Dhaabbanni keenya Yadon Healthcare ogummaa Fayyaa Medical Laboratory dabalataan dorgomsiisee qacaruu barbaada !
1. Medical Lab Technologist ( BSC)
Muuxannoo hojii = waggaa 0 fi isaa oli
2. Lab Technician (Diploma)
Muuxannoo hojii = waggaa 2 fi isaa oli
Bakka hojii ;- Finfinnee, Hayat , Derartu Adebabay .
CV keessan email :- [email protected] “ irratti nuuf ergaa !