Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

@fghseconderyschool


2012

Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

22 Oct, 11:43


Battalleen 1ffaa kutaa 9-11 haala gaariin kennamuu eegaleera. Qabxii barattootni galmeessan karaa toora telegiraamii irratti akkuma qorumsi xumurameen guyyaa shanii booda waan gadhiifmuuf maatiin barattootaa qabxii ijoollee keessanii hordofaa!!!

Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

21 Oct, 05:22


Guyyaa 11/02/2017
Barattoota idilee Mana barumsa keenyaa kutaa 9-12 hundaaf
+++
K
affaltii barnootaa kan baatio onkoloolessaa hanga guyyaa 15/2/2017 qofatti ta'uu beektanii yeroon maatiin akka kaffalan akka beeksiftan isin yaadachiisaa
1.Kutaa 9 -10 qarshii 1240
2.kutaa 11-12 qarshii 1280 ta'uu isin beeksifna.

Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

18 Oct, 10:24


Leenjiin barattoota haaraa kutaa 9ffaatiif mata dureewwan armaan gadii irratti gama Mana barumsaatiin kennameera.
1.Qajeelfama dhaabbataa Waldaa Aksiyoona FGH irratti
2.Mirgaa fi dirqama barataa irratti
3.Adeemsa baruu fo barsiisuu irratti
4.Naamusa barattoota irraa eegamu irratti miira ho'aan taasifameera.

Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

18 Oct, 10:16


Barattoota kutaa 12ffaa bara 2017 waliin mariin haala qophii qorumsa biyoolessaa irratti haala gad fageenya qabuu erga taasifamee booda waadaa galuun goolabame. Waadaa galles gochaan ni mirkaneessina waaqayyos nu gargaara jechuun xumurameera.