Последние посты Ispoort Time™️ (@ispoort_time) в Telegram

Посты канала Ispoort Time™️

Ispoort Time™️
Chaanaalii kana jalatti Oduu
Ispootii yeroo yeroodhaan
Ni Argattu

#Taphoota_Liigota_gurguddoo
#Awurooppaa_shanan_kallattiin_hordofuu_ni_dandeessu.

Imalli keessan
Dirree ispoortii faana ha ta'u
1,335 подписчиков
3,570 фото
262 видео
Последнее обновление 06.03.2025 02:59

Похожие каналы

Gadaa Isportii™®
22,533 подписчиков
Urjii Jobs
4,348 подписчиков
Hayyuu-Media
2,602 подписчиков

Последний контент, опубликованный в Ispoort Time™️ на Telegram

Ispoort Time™️

22 Jan, 06:30

225

🚨Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a taphatamu.

02:45 ⌚️ RB Lepzing Sporting waliin
02:45 ⌚️ Shaakatar Bireest waliin

05:00 ⌚️ AC Milaan Jiroonaa waliin
05:00 ⌚️ Arsenaal Dynamo Zagireeb waliin
05:00 ⌚️ Seeltik Reenjers waliin
05:00 ⌚️ Feynoord Baayer Muuniink waliin
05:00 ⌚️ PSG Maanchister Siitii waliin
05:00 ⌚️ Riyaal Maadriid Saalizbarg waliin
05:00 ⌚️ Spartaa Praag Inter waliin 36'

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
https://t.me/Ispoort_time

@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

21 Jan, 22:27

223

🚨✅️Taphamarsaa torbaffaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatiin Liivarpuul Liil 2 fi 1 yoo injifatu, Baarseloonaan ammoo tapha Benefica waliin taasise 5 fi 4n injifate.

Mohaammad Saalaa fi Eliyoot goolii injifannoo Liivarpuul kan galchan yoo ta'u, Daawt ammoo Liil'f goolii galcheera.

Roobart Lewandowski 2x, Rafinha fi Garcia galchiiwwan injifannoo Baarseloonaa galchaniiru.

Goolii Benefican Pavlidis 3x yoo ta'u Ronald Araujo ammoo goolii ofirratti galche.

📊Liivarpuul bara kana taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa 7 hunda injifateera.

Bu'aa kana hordofuun Liivarpuul fi Baarseloonaa kallattiin darbuu isaanii mirkaneessaniiru.

Taphoota biroo keessatti

- Boolooniyaan Doortimuundiin 2 fi 1n injifatte
- Atleetikoo Maadriid Baayer Leeverkusen 2 fi 1n injifate.

Haalli sadarkaa Shaampiyoonsi Liigii isaanii

1️⃣ Liivarpuul :- Qabxii 21
2️⃣ Baarseloonaa :- Qabxii 18
3️⃣ Atleetikoo Maadriid :- Qabxii 15
6️⃣ Baayer Leverkusen :- Qabxii 13

Share godhaa
@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

21 Jan, 20:49

224

Taphoota Champions league amma taphatamaa jiran


Boqonnaa

Livarpuul 1-0 Liil

Beenefikaa 3-1 Baarseloonaa

A. Maadriid 0-0 B. Livarkuuseen

K. Bruuj 0-0 Juveentus

Boolonya 0-1 B. Doortumaand

K. Zevezda 0-3 PSV

Brstslavita 0-1 Stuutgaart



♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ
@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

21 Jan, 20:03

201

Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a taphatamu.

03'
Livarpuul 0-0 Liil

Beenefikaa 0-0 Baarseloonaa

A. Maadriid 0-0 B. Livarkuuseen

K. Bruuj 0-0 Juveentus

Boolonya 0-0 B. Doortumaand

K. Zevezda 0-0 PSV

Brstslavita 0-0 Stuutgaart


@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

21 Jan, 20:02

187

Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a taphatamu.

Xumurame
Atlaantaa 5-0 Strum Graz
⚽️Retugi 12'
⚽️Palasich 58'
⚽️Dekatilaare 63'
⚽️Lookmaan 90'

Monaakoo 1-0 Astonvilaa
⚽️Singo 8'

@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

20 Jan, 22:10

218

🚨✅️Warri Bluus injifataniiru!

Sagantaa Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee digdamii lammaffaa irratti Cheelsiin tapha Woolvis waliin taasise 3 fi 1n injifate.

Tosin Adarabio, Mark Cukurella fi Noni Maduk goolii injifannoo Bluus galchaniiru.

Tapha kanaan liqii irraa kan deebi'e Trevoh Chalobah urjii taphichaa ta'uun filatame.

Sadarkaa liigii isaanii

4️⃣ Cheelsiin :- Qabxii 40
1️⃣7️⃣ Wolviis :- Qabxii 16

Sagantaa itti aanu

- Maanchistar Siitii fi Cheelsii

- Woolviis fi Arsenaal

@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

20 Jan, 18:15

157

🚨✅️Maanchistar Siitiin taphataa mallatteesse!

Maanchistar Siitiin taphataa sarara ittisaa Uzbeek Abdukadir Kuusaanoov kilabii Faransaay Leens irraa mallatteessisuu isaa ifatti beeksiseera.

Maanchistar Siitiin taphataa sarara ittisaa ganna 20 Abdukadir Kusanov kaffaltii Yuuroo miiliyoona 50n mallatteesse.

Taphataan kun kontiraata waggaa afuriif Maanchistar Siitii waliin mallatteessee jira.

Abdukadir Kusanov taphataa kubbaa miilaa piroofeeshinaalaa 🇺🇿 Uzbeekistaan Kilabii Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti mallatteesse isa jalqabaa ta'e.

🇺🇿 Uzbeekistaan ​​Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti taphattoonni ishee bakka bu'uun biyya 119ffaa taate.

🔄Kilabiin Faransaay Leens waggaa tokko dura taphaticha Yuuroo kuma 100 (kuma dhibbaan) mallatteessisuun Yuuroo miiliyoona 50n gurguruu danda'aniiru.

Share godhaa
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ
https://t.me/Ispoort_time

@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

20 Jan, 17:39

150

🚨Kilaboota liigii Awurooppaa shanan keessaa erga barri faranjootaa 2025 seenee booda goolii hedduu lakkoofsisan:

● Riyaal Maadriid (21)
● Maanchister Siitii(20)
● Baarseloonaa (17)
● Niwukaastil (11)
● Liiverpuul (9)
● Paarisent Jerman (9)


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Ispoort_time
@Ispoort_time
Ispoort Time™️

05 Jan, 20:49

145

✅️Liivarpuul qabxii tokko Yunaayitid waliin qooddate!

Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid 2 fi 2n xumurame.

Liisaandroo Maartineez fi Amad Diallo Maanchistar Yunaayitidiif goolii yoo galchan Mohaammad Saalaa fi Koodii Gaakpoo Liivarpuuliif goolii galchaniiru.

Mohaammad Saalaah seenaa Liivarpuuliif Maanchistar Yunaayitid irratti goolii 1️⃣6️⃣ galchuun taphataa seenaa taphichaa keessatti goolii hedduu galche ta'eera.

Maanchistar Yunaayitid yeroo afur walitti aansuun mo'amuun qabxii tokko galmeessuu danda'eera.

Sadarkaa liigii isaanii

1️⃣ Liivarpuul :- Qabxii 46
1️⃣3️⃣ Maanchistar Yunaayitid :- Qabxii 23

Sagantaa itti aanu

- Nottingham Forest fi Liivarpuul

- Maanchistar Yunaayitid fi Saawuzhaampitan

Taphoonni itti aanan torbee tokko booda ni gaggeeffama.

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ
https://t.me/Ispoort_time

Ispoort Time™️
Ispoort Time™️

05 Jan, 12:44

165

✅️Taphni Liivarpuul fi Yunaayitid ni gaggeeffama!

Taphni Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid gidduutti taasifamu sababa haala qilleensaa hamaa ta'een yeroo biraatti darbuu akka danda'u yaaddoon akka jiru ibsameera.

Koreen gorsaa nageenya magaalaa Liivarpuul haalli qilleensaa taphichi akka taphatamu hayyamu uumamuu hordofee taphichi akka gaggeeffamuuf murteessuu isaa ibsameera.

Kana hordofuun taphni Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid Istaadiyeemii Anfiilditti sa'aatii 1:30 PM irratti ni gaggeeffama.

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ
https://t.me/Ispoort_time

Ispoort Time™️