Kan hin fuudhin , fuudha barbaada.
Kan fuudhe, Hiikuu barbaada.
Da'imni Guddachuu barbaaddi
Manguddon da'imummatti deebi'uu barbaada.
Hoji Kan qabu , boqonna barbaada
Hojii Kan dhabe , Hojii barbaada.
Kan beekkamti hin qabne, beekamaa tahuuf Ifaaja.
Kan beekkamu, adda bahee qophaa isa dabarsuu barbaada.
Kan jiru , osoo du'ee jedhee du'a hawwa,
Kan du'e , osoo deebi'ee jedha.
#Tarii....!!!
👉Waan ati keessa jirtu namni Itti hawwu jiraachuu mala , Waan harkaa qabduuf uumaa keef galata galchi. kan dhabde caalaa kan qabdu irratti xiyyeeffadhu!!
#Galatoomi_Uumaa_koo!!
#Like and #Share godhaa hiriyoota keessaniif qoodaa #Galatoomaa!!
Isin jaalatamtoota dhugaa!!!
👇👇👇👇
https://t.me/Abbaskedir76