ERGAA DIINAL ISLAAM!!

@attaqwa3


Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
Darsiilee gara garaa
Wolaloo
Seenaa sahaabota
Dhaamsa woliigalaa
Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

22 Oct, 18:53


#Ergaa diinal islaam jecha tokkoon..
👉attaqwa3

Halkan gaarii

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

22 Oct, 18:50


🍂Wonta feetan erga dubbattaniin booda an bar qoosaaf malee garaan koo duwwaadha nattin aariin worri jettan garuu😏

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

22 Oct, 14:17


📧Ergaa Diinal islaam🚀

🌏Islaamummaan beektaa
Akka gurbaan jedhee
Osoo Guutuun khalqii
Maqaa isaa miidhee..

Danda'een balleessu
Waan fedhes odeessu
Suni waan dhalateef
Gonkumaa hin geessu

#Kanaaf
Islaamni miidhamuun
Guddisee sin dinqin
Nasriin dheerachuunis
Sammuu kee hin cinqin

Waan dheeresseef qaba
Kana mootiin arshii
Guyyaan geette taanaan
Ni jijjiira marshii👌

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

22 Oct, 10:17


#Gosoota Jaalalaa..
1 jaalala rabbii
2 jaalala biyyaa
3 jaalala haadhaa
4 jaalala abbaa
5jaalala obboleessaa,obboleettii
6 kkf..

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

22 Oct, 06:37


💦Ergaa Diinal Islaam🍃

🍂Woggaa 17tti namni guddistee jaalatte..
🍂Gaafa umriin kee 25 guute dhimma sirraan qabu
🍂Freshman year irratti qormaanni kufte eebbifamuuf woyta qophooftetti gatii siif hin qabu..

🍂Har'a rakkinni si mudatu dhuma addunyaa sitti fakkaatuu danda'a..
🌏Garuu waa takka akka hin dhalannee fi yeroo gabaabduu keessatti jijjiirama akka hin finne beeki.
#Kana beeknaan amriin sitti salphatte jechuudha👌

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

21 Oct, 19:24


The Prophet ﷺ said: ❝The best actions are:

• Cheering up your brother

• Relieving his debt

• Feeding him.❞

‎● [صحيح الجامع ١٠٩٦]

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

21 Oct, 18:12


በህይወት ለሌሉ ወላጆቻችን ዱዓ ማድረግ!

ረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦

﴿إنَّ الرجلَ لتُرفعُ درجتُه في الجنةِ، فيقول: أنّى [لي] هذا؟ فيقال: باستغفارِ ولدِك لك﴾

“ሰውዬው በጀነት ውስጥ ደረጃው ከፍ ብሎ ያያል። ይህ ለኔ ነው? ሲል ይጠይቃል። ‘ልጅህ ላንተ በሚጠይቅልህ ምህረት (ዱዓ) ነው’ ይባላል።”

📚 ሲልሲለቱ አሶሂሃ: 1598

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

21 Oct, 17:59


💦Ergaa Diinal Islaam🍃

Woyta yeroo jelqabaatiif chaayinaalii kanatti dabalamtan..
Chaayinaalii keenya kanaan hidhannoo cimaa wolitti kan qabu..
Kan asirraan isas bartantu ture..
Worri xiinxallitan ni yaadattu jedheen amana..
🌿As dhiyoo kana abbaan ebaluu namoota hanga ta'ee gurmeessaa waa mana kanaa guuruuf as ergutu shakkame..

#Hundaafuu..
🍁Ammaan booda namoota haaraa gara keenya dhufaniif #beekkamtii inni nu biraa qabu dhabamsiifneerra🫵
🍁Gochi akkasii sun itti fuufa taanaan qaqqaaliiwwan maatii ergaa diinal islaam wojjiin shira barbadeessuudhaaf waa hunda xumurree tarkaanfii itti aanu fudhachuuf qophiidha👌

#Kanaaf
Beekaanillee silaa
Anuma qofaadhaa
Worri kuuwwan beektuu
Hedduunsaa duwwaadhaa
Dhaqaatii qormaataa
Fitnasa gaafadhaa..

Jetteen dogongorin
Hamtuu dalaguudhaaf
Keeyriin sirran tarin
Nabsiyaa dhageettee
Dharaan wol hin barin👌

share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

21 Oct, 11:57


💦Ergaa Diinal Islaam🍃

Jecha namaa kolfaan dabarsi beela garaa obsaan dabarsi rakkoo jireenyaa taphaan dabarsi yeroof sa'aatii qabdu hojiifii barnootaan dabarsi..
Akka namaa ta'aa osoo hin taane akka koo ta'aaf hojjadhu..
Jireenya mataa keetii woyta carraaqattu akka nama woggaa 1000 lafa kana jiruutti dalagadhu..
Rabbii kee woyta yaadattu akka nama boru addunyaa kana gubbaa deemaaruutti yeroo hunda yaadadhu👌

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

21 Oct, 07:10


Zakaan dirqamoota rabbiin akka raawwannu nurra kaa'e keessa isa tokko..
#San rawwii dhiisuun waan adabbiidhaaf nama saaxilu jechuudha..

Rabbiin worra waan xiqqoo gochuu dadhabee, adabbii isaatiif saaxilamu nu hin godhin🤲

@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

21 Oct, 03:16


|| 𝗧𝗛𝗘 𝗕𝗘𝗦𝗧 𝗪𝗔𝗬 𝗧𝗢 𝗔𝗗𝗩𝗜𝗦𝗘.

𝘚𝘩𝘢𝘪𝘬𝘩 𝘐𝘣𝘯 '𝘜𝘵𝘩𝘢𝘺𝘮𝘦𝘦𝘯 𝘴𝘢𝘪𝘥:

When advising others, it's important not just to point out what is forbidden but to also offer a positive alternative.

Instead of saying, "This is haram," guide them by saying, "This is haram, but you can do this halal thing instead."

[Maktaba. Darussalam 2014 | Vol. 1. pg. 263]

————-

Never Give Up Repenting:

It was said to Ḥasan al-Baṣrī:

“O Abā Sa'īd a man sins then repents, then sins, then repents, then sins, then repents, until when?” He (Ḥasan) said:

“I do not know except that this is the attitude of a believer.”

‎● [حلية الأولياء ٢\٣١٥]

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 19:52


Hirribatti seenuun dura kan salaata halkanii dhaabbattu jabeeffachuuf,inni kuun immo salaata subhii masjiidatti salaatuuf niyyaa kee tolfadhuuti qalbii bareedduun rafi🫵

🌿Halkan keeyrii..🖐

Share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 18:54


💦Ergaa Diinal Islaam🍃

#Kanaaf..
Afaan biroo ta'uun
Hedduu si hin cinqin
Madaallima shari'aa
Qofaa irraan siqin
Qur'aanaaf hadiisa
Mee baradhu xiiqiin
Kitaaba qulqulluus
Tolchii dubbis soqii
Ilaalcha bareedaa
Qalbii keessa naqii
Barnoota biroollee
Qara'i Mee saaqii
Dandeettii kee guutuun
Waa baradhu dhaqii..🗝

#Malee..
Duwwama olkaatee
Nabsiyaan hordofin
Sitti fakkaatee qofaaf
Murteessuuf hin dafin
Wolsitti fakkaannaan
Adda baasi gaafiin
Nama waa ifteefi
Cufattin hinaafin
Qur'aanaan alatti
Hamtuun siin hin lufin
Hadiisa rasuulaas
Barachuurraan laafin
Nagayaaf rahmanni
Haa gayu daddaffiin
Dubbiin wolqabataa
Mari'adhu ofiin👌

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 10:53


يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا قِيلَ لَكُمْ تَفَسَّحُوا فِي الْمَجَالِسِ فَافْسَحُوا يَفْسَحِ اللَّهُ لَكُمْ ۖ وَإِذَا قِيلَ انشُزُوا فَانشُزُوا يَرْفَعِ اللَّهُ الَّذِينَ آمَنُوا مِنكُمْ وَالَّذِينَ أُوتُوا الْعِلْمَ دَرَجَاتٍ ۚ وَاللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرٌ

Yaa warra (Rabbitti) amantan! Yeroo teessuma keessa waliif babal'isaa isiniin jedhame waliif babal'isaa; Rabbiin isiniif bal'isaa. Yeroo ka'aa jedhames ka'aaRabbiin isin irraa warra amananiifi isaan beekumsi kennameef sadarkaa baay’ee isaan ol kaasa.Rabbiinis waan isin hojjattan keessa Beekaadha.

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 10:50


#Beekumsaaf dhugaa waa'ee saayinsii,seenaa,teknooloojii,khalaqaa,waa'ee dachii qorachuu fi kan biroo argadhu👌

Jedha hiikni maxxansaa afaan ingiliffaa kun.islaamummaan hoo waa'ee kanaa maal jedha laata..?
👇👇👇

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 08:25


Teessuma,qubsuma isaanii..

وَمَن يُطِعِ اللَّهَ وَالرَّسُولَ فَأُولَٰئِكَ مَعَ الَّذِينَ أَنْعَمَ اللَّهُ عَلَيْهِم مِّنَ النَّبِيِّينَ وَالصِّدِّيقِينَ وَالشُّهَدَاءِ وَالصَّالِحِينَ ۚ وَحَسُنَ أُولَٰئِكَ رَفِيقًا

Namni Rabbiifi Ergamaadhaaf ajajames isaan sun nabiyyoota, dhugoomsitoota, shahiidotaafi warren gaggaarii irraa warra Rabbiin qanansiise waliin ta’uWarra kanaan hiriyoomuun waa tole!

🌿Rabbiin haa godhu....🗝

Join and share
👇
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 08:00


Ibn Taymiyyah رحمه الله said,

“Amr bil ma'ruf wa nahy an al-munkar (enjoining good and forbidding evil) is from among the most important obligations.”

[Kitab al-Istiqaamah, pg. 606]

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

20 Oct, 06:47


Hooggantoota jiruuf duuti isaaniillee sahaabaan wolfakkaatu..

🌹Rabbiin worra akka keessan dhumni isaa tole nuhaa godhu🤲

ERGAA DIINAL ISLAAM!!

19 Oct, 17:32


🧠 Pump your mind!

Get general knowledge and facts about science, history, technology, inventions, geography and much more.

Join and share
@Attaqwa3
@Attaqwa3
@Attaqwa3