منشورات Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo على Telegram

Ka'i Qeerroo
14,408 مشترك
5,595 صورة
931 فيديو
آخر تحديث 01.03.2025 15:56
قنوات مشابهة

206,057 مشترك

64,325 مشترك

6,319 مشترك
أحدث المحتوى الذي تم مشاركته بواسطة Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo على Telegram
https://bakkalchaoromia.com/2025/02/26/abjuun-somaaliyaa-guddittii-ijaaruuf-oromiyaa-weeraruu-ammas-itti-fufee-jira/
https://www.facebook.com/share/v/12Js3rDaqDN/?mibextid=wwXIfr
Mootummaan Ceehumsaa Waloo maaliif barbaachise?
Caqasaa

Waldaan Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa USAID hojii dhaabuu hordofee ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi deeggarsa biroo buqqaatotaaf taasifamu addaan kutuu isaa barreessaan olaanaa waldichaa #Abarraa_Lalisaa himan.
https://sagaleeqeerroo.com/waldaan-fannoo-diimaa-itiyoophiyaa-gargaarsa-buqqaatotaaf-taasisu-adda-kutuun-rakkoon-ummata-irra-gahaa-jiraachuu-barame

Poolisii Oromiyaa silaa dantaa Ummataa kan tiksu malee ergama sirna Abbaa Irree kan raawwatu miti.
Duur-sagaleen kun yeroo poolisiin Oromiyaa mana nama dhuunfaa humnaan cabsanii galuun saamicha raawwatan Abbaa manaa dararan mul’isa.
Akkasiin jira Ummatni Oromoo😥

Oduu: Haleellaa hidhattoonni #Keeniyaa naannawa daangaa Itoophiyaatti raawwataniin lammiileen #Itoophiyaa 13 ajjeefaman
Godina #Oomoo Kibbaa aanaa Daassanach, naannawa daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaatti, walitti bu’iinsa hidhattoota Keeniyaa irraa dhufaniin ka’ee fi hanga ammaattis itti fufeen yoo xiqqaate lammiileen Itoophiyaa 13 yoo du’an, lama madaa’aniiru.
Jiraataan aanichaa tokko bidiruu jaha, meeshaa kiyeessa qurxummii 130, qurxummii 500,000 dabalatee qabeenyi hedduu fudhatamu ibsaniiru. "Bidiruu hatame keessaa tokko kan kooti. Qurxummii gara 13,000 ta'u toora koo keessaa fudhatame" jedhan.
Waamamaa Mootummaa Aanaa Daassanech Obbo Masaay Lebaan, hidhattoonni gama Keeniyaa irraa jiran mootummaa biyyattiin kan deeggaraman ta’uu himan. “Hidhattoonni kun konkolaataa irraa kaasee hanga qawweetti mootummaa isaaniin deeggaramu" jedhan.

https://sagaleeqeerroo.com/miseensota-fi-deggartoota-adda-bilisummaa-oromooabo-biyya-keessaa-kora-waliin-abo-fi-kfon-jaarmiyaalee-hawaasaa-oromoo-waliin-murteessan-ni-tumsina-jedhan
https://sagaleeqeerroo.com/caasaan-abo-biyya-alaa-kora-waliinii-abo-fi-kfon-finfinneetti-gaggeessan-deeggaruun-kora-seena-qabeessa-jedhan
Ibsa Ejjennoo Caasaa ABO Biyya Alaa
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) – Caasaa Biyya Alaa
Ibsa Deggersaa Kora Waaliinii (Joint Conference) ABO fi KFOn qindeeffame fi murtiilee fudhataman ilallata
Jaarmiyaan ABO Caasaa biyya alaa waggoota soddomaa oliif sochi Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamuuf lafee dugdaa ta’uun daddaaqaminsa isa mudatan hunda irra aanee hanga harratti hamileen deggersa wal irra hin citne gochaa jiraachuun ifaa dha.
Caasaan kun addatti baroota jahan darban keessa balaa fi rakkoo ala kanatti itti aggaammatame hanga dhabamsiisutti itti duulame dandamatuu irra darbee haala danqaa Dhaaba keenya guddicha ABO biyya keessatti mudateen kan ka’e yeroo sochiin heddun biyya keessatti uggurametti itti fufinsa hoji Jaarmiya mirkaneessuun dandamachiisee bakka harra jirruun ga’uu keessatti shoora olaana taphateera.
Kanumaan wal qabatee haala rakkisa ta’e keessatti Hojii Hogganni ABO biyya keessatti hojjeetu qabeenyaan, beekumsaan, hamilee fi bifa hundaan deggeeruu dhan sochii mumullatoo Dhaabichi biyya keessatti godhuuf utubaa ta’e hojjetas jira.
Sochillee taasifaman keessaa Kora waliinii ABOn waa’illaan isaa kanneen akka KFO fi bakka bu’oota Jaarmayoota Hawaasummaa, Amantii fi Aada Oromoo guutummaa biyya Oromoo keessa jiran qindeessuun maree ballaa Guraandhala 19 hanga Guraandha 22, 2025 tti geggeesse boonsaa dha. Haala Kanaan wal qabatee murteelee Korri kun egeree QBO fi Ummata Oromoofis murteessoo ta’an irratti fudhate Caasaan keenya deggersa guutuu akka kennuuf murtee dabarfachuu isaa asumaan ifa goona.
As irratti hojiilee bu’uraa hojjetaman fi itti fufinsaanis deggersa barbaadan tilmaama keessa galchuuf hubannootni nu gargaaran jannu qabxiilee armaan gadiiti.
• ABOn haala marfamaa fi akkaan rakkisaa ta’e keessatti baroota jahan darbaniif hidhaa fi ajjeechaa keessumsiisaa hojii Qabsoo karaa Siyaasaa, Diplomasii fi ijaarsa Jaarmiyaa Hawaasaa baballisuun Waltajii Kora Waliinii amma argine kana mirkaneesuun waan dinqiisifamaa ta’uu hubatne
• Korri bakka bu’uoota Haawaasaa tasifame kun itti bahinsa ifaajjii hojii bara dhiphinnaa keessttille utuu hin nuffamiin taasifame ta’u hubannoo keessa galchine.
• Hojiin Siyaasaa fi Hawaasummaa Daandi Qabsoo Karaa Nagaan taasifamu adda durumaan Ummata Oromoo qaqqabuu fi dubbisuu, gurmeessu, hubachisuu fi Kayyoo jalatti hiriirsu waan ta’eef haala rakkisaa ta’e kana keessatti sochi ABOn Ummata isaa qaqqabuuf taasiisee fi gaaddisa maree tokko qophheesuun hanga waltajji maree gudda kana qindeessutti itti milkaawe kun waan nama boonsuu fi abdachiisu waan ta’eef
• Murteeleen amma fudhataman hojii irra ooluuf sochii taasifamu keessatti wareegama jiraachu malus beeknee sanaaf of qopheessuuf alaa fi keessaan tokkummaa qabsaa’ootaa tikfanne qindoominaan akka hojjennuuf wal dhagahuun murteessaa ta’uu hubannee.
• Nagaa fi Tasgabbiin Oromiyaa keessatti uumamuu qabu bu’ura hunda keenyaa ta’ee sochi siyaasaa sana booda taasifamuufis biyya nagaa qabu keessa socho’omee rakkoolee dhawaataan hiikamu malan irratti hojjeechuun yoomu adeemsa hin dhaabbanne ta’u hubannee:
Murtiilee Korri Waliigalaa ABO, KFO, fi Jila bakka bu’ootaa Jaarmiyaale Hawaasumma Oromoo, Jaarmiyale Amanti, Aaadaa Oromoo fi kkf waliin ta’un dabarfate qabeenyaan, beekumsaan, Humna namaa ti fi Hamileen guutummatti ni deggerra. Adeemsa murtiile kana dhawaatan hojiirra oolchuuf taasisamus bifuma kanaan deggersa guutu akka kenninuuf irra deebine ifa goona.
Haala kana keessatti deggertootni, mararfattootni ABO fi Sabni Oromo waliigalaa afaan-Faajji Media halagaa irraa bifa duulaatiin ABO irratti deemaa jiruuf akka gurra hin kennine hubaachisaa yaaddoo fi yaada qabdaan Caasaa ABO nannawa keessanii ykn kan qunnamtiif isiniif mijjatu qaqqabuun akka gaafattan dhaamna.