#Yuunivarsiitii _Baahir Daar
Barattoonii Sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) haara bara 2017 Yuunivarsiitii Baahir Daaritti ramadamtan guyyaan galmee Ammajjii 05 - 07/2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksisee jira.
Iddoon Galmee: Mooraa Giish Abbaay (Gish Abay Campus ).
Wantoota galmeef barbaachisan:-
Ragaa Xumura Kutaa 8ffaa fi 12ffaa kooppii fi orijinaala
tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
Suuraa roga 3×4: 4
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.
@Gaaddisa_Sabaa