu Sanbata duraa eegala.

Ramadan karem

@Mijuu_sammuu

Baasii tokko malee guyyaatti qarshii 40 fi namoota affeeruun immoo qophaatti isaa ol argachuu kan dandeessan qabannee isiniif dhufneerra. Platformin kun akka warra kaanii miti Long termi dha. Baayyee tokko natti tole.Isinis baayyee jaallattu jedheen amana.

Baasii tokko malee
Guyyaan: 40
Ji'aan: 1200
Waggaan: 14600

Hub✓ akka footoo kana gaditti buufattu! 1=5birr heyyama!
Link gadii kanaan seenaa hojjedhaa

https://job.bttwork.com?code=181596

MIJUU SAMMUU pinned «#Kaka'umsa 👉Ilmi namaa kaayyoo qarshii hubachuuf umriin gahu hundi, hawwa. Hawwiinis badhaadhina hin fidu. Garuu haala sammuu qor-qalbii taheen badhaadhina hawwuun gaariidha. sana booda karaa fi mala murtaa’aa badhaadhina argachuuf karoorfachuun, karoora…»

👉Akka koo ta'i jechuun Akka kee hinta'in jechuudha. Anaaf Akka kooti; siifis,akka keeti. Akka kee tahuuf jireenya hinshaakalu;akka koo tahuuf, shaakaluus,dhiisuus dandeessu. Akka kee yoo taate natti himi. Ani Akka kooti. 😀

#Kaka'umsa

👉Ilmi namaa kaayyoo qarshii hubachuuf umriin gahu hundi, hawwa. Hawwiinis badhaadhina hin fidu. Garuu haala sammuu qor-qalbii taheen badhaadhina hawwuun gaariidha.
sana booda karaa fi mala murtaa’aa badhaadhina argachuuf karoorfachuun, karoora sana cimina kufaatii hin beekneen deeggaruun, badhaadhina fida.

~Naapooliyoon Hill
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@Mijuu_sammuu

MIJUU SAMMUU pinned «✓Yaadni namoota waa hindubbisnee fi hin hubannee ibsaa guuboon haguugameedha. Hammuma burcuqqoo sammuu ofiitin nama madaaluunis,meeshummaadha. Addunyaa ofii dhiisani kan nama biroo burcuunis, doofummaa doolummaa qavuudha. ✓»

✓Yaadni namoota waa hindubbisnee fi hin hubannee ibsaa guuboon haguugameedha. Hammuma burcuqqoo sammuu ofiitin nama madaaluunis,meeshummaadha. Addunyaa ofii dhiisani kan nama biroo burcuunis, doofummaa doolummaa qavuudha. ✓

MIJUU SAMMUU pinned «Wantoota 10 kan Lukkuu irraa Barachuu Dandeenyu:    ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Utuu killee ishii irra oolmaa hin taa'in duratti killee gahaa hanqaaqxi/buusti. ⁃ KAROORA GAARII QABAACHUU/GOOD PLANNING ➋. Erga killee irra oolmaa taa'uu eegaltee, sosochii ni xiqqeessiti!…»

Wantoota 10 kan Lukkuu irraa Barachuu Dandeenyu:
  
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Utuu killee ishii irra oolmaa hin taa'in duratti killee gahaa hanqaaqxi/buusti.
⁃ KAROORA GAARII QABAACHUU/GOOD PLANNING

➋. Erga killee irra oolmaa taa'uu eegaltee, sosochii ni xiqqeessiti!
⁃ NAAMUSA/DISCIPLINE

➌. Yeroo Killee irra teessu sana kiiloo/ulfaatina ni hir'ifti. Sababni isaatiis nyaata ni xiqqeessiti.
⁃ WAREEGAMA KAFALUU FI FEDHII OFII DHIISUU

➍. Killee lukkuun biraa hanqaaqxe irra oolmaa hin teessu!
⁃ LOOGII DALAGUU DHABUU fi ARJUMMAA

➎. Guyyaa 21f obsaan eegdee killee irra teessi! Yoo killee san irraa ilmooleen uumamuu baatanis ammas deebitee killee hanqaaqxi.
⁃ AMANTII, ABDII FI JAGNUMMAA

➏. Killee ilmoo ta'uuf hin adeemne adda baaftee keessaa darbiti.
⁃ SALPHAATTI WAA HUBACHUU

➐. Killee tortore/shame dhiiftee, kunuunsa killee gara cuuciitti jijjiiramteef gooti.
⁃ OGUMMAA, DAMMAQIINSA FI QABATAMA JIRUU HORDOFUU

➑. Abbaan fedhe ilmoo ishii tuquu hin danda'u!
⁃ JAALALA EEGUMSAA FI GAGGEESSUMMAA

➒. Ilmoolee ishii hanga gurguddatanii of danda'anitti hin dhiiftu!
⁃ GORSA KENNUU/BARSIISUU

➓. Ilmaan ishii hunda walitti qabdee deemtiini!
⁃ TOKKUMMAA KAAYYOO

@Mijuu_sammuu

“Ummanni Afrikaa yoo itti iyyite malee yoo hasaasan waan tokko itti himte sin dhaga’u.
Waan iyyitee itti himtu dhugaadha se’a.
Kanaaf fakkeenyi inni guddaan immoo sagale-guddiftoota manneen amantaa keessa jiraniidha. Uummatichi gurra malee qalbii hin qabu!”
       #Roobert_Mugaabee

@Mijuu_sammuu