πͺ§#ERGAA_GUYYAA_HAR'AA
π·Boona jechuun shari'aa Islaamaa keessatti maal jechuudha..?
π·Sila akka nuti yaannu sana Uffata bareedaa uffatanii deemuutu boona jedhamaa...β
moo nutu faallaa hubate..?
πAkka Amantaa islaamaatti;
πBOONA jechuun Haqa diduu fi Nama Tuffachuudha ..Nabi Muhammad saw akkas jechuudhaan Hiika itti kennan...
πkanaaf Boonni Uffata bareedaa uffachuuf waan bareeda nyaachuu osoo hin taane Nama xiqqeessuu fi Haqa fudhachuu dhabuudha...
#JOIN_USπ©π©π©
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam