๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

@kottakolfa


Seeqadha
๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€ Kolfaa taphadha๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡ Gammadaa burraaqaa ๐Ÿƒ๐Ÿ’ƒ
๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š yeroo hundaa seeqadhaaโ˜บโ˜บ

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

09 Sep, 14:24


Dhufneerra worra keenna ooltanii.

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

11 May, 16:30


Kooffaakolfaa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

18 Apr, 12:08


Dhiirotaaf qofa koottaa Keemistirii dhalaa barachuu worroonni barbaaddan step jalqabaa irraa kaasee hanga dhuma gaafa guyyaa isheen kankee taatuutti barnootaaf gorsa addaa dhiironni barbaaddan chaanaalii kana
1.Share
2.Join ๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

16 Nov, 15:02


Intala dubraa tokko Kee Akka taatu yoo feete waan afur(4) qabaachu qabda
1ffaa. Maallaqa qabaachu qabda
2ffaa. Birrii qabaadhu๐Ÿ˜œ
3ffaa.Firaankii qabaadhu๐Ÿ˜ณ
4ffaa.Saantima qabaadhu
Kanuma๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜ข
Share please
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

16 Nov, 14:54


Eda halkan gooftaa koo rakkoo maatii kiyyaa maatii kiyyarraa naa fageessi jedhee kadhee rafee
.
.
Ganama diishii keessatti uf arge what๐Ÿ˜ณ
Rakkoon maatii kiyyaa
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ
Kophaan koflin kaa
Share for your friend
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

16 Nov, 14:48


Ameerikaa keessatti namoota 1865tu balaa tasaan du'e jennaan yoo maal naan jedhe woyya?
Nama keennati nama meeqa taha jechudha?๐Ÿ˜ณ
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ
Share for your friend please
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

18 Apr, 11:05


Gooftaa kiyya mee maallaqa naaf kenni hin balleessuu.
Jaartiillee natti fuudhi hin aarsuuโค
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

16 Apr, 14:58


Ana:- Potoo kee naaf ergimee silaalaa?
Chiikattii:- An ufii qaamaan yoo sibira dhufe malee potoo erguun nattin tolu.
๐Ÿคช๐Ÿ˜†๐Ÿ˜…
Share pleaseโœŒ
U join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

16 Apr, 14:57


Otomaa an ilaalu ana biratti salfii 19 kaatee 19nuu haqxee yoo maal jette gaarii sitti fakkaata
.
.
.
Waannaan bareedina kessaati๐Ÿ™„๐Ÿคฃ๐Ÿ˜‚
Share your friend
U join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

12 Apr, 13:14


PHARMACISTn yeroo jaalallee isaatiif walaleeysu
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโคโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Amoxa tiyya lookhoo, yaa mootii dubraa
Jaalala teetu na rakisee, akkamiin taha firraa?

Side effect'n jaalala teetii, an hirriiba na dhoorkitee
Treat na godhuu dhiiftee, maaliif toxic natti taateeยฟ

Dhibee jaalala teetiif, drug of choice tiyya sumaa
Ati na yaaluu baannaan, fayyuun koo hin jiru humaa

Ati waa badii hin qabdu, anaa "over dose" fudhatee
Amallee yaalli koo suma,yoo "antidote'' naaf taatee!!
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

06 Apr, 20:28


Barsiistuun Herreegaa osoo waa'ee Aljebraa barsiistuu "A=B fi B=C kana jechuun A=C jechuudha. Mee amma kanaaf fkn kan ta'u natti himaa." Yeroo jettuun barataan tokkos ka'ee,
๐Ÿ‘ฒ'Barsiistu:- ani isin nan jaaladha isin immoo intala teessan sirritti jaalattu, kana jechuun ani intala teessan sirritti jaaladha" jechuudha.
๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…
Share please
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

05 Apr, 20:40


Haadhatu mucaa ishee waamtee mee Abbaa keetiif bilbilii waami haa dhufuu jetteen

๐Ÿ‘ฒMucaa:-Harmee Yeroo 4 bilbileefii bilbila isaa intala wayiitu kaasa
Jedhee gara taphaa deebi'e
๐Ÿ™Haadha:-๐Ÿ˜ ๐Ÿ˜ Turi haa dhufuu na argitaa
Abbaan dhufee akkuma mana seeneen haati mana isaa ๐Ÿ‘‹kaballaadhaan
๐Ÿ‘ณAbbaa:Maalan balleesse?
๐Ÿ™ŽHaati manaa:-๐Ÿ‘‹Ammas kabaltee guyyaa bilbila kee intalli keestu eenyu isheen?
๐Ÿ‘ณAbbaa:-Bilbilli kiyya chaarjarii cufee jira yoom naa bilbilte?
๐Ÿ™ŽHaati manaa:-Sanuu na sobdaa? Ilmakoo koottu intalli reefu bilbila abbaa keetii kaaste maal siin jette?


๐Ÿ‘ฒIlma:-"Hafteen herrega keessanii gahaa miti herrega dabalataa guuttadhaa" naan jette harmee.
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Share for your bro or sis
You join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

04 Apr, 16:29


Dubrummaa Hin qabduu Taanaan guyyaa qamaa miidhamtoota kabajii mucaan jedhe sun natti tolee jira๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜”๐Ÿ˜„
Abo share with friend
U join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

07 Mar, 13:38


"Poolisicha gowwoomse"
Sakkaaraamtonni Lama Karaa irratti Otoo fincaayan poolisichi Tokko Bira Gahee Bifa Aariitiin << Fincaan dhaaba!>> Meeshaa keessan surree keessatti deebisaa!>> Jedhee ajaja gabaabaa kenne deeme poolisichi akka achii irraa fagaateen sakkaaraamtichi tokko kolfaan danfe kuun bitaa itti galee maali maaf akkanatti kofalta?
Sakkaaramticha kolfu:- <<Poolisicha gowwoomsee>>
Sakkaaraamticha lammataa:- <<Akkam gootee?>>
Sakkaaraamticha kolfu:- <<Meeshaa kiyya Suree keessa dachaafadhe fincaan inni dhaaba jedhe hin dhaabne!>>
๐Ÿ™„๐Ÿ˜ณ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ
#Share for your friend please! ๐Ÿ˜„
you๐Ÿ‘‰ join ๐Ÿ‘‡
@ Kottakolfa
@ Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

03 Mar, 04:07


"Gurbaa xiqqaa"
Bars:- Maatii keessan keessa xinnaan eenyu?
Mucaa:- Abbaa kiyya
Bars:- Maal?๐Ÿ˜ณ
Mucaa:- inni hanga ammaatu harmee jala rafakaa.๐Ÿ˜’๐Ÿคฃ๐Ÿ˜‚
uf jaalataa kophaan kofalta share hiriyaa keetiif and join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

03 Mar, 04:06


Kaleessa galgala hattuun mana kiyya cabsee Seenee Maallaqa barbaaduu eegale.... gochi isaa waan na ajaa'ibeef anillee rakkadhee waan jiruuf bakka ciisichaatii ka'ee yoma waa argine jedhee woliin barbaaduu eegale.๐Ÿ™„๐Ÿ˜‚
share and join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

27 Feb, 08:49


Namticha tokko haati manaa isaa Dhiira biraa woliin ishee jaalala jaalala taphattuu viidiyoodhaan waraabanii itti agarsiisaniiti erga ilaalee booda innis yoo maal jedhe gaarii sitti fakkaata....
.
.
Yaa qaanoftuu maal qaba Pantii kee haarawa sana oto uffattee, akkan waan ani waa siif hin binnee maaliif na fakkeessita?๐Ÿ™„๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜…
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

27 Feb, 08:49


Ijaarsi Hidha Haaromsaa Diigamuurra Manni koo diiggamuu woyya namticha jedhe san manni isaa kiraa ta'uu irra geenyee jirra.๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ
@Kottakolfa
@Kottakolfa

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

18 Oct, 11:16


Ani dhalaa tokkoyyuu jaalalaaf gaafadhee hin tahu naan jetteen beektu sababnis
.
.
.
dhalaa tokkoyyu gaafadhee waan hin beekneef
๐Ÿ˜›๐Ÿคช

๐ŸคฃKoottaa kolfaa๐Ÿคฃ

18 Oct, 11:16


Qaamaa saamunaa Siimiin qixaatiin dhiqattee tishartii obboleettiirra gurdii hiriyaa ishiirra kaalsii obboleessarraa fudhatte dhufte nabiraa geesse yoo makiina hin qabne sittin heerumu naan jetti.
join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Kottakolfa
@Kottakolfa