Livarpuul afaan oromoo

@livarpool_3240


Welcome
chanalli keenya waa'ee livarpuul yeroo yerootti kan isin biraan geenyu taha.
Koottaati miseensa tahaa, odeeffannoo fi seenaa kilaba keessanii baradhaan dhaamsa keenya.

Livarpuul mootiidha.



I Love you YNWA ❤️💚❤️


YOU'LL NEVER WALK ALLONE 😍

Livarpuul afaan oromoo

22 Oct, 13:02


🚨 Mirkanaa'e:

Antoonii Teeylar tapha torbee 9ffaa Arsenaal-Liivarpuul waliin taphatan irratti abbaa murtii tahuun akka dursu beekkamee jira. Maayikeel Saalisbarii ammoo VAR irratti abbaa murtii ta'a.

Livarpuul afaan oromoo

21 Oct, 12:41


🚨 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:

Varjiil Vaan Daayik kontiraata isaa irratti mariin Liivarpuul waliin taasifamaa akka jiru mirkaneesse!

“Eeyyee, kontiraata haaraa Liivarpuul keessatti mallatteessuu irratti mari’achuuf namoota sirrii ta’an waliin mariin itti fufee jira”,

“Yeroon murtoo murteessuu yeroo ga’u hundi ni beeka”.

“Amma garuu kutannoon koo guutuu fi xiyyeeffannaan koo guutuun Liivarpuul qofa irratti, bara kana waan hunda waliin milkaa’uufi”.
jechuun Varjiil miidiyaaleef himeera.

Nutis akka ati mana kee keessa turtu ni hawwina, murtee keetis ni eegna!

Big Virgil😍

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 18:06


Taphataa premier league kilaba tokkoof hirmaanaa goolii hedduh taasise.
Sergio aguero of duubatti deebisuun sadarkaa isaa fooyyesseera.

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 18:01


Taphoota har'aa booda.

✅️ MO Salah tapha har'aatiin goolii takkaa fi kubbaa takka mijjeesseera. taphataa Premier league goolii hedduu lakkoofsise 9ffaa tahee jira.

✅️ Arne Slot leenjisaa livarpuul jalqabaa tapha 11 keessaa 10 injifate taheera.

✅️ Ibrahim konate tapha isaa 100ffaa fi Coimin kelleher tapha isaa 50ffaa injifannoon kabajatanii jiru.


Guyyaa addaa, halkan addaa nagaan bulaa!

YNWA❤️

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:36


Alhamdulillah
Tapha dadhabsiisa tahus Qabxii 3n teenya fudhanne jirra.

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:33


Xumurame

Liverpool 2 Chelsea 1

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:32


Daqiiqa 1 qofa hafe

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:32


Diaz yaalii bareeda taasise alatti baase

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:31


Koornaa miti

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:31


Koornaa livarpuuliif

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:28


Baasani jiru

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:28


Chelsiif

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:28


Free kick

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:28


Mac Allister kaardii akeekachiisa

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:26


+7

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:26


Daqiiqan 7 dabalame

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:26


90 idilee xumurame

Livarpuul afaan oromoo

20 Oct, 17:25


Jijjiiramni hin jiru