[Y/M/M/Y/I/T/Jimmaa]...Amajjii 22/2017 BA.
Jimmaa
👉 Mana Kiristaanaa Ortodooks Tawaahidoo Itiyoophiyaatti Qajeelchaa qindeessaa fi qajeelchaa waldootaatti Waldaa Qulqullootaa wiirtuu Jimmaatti Yaa'ii Mooraa JIT jalatti barnoota Abinatii barattoota barataa jiran keessaa Eeyyama waaqayyootiin Harka Eebbifamoo Abbaa keenya Abuna Isxifaanosiitiin barattoonni lama amajjii 22/2017 BA. Aangoo lubummaa argataniiru.
👉 Sassaabaan Yaa'ii Mooraa keenya Sintaayahu Biqilaanis barnootni Abinatii yaa'ii mooraa keenyaa akka jajjabaatuuf baratoonni hundi qabeenya mana kiristaanaa guddaa kan ta'e barnoota abinatii akka baratan yaadachiisaniiru.
@jitgibigubae