DANDI WANGELA @dandiwangela Channel on Telegram

DANDI WANGELA

@dandiwangela


@Dandisho1
Kayyoon keenya ⅅᎯℕⅅℐ ᏇᎯℕᎶℰℒᎯ
* Waa'ee goofta keenya Iyeesusi kirstoosi Fannoo irratti nuuf olee
*Karaa Wangeela
*Karaa Farfanna
* karaa marii
Daandii Wangeela walii hubbachiisu fi Gootota Amantii Walii yaadachisu

DANDI WANGELA (English)

Are you looking for a channel that delves deep into the teachings of Jesus Christ and provides spiritual insights? Look no further than DANDI WANGELA! This Telegram channel, with the username @dandiwangela, is a hub of knowledge and wisdom centered around the teachings of Jesus Christ. The channel covers a wide range of topics, including spiritual growth, Christian principles, and faith-based reflections. Whether you are seeking guidance, inspiration, or simply want to connect with like-minded individuals, DANDI WANGELA is the perfect place for you. Join us today to explore the depths of spirituality, cultivate a deeper understanding of Christian faith, and engage in meaningful discussions with our community. Let DANDI WANGELA be your companion on your spiritual journey towards enlightenment and wisdom.

DANDI WANGELA

12 May, 09:21


Rev. Gudina Tumsa
https://youtube.com/watch?v=HyBzhvdKkxo&si=kyy96Hz4IOrLYaPq

DANDI WANGELA

28 Feb, 05:48


https://vm.tiktok.com/ZMM8t6UDN/

DANDI WANGELA

27 Feb, 17:01


ደረሰ ደረሰ ደረሰ

መጋቢት 8 ለኢትዮጵያ 🇪🇹  በመስቀል አደባባይ

የንስሐ፣ የምልጃና የምስጋና ጊዜ

ኑ! በእግዚአግብሔር ፊት ምድራችንን ይዘን እንቅረብ! የፊታችን መጋቢት 8 ከቀኑ 7፡00 ጀምሮ በመስቀል አደባባይ እንገናኝ።

“ወደ ደጆቹ በመገዛት፥ ወደ አደባባዮቹም በምስጋና ግቡ፤ አመስግኑት፥ ስሙንም ባርኩ፤”
   መዝሙር 100:-4
👉👉 @dandiwangela

DANDI WANGELA

14 Feb, 14:35


WAAMICHA DEEGGARSAA... === Luba Fayyisaa Tolasaa jedhamu. Waggoottaan 40 darbaniif hojii Wangeelaa, hojii Mootummaa Waaqayyoo babal'isuu keessatti of kennanii Magaalaa Ijaajjii fi naannoo isaattis bal'inaan hojjachaa turan. Tajaajila waggaa hamma kanaa keessatti gatii guddaa baasaniiru, miidhaa fi dhiibbaa baay'ee jala darbaniiru. Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa, Sinoodoosii GidduGaleessa Gibee keessattis, akkasumas sadarkaa sabakaa Ijaajjii fi naannoo isaattis hojii gaggeessummaa sadarkaa garagaraatiin tajaajilaa turaniiru.
https://gofund.me/2e269e39

DANDI WANGELA

15 Dec, 16:06


#Church and #Building
Amantootni Wangeelaa harka dhibba keessaa harki 98 fi isaa ol garaagarummaa #Waldaa fi #mana_sagadaa adda baasanii hin beekani. Namoonni hedduun jecha “#waldaa” ykn “#church” jedhu mana sagadaa tti fudhatu. Kun garuu raawwatee dogoggora cimaa dha.

Mee hiika jecha #waldaa ykn #church jedhu gabaabaatti haa ilaallu.
1. #Hiika_Giriikii: akka hiika Giriikiitti jechi waldaa jedhu kakuu haaraa keessatti "ἐκκλησία" (ekklēsia) yoo ta’u hiikni isaas walitti qabama ykn walga’ii jechuu dha. So, kun waa’ee namoota walitti qabamanii malee waa’ee manaa miti.
2. #Hiika_Hibruu tti: akka hiika Hibruutti jechi kallattiin ibsu hin jiru, garuu yaada kanaan kan wal fakkaatu jecha "קהל" (qahal), jechuunis walga’ii ykn amantoota jechuu dha. Ammas waa’een manaa ykn gamoo hin jiru.
3.#Hiika_ingiliffaa: akka jecha ingiliffaatti jechi Waldaa jedhu jecha ingiliffaa durii kan "#cirice" ykn "#cyrice," kan jecha Girikii "#kuriakon" jedhu irraa fudhatame fi hiikni isaas “kan Gooftaa” jechuu wajjin wal fakkaata. Ammas manni ykn gamoon hin jiru. Nama isa kan gooftaa ta’e, isa gooftaan keessa jiraatu malee.
Mana sagadaa
Haga jaarraa afraffaatti manni sagadaa kana fakkaata jedhamee hin beekamu. Amantoonnis mana namaatti, bakka baay’atanii walga’uun danda’amutti walitti qabamu turani. Jaarraa 4ffaa irratti Mootii mootummoota Roomaa Konistaantaayin irraa jalqabee mootummootni Roomaa hedduun kan itti fufan akkaataan ijaarsa mana sagadaa kiristaanaa boca mataa isaa qabachaa dhufe. Kunis tarkaanfii ittiin hiikni waldaa amantoota iraa gara gamootti ittiin ce’eef sababa guddaa ta’e.

Akka baraiisa kitaaba qulqulluu tti jechi Waldaa ykn “Church” jedhu kallaattiidhaan ijaarsa lubbuu qabeessa, isa namoonni Waaqayyoof adda ba’an Kristos irratti ijaaramaa ittiin adeeman hubannaa fi dhoksaa Hafuuraa ti. Yesus Pheexiroosiin “Anis sittan hima, akkuma Phexros jechuun dhagaa jechuu ta'e, ati dhagaa dha; anis dhagaa hin sochoone kana irratti waldaa koo nan ijaara,”
#Maat. 16:18 gaafa jedhu gamoo baatta jechuu utuu hin taane namoota fayyanii qaama Kristos ta’anii ijaaramaa adeemanii ibsuufi.

Of eeggadhaa, karra hoolota Waaqayyoo warra hafuurri qulqulluun akka eegdaniif isin dhaabeefis, eeggadhaa! Waldaa kristiyaanaa isa Waaqayyo dhiiga tokkicha ilma isaatiin kan isaa godhate eegaa*!
Hojii Ergamootaa 20:28

Kun hiika waldaa isa sirrii dha.

Waldaan kakuu haaraa isheen jalqabaa gamoo guddaa hin qabdu, mallattoo fannoos balbala irraa hin qabdu, garuu dubbii fannoo Kristos lallabdi.

Isheen ammaa gamoo miidhagaa qabdi, balbala irraas mallattoo fannoo qabdi, garuu dubbii fannoo Kiristoos ganteetti, waan foonii lallabdi.

Egaa dhumni waan hundumaa dhiyaateera. 1Phex. 4:7
@dandiwangela

DANDI WANGELA

08 Oct, 08:47


DANDI WANGELA pinned «#Ergaa_atattamaa Hubachiisa WKWW Mekana Yeesus Ityophiyaa irraa Walga’iin Kawunsilii (Council) 19ffaan Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Mekaana Yesuus Itiyoophiyaa akka lakkoofsa Etiyoophiyaatti Fulbaana 22—24/2016tti geggeefamee jira. Kaawunsilichi…»

DANDI WANGELA

08 Oct, 08:46


#PrayforIsrael #Israel
Israel is at war—Hamas terrorists have launched a massive attack on southern Israel, firing thousands of rockets, infiltrating communities, and kidnapping civilians and soldiers.

As of Saturday morning, more than 100 Israelis have been killed, and some have been captured, as Ynet News reports:
t.me/dandiwangela

DANDI WANGELA

07 Oct, 05:03


#አስቸካይ_መልዕክት

ከኢት.ወ.ቤ.ክ መካነ ኢየሱስ የተሰጠ ማብራሪያ

የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ 19ኛ ካውንስል ዓመታዊ ስብሰባ ከመስከረም 22 ቀን 2015 ዓ/ም እስከ መስከረም 24 ቀን 2016 ዓ/ም ድረስ ተካህዷል፡፡ ካውንስሉ የመጀመሪያውን ቀን እስከ ሰባት ሰዓት ድረስ ያለውን ጊዜ የእግዚአብሔርን ቃል በመስማትና በጸሎት በእግዚአብሔር ፊት በመቆየት ያሳለፈ ሲሆን የቀሩትን ቀናት አቅጣጫ ጠቋሚ የሆነውን የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚደንት መርሐ ንግግር፣ በጠቅላይ ጸሐፊው ተዘጋጅቶ የቀረበውን የቤተ ክርስቲያኒቱን የአንድ ዓመት የሥራ ክንውን ሪፖርት እንዲሁም የተለያዩ ቦርዶችና ኮሚሲዮኖች ሪፖርቶችን ሰምቶ በርካታ ውሳኔዎችን አስተላልፎ ተነስቷል፡፡

በቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚደንት በቀረበው መርሐ ንግግር ከተካተቱት ሃሳቦች መካከል አንዱና ካውንስሉ አጽንዖት ሰጥቶ በመወያየት አቅጣጫ ያስቀመጠለት፤ በኃይማኖት ለዘብተኝነትና በሰኪዩላሪዝም ተጽዕኖ ሥር የወደቁት በአውሮፓና በአሜሪካ አገሮች የሚኖሩ የወንጌል አጋሮቻችንን በክርስቶስ ወንጌል መታደግ ስለሚቻልበት መንገድ ነበር፡፡ ይህም ከአስራ አንድ ዓመታት በፊት፤ በግምቢ በተካሄደው 6ኛው የካውንስል ስብሰባ፤ ከስዊድን ቤተ ክርስቲያንና ከአሜሪካ ሉተራን ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን ጋር የነበረው ግኑኝነት እንዲቋረጥ ሲወስን እነዚህን አብያተ ክርስቲያናት ከዚህ ህይወት ለመታደግ የሚያስችል ሚሲዮናዊ ስልት (Rescue Mission Strategy) እንዲቀየስ አብሮ ወስኖ ነበር፡፡ ይሁን እንጂ ውሳኔውን ለመተግበር እስካሁን የተደረገ እንቅስቃሴ አልነበረም፡፡ ካውንስሉም በዚህ ጉዳይ ላይ በጥንቃቄ በመምከር ቤተ ክርስቲያኒቱ ሚሲዮናዊት በመሆኗ፤ ሥነ መለኮታዊ ማንነቷና ደንቧ እንዲሁም ከዚህ ቀደም ግብረ ሰዶማዊነትንና የተመሳሳይ ጾታን አስመልክቶ የወሰነቻቸው ቋሚ ሥነ መለኮታዊ ውሳኔዎቿ ሳይሸራረፉ ‹‹ግሎባል ሚሲዮናዊ ስልት›› (Global Mission Strategy ) ተቀይሶ ስማቸው ከላይ በተጠቀሰውና በሌሎችም ፍላጎት ባለባቸው የዓለማችን ክፍሎች የመታደግ ሚሲዮናዊነት አገልግሎት የሚካሄድበት ስልት በጥንቃቄ እንዲቀየስና ምክክሮችም እንዲደረጉ ለጥናት መርቷል፡፡

ይሁን እንጂ ካውንስሉ ቀደም ሲል የተመሳሳይ ጾታ ጋብቻን ከሚደግፉ አጋሮቿ ጋር ቤተ ክርስቲያኒቱ አቋርጣ የነበረውን ግንኙነት ለማደስ ወስኗል የሚል እንድምታ ያለው ሃሳብ ከሰሞኑ በማህበራዊ ሚዲያ ላይ ሲዘዋወር ተመልክተናል፡፡ ይህንን ሃሳብ እያሰራጩ ያሉት ግለሰቦች ዓላማ ምን እንደሆነ ባይገባንም መልዕክቱ የውይይቱን መነሻ ምክንያትም (Intention) ሆነ ካውንስሉ የተስማማበትን የመጨረሻ ውሳኔ ያላገናዘበ፣ ከእውነት የራቀና ፈጽሞ ቤተ ክርስቲያኒቱን የማይመለከት መሆኑን እንገልጻለን፡፡

የመታደግ ሚሲዮናዊ (Rescue Mission strategy) ራዕይ እንዲሳካ እንጸልይ፡፡ ለእግዚአብሔር የሚሳነው የለምና የወንጌል ቅናት ያላቸው ሁሉ ተሳትፎ ለማድረግ ይዘጋጁ፡፡

#መልዕክቱን_ለሌሎች_ያጋሩ!
#EECMY
#19thCouncil
T.me/dandiwangela

DANDI WANGELA

07 Oct, 05:02


#Ergaa_atattamaa

Hubachiisa WKWW Mekana Yeesus Ityophiyaa irraa

Walga’iin Kawunsilii (Council) 19ffaan Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Mekaana Yesuus Itiyoophiyaa akka lakkoofsa Etiyoophiyaatti Fulbaana 22—24/2016tti geggeefamee jira. Kaawunsilichi kadhataa fi barsiisa dubbii Waaqayyootiin fuula Waaqayyoo erga turee booda, sirnaan banamee hojii isaa kan itti fufe yoo ta’u, guyyoota hafanitti Haasaa Qajeelfamaa (Keynote Speech) Prezidaantii Waldattiitiin dhi’aate, akkasumas Gabaasa hojii Barreessaa Duree Waldattiitii fi gabaasawwan qaamolii adda addattiin dhi’attan irratti mari’achuudhaan milkiin xumureera.

Qabxiiwwan gurguddaa Haasaa Qajeelfamaa Prezidaantii Waldattiitiin dhi’aatan keessaa inni tokko “Global Mission Strategy” yaada jedhu yoo ta’u akkaataa hojii misiyoonummaa “Europe fi America” keessatti geggeessuun danda’amuu kan ilaallatu ture. Kuni caalaadhumatti Waldoota Kiristiyaanaa fi wangeelaa biyya keenyaan ga’anii hundeefamuu Mekaana Yesuus keessatte shoora olaanaa taphatan, amma garuu ofumaafuu dogoggora keessa galanii jirani baraaruudhaaf (Rescue Mission Strategy) karaa danda’amu irratti mari’achuu ilaallata. Yaadni isaa waggoota kudha tokko dura kaawunsilli 6ffaa Gimbiitti geggeeffame irratti, Waldootii kanaa wajjin hariiroon jiru akka addaan citu murtoo godhameen wal-qabatee yaada kaa’ameedha. Haa ta’u malee murtii “Rescue Mission Strategy” jedhu kana hojiitti jijjiiruudhaaf amma ammaatti tarsiimoon kaa’ame waan hin jirreef, dhimmi isaa xiyyeeffannaa akka argatuuf. Sababni isaa immoo haalli Waldootiin Kiristiyaanaa kun amma keessa jiran kan duraanii caalaa gaddisiisaa ta’aa waan jiruuf.

Kana irratti Kaawunsilichi mari’atte tarsiimoo “Global Mission Strategy” jedhuun sochiin ergaa Wangeelaa adda ta’e karaa itti jalqabamu irratti qophiin akka godhamu qixa kaa’eera. Haa ta’u iyyuu malee akeeki kun Waldaan Kiristiyaanaa keenya dhimma kana ilaalchisee murtii kanaan dura dabarsitee fi ejjennoo “Theology” qabdu irraa bifa kamiin ilee utuu hin mitiqin hojii Misiyoonummaa biyyoota kan keeessatti hojechuun yoo amansiisaa ta’e qofa kan itti adeemamu ta’a.

Kuni akkasiin utuu jiruu jidduu kana “Waldaan Makaana Yesuus Waldoota fuudhaa fi heeruma saal-fakkii (Same sex marriage) deggeran wajjin hariiroo ishee haaressuuf murteessite” jedhu oduun dhugaa irraa fagaate tamsa’aa akka juru hubannee jirra. Namoonni oduu dogoggorsaa kana tamsaasaa jiran kaayyoon isaanii maal akka ta’e hin beekamu. Oduun namni kun facaasaa jiru garuu kallattii Kaawunilichi irratti mari’atee fi murteesse irraa raawwatee kan fagaate ta’uu isaa hubachiisuu jaallanna.

Mula’tni “Rescue Mission” akka milkaa’uuf haa kadhatnu; Waaqayyoof wanti dadhabamu hin jiru. Hinaaffaa Wangeelaa kan qaban hunduu itti hirmaachuuf haa qophaa’an.

#Ergaa_kana_namoota_biraaf_dabarsa!
#EECMY
#19thCouncli
t.me/dandiwangela

DANDI WANGELA

11 Sep, 05:54


https://vm.tiktok.com/ZMjMWjaH5/

DANDI WANGELA

15 Jul, 03:02


Galaanaa Gaaromsaafi Caalaa Bultumee qalbii jijjiirrattanii gara nama faarfachuurraa gara Waaqayyoon faarfachuutti waan deebitaniif galatoomaa!

"Biyyi lafaa badduudha dabartuudha; Waaqayyoon faarfachuudhaa"

jedhe geeraraan biyyakoo!. Nagaan kottaa!!

DANDI WANGELA

24 Mar, 04:37


#Jimmaa _yesus issin #jaalata
"Mormiin ka'u mormii cituu danda'a garuu hojii wangeela lallabuu mormiin addan hin cituu"

Obboleessi keenyaa Tamee Merga Magaalaa Bishooftuu irraa lallaba Wangeelaaf jedhee Jimma deemee jira. Haata'uyyu malee, kalesaa naannoo sa'aatii 10tti Magaalaa Jimmaa keessatti warri Wangeelicha ari'atan itti yaa'anii lafarra harkisuun ajjeesuuf turani. Yeroo ammaas reebichi cimaa isarra ga'ee wal'aansarra jira. Naannoon mormaaf garaan isaa waan rukutameef hafuurri Isaa hargansuu dadhabus, isin amantooni hunduu Gooftaa Akka kadhataani jaalalaa Goftaan issin Gaffana.
Join @dandiwangela

DANDI WANGELA

22 Mar, 10:40


https://vm.tiktok.com/ZMYQLto3c/

DANDI WANGELA

11 Mar, 11:11


Boqochuu Farfataa Filee Eliyaas yeroon dhaga’etti hedduun gadde. Faarfataa Fileen Oromoo Keeniyaa keessa jiraatan biratti haalaan beekama. Dhugumatti farfataa jabaadha! Faarfataan kun balaa konkolaataa naannoo Maarsaabetitti isa mudateen obbaafatee jira. Maatii fi firootanni isaa, akkasumas Waldoota Kristiyaanaa Keeniyaa keessa jiraniif jajjabinan hawwa!

Lubbuun kee mirga abbaa kee haa boqottu!😭

DANDI WANGELA

06 Feb, 04:17


https://www.tiktok.com/@dandi_eba1/video/7196361128597933317?_r=1&u_code=dj3i7h6cd90gei&preview_pb=0&language=en&_d=dkl9gcdd1j7ded&share_item_id=7196361128597933317&source=h5_m&timestamp=1675656944&user_id=6972468637505012741&sec_user_id=MS4wLjABAAAAHWBPuuG5rWiNIc5eJSHrc_kBRP0NUclJoBJ-eW48GVBNDZCLsbp9ROEs2p9BbadJ&utm_source=copy&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7194108680777516805&share_link_id=94643d19-419a-4733-a063-97848c3e363d&share_app_id=1233&ugbiz_name=Main&ug_btm=b8727%2Cb2878

DANDI WANGELA

26 Jan, 04:16


https://youtu.be/T8vvqNJdAX8

DANDI WANGELA

07 Jan, 15:16


https://vm.tiktok.com/ZMFKRfa9H/