SAGLII SHOW

@sagliishow


YOUR LINK TO ETHIO AND THE WORLD!

We provide the latest news from all over Africa. Whether you need to keep up with emerging issues in politics, business and sports, as well as insights on African entertainment, lifestyle or technology news, we have got

SAGLII SHOW

22 Oct, 13:09


https://youtu.be/GznvRUjZ24o?si=fPJyNbcl6ZaVg68T

SAGLII SHOW

20 Oct, 05:01


https://youtu.be/gu-dmhSqPkw?si=kr0DPM_MQMfd9xQL

SAGLII SHOW

19 Oct, 18:47


Injifannoo Daalatti
=================
Aanaa Mana Sibuutti kaambiin Impayeera kanaa Dangii fi Daalattii gidduu jiru gutummatti barbadeesse jira leencichi!
IUOf
Qubsuma PP Diigun Itti Fufa....

SAGLII SHOW

19 Oct, 14:13


Ilaalii WBO

SAGLII SHOW

19 Oct, 05:49


WBOn Birgeedii Murtii Guutoo Lixa Shaggar aanaa Jalduu keessatti tarkaanfii fudhachuun waraana PP 10n booji’e

Onkoloolessa 17,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Birgeediin Murtii Guutoo Zoonii Giddu Galeessaa godina Lixa Shaggar aanaa Jalduu mooraa waraana PP ganda Kilbee keessatti har’a Onkoloolessa 17,2024 barii barraaqan mooraa isheetti dhaquun dhukkee irraa kaaseera.

Lola jabaa ganamaan magaalaa Jalduu irraa kiilomeera 3 hin faganne irratti taasifameen loltootni faashistii PP hedduun du’aa fi madoon kan adabamte yoo ta’u, loltootni 10 harkaan qabamtee jirti.

Lola kanaan qawwee AKM 15, rasaasaa fi qophii waraanaa irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof !

SAGLII SHOW

17 Oct, 18:54


Dhiitee kufaa Qacaam DARRAAtti

SAGLII SHOW

17 Oct, 14:40


Booji'amtoota

SAGLII SHOW

17 Oct, 12:23


Finfinnee kutaa Shaggaar CITY ganamaan BOOJI'EE

SAGLII SHOW

17 Oct, 04:26


https://youtu.be/qipoAiej9Cw?si=GdMee6VuC4JeyFUh

SAGLII SHOW

16 Oct, 21:01


Imala haaraa Birraa bariin WBOn duratti

SAGLII SHOW

15 Oct, 14:11


Injifannoo WBO zoonii giddu gala
Birgeedii Odaa kormaa Magaalaa Fiichee "Torban ashee" tti galmeesse!!
Jaal Gurraacha...

SAGLII SHOW

14 Oct, 15:11


Waan milishaan Barsiisaa gootu

SAGLII SHOW

14 Oct, 14:07


WBO loluu dhaqee ijoollee isaa 6 irraa du'e bu'aan ke kana

SAGLII SHOW

13 Oct, 09:50


ODUU AMMEE
Lixa Wallaggaa Aana Dabbassootti
Birgeedii odaa karraa cibiraa Afaan qawwee ganamaan Diina walirra tuuleera.

Meeshaalee waraanaa heduu booji'ee jira

SAGLII SHOW

13 Oct, 09:49


#Irreecha2024 - Malkaa Asoosaa