Adanech abiebie

@adanechabiebie


ኢትዮጵያ ተሸንፋ አታውቅም ማሸነፍ በደማችን ያለ እውነት ነው! ሁሌም አሸናፊዎች ነን!

Ethiopia is defeated and you don't know how to win in our blood without truth! we are always winners!

🇪🇹🇪🇹እግዚአብሔር ኢትዮጵያን ይባርክ🇪🇹🇪🇹
God bless Ethiopia

Adanech abiebie

10 Oct, 21:07


በቅድሚያ የረዳን ፈጣሪ ይመስገን
እንኳን ደስ አለን፣ እንኳን ደስ አላችሁ,!

በደቡብ ኮሪያ ሴኡል ከተማ የ2024 ስማርት ሲቲ ሊደርሺፕ ሽልማት ከ72 ሀገሮችን እና ከ115 አቻ ከተሞች አስተዳደር ከንቲባዎች መካከል ምርጥ የአመራር ሸልማት በማግኘታችን በከተማ አስተዳደሩ ስም እንኳን ደስ አለን፣ እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እወዳለሁ።

ይህ ያስመዘገብነው ውጤት በከተማችን በተሰሩ እና በህዝባችን ተሳትፎ እና ቅንጅት የተገኘ ውጤት በመሆኑ ለዚህ ወጤት መገኘት አስተዋፅኦ ያደረጉ አካላትን ሁሉ እያመሰገንኩ፣ በደቡብ ኮሪያ 2024 ሴኡል ስማርት ሲቲ ሊደርሺፕ የእውቅና ሸልማት ስለተበረከተልንም እናመሰግናለን።

ለህዝባችን ሰርተን በምናገኘው እውቅና ሁሉ ተመስጋኙ ሁሌም ከጎናችን በመሆን የልማቱ ዘዋሪ እና ተጠቃሚ የሆናችሁ የከተማችን ነዋሪዎች መሆናችሁን ላረጋግጥላችሁ እወዳለሁ።

ይህ ሽልማት ይበልጥ እንድንሰራ ብርታት ይሆነናል።
በድጋሚ እንኳን ደስ አለን፣ እንኳን ደስ አላችሁ

ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን አብዝቶ ይባረክ

Dursa waaqni nu gargaaree haa galatoomu!
Baga Gammadne.Baga Gammaddan.

Kooriyaa kibbaa magaalaa Se'ulitti badhaasa smart city leadership 2024 biyyoota 72 fi kantiibota bulchiinsa magaalota 115 keessaa badhaasa hooggansaa cimaa argachuu keenyatti maqaa bulchiinsa magaalaatiin baga Gammadne. Baga Gammaddan jechuun barbaada.

Bu'aan galmeessine kuni magaalaa keenyatti kan hojjetamaniin fi hirmaannaaa fi walooma uummata keenyaan bu'aa argame waan ta'eef qaamolee bu'aan kuni akka argamuuf gumaachaa taasisn hunda galateeffataa Kooriyaa Kibbaatti badhaasa beekamtii liidarshiippii See'ul Smart City 2024 waan nuuf laatameef ni Galateeffanna.

Uummata keenyaaf hojjennee beekamtii argannuu hundaan yeroo hunda nu cinaa ta'uun qajeelchitoota misoomaa fi fayyadamtoota kan taatan Galateeffatamtoonni jiraattota magaalaa keenyaa ta'uu keessan isiniif mirkaneessuun barbaada.
Badhaasni kun ciminaan hojjechuuf humna nuuf kenna.
Irra deebiin baga gammadne.baga gammaddan.

Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu.

On behalf of the city administration, I am honored to congratulate you on winning the 2024 Smart City Leadership Award, chosen from among 72 countries and 115 peer city administration mayors at the event in South Seoul.

We are deeply grateful for this recognition. The 2024 Seoul Smart City Leadership Award is a testament to the collective efforts of our city and the invaluable participation and coordination of our people. The achievement belongs to all of us.

I want to reaffirm that it is you, the residents of our city, who stand with us and serve as the driving force behind our development and progress.
Congratulations once again! May God bless Ethiopia and its people
#SmartCities #UrbanInnovation #AddisAbaba #SeoulSmartCityPrize #InclusiveCities

Adanech abiebie

08 Oct, 12:40


Marsaa lammafaan koriifaroota adda baafaman,
1,Koriidara Kaasaanchis-Isxifaanos-Addabaabaayii Masqalaa,Meeksikoo Charchil-Araat kiilaa fi hojii deebisanii misoomsuu( Dheerinni kooridarii 40.4km).
2,Koriidara Piroojektii Caakkaa (South gate) -Magganaanyaa-Hayaa hulati-addabaabaayii masqalaa (Dheerinni koriidarii 7.1km).
3, Koriidara CMC-Saammit-Gooroo-Boolee VIP terminaal fi koriidara giddu gala Konveenshinii fi Egzhibiishinii Addis International (Dheerinni Koriidarii 10.8km)
4, Koriidara Saarbeet- addabaabayii Kaarli-Bisraata Gabreel-Naanneffata Abboo-addabaabaayii laaftoo-addababaayii-haannaa Furii(dheerinni koriidarii 15.9 km)
5, Koriidara garaazhii Anbassaa-Jaakroos- Gooroo( dheerinni kariidarii 3.1 km)
6, Koraadirii Araat kiiloo-Shiroo meedaa-Inxooxxoo maariyam- giddu gala biqiltootaa (dheerinni koriidarii 13.19 km)
7, Misooma Koriidara laga qabbannaa gubbaa (dheerinni koriidarii 20km)
8, Koriidara laga Inxooxxoo-Paarkii gubbaa (dheerinna koridarii 21.5km).

Koriidaroota armaan olitti ibsaman boqonnaa boqonnaadhaan qoodnee qulqullinaa fi saffisaan kan hojjennu yennaa ta'u, jiraattonni magaalaa keenyaa akkuma kana duraa dhiphina tiraafikaa dabalatee haalota mijataa hin taane danda'uun akkuma marsaa jalqabaa nu tumsuun magaalaa keenyaa waliin akka ijaarru amaanaa isiniin jedha.

Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu!

Adanech abiebie

08 Oct, 12:40


ሁለተኛ ዙር የኮሪደር ልማትን በተመለከተ ከመንግስት እና ከግል ሚድያ ጋዜጠኞች ለተነሱልኝ ጥያቄዎች ማብራሪያ ሰጥቻለሁ።

በክቡር ጠቅላይ ሚንስትራችን በተሰጠን የስራ መመሪያ መሰረት የተጠኑት የሁለተኛ ዙር ኮሪደሮች ስምንት ሲሆኑ፣ ለህዝብ ያለእረፍት እየሰራን ከህዝብ የምንደብቀው ምንም ስለሌለ በዝርዝር ማብራሪያ ሰጥቻለሁ። ማብራሪ መስጠቱ ለወደፊትም ይቀጥላል።

የኮሪደር ልማት ዋና አላማዉ ከተማችንን ለመኖር ምቹ ማድረግ፣ ማደስ፤ ገፆታዋን ማሻሻል እና ከልማቱ ማንም ወደ ኋላ ሳይቀር ሁሉም ተጠቃሚ እንዲሆን ማስቻል ነዉ።
ሁለተኛው ዙር የኮሪደር ልማት ስራችን በአጠቃላይ 2,817 ሄክታር መሬት በሚሸፍን እና 132 ኪ.ሜ ርዝመት ባለው ቦታ ላይ የሚገነባ ሲሆን፣ በግንባታ ስራው ከተካተቱ የመሰረተ ልማት ስራዎች ውስጥ የመንገድ ግንባታ፣ የአረንጓዴ ቦታዎች ግንባታ፣ የብስክሌት መንገድ፣ የእግረኛ መንገድ፣ የህፃናት መጫወቻዎች፣ የታክሲና አውቶቢስ መጫኛና ማውረጃ ተርሚናሎች፣ የመኪና ማቆሚያ ፓርኪንጎች፣ የስፖርት ማዘውተሪያ ቦታዎች፣ የህዝብ መጸዳጃ ቦታዎች፣ የፍሳሽ ማስወገጃ መስመሮች ፣ ደረጃውን የጠበቀ የከተማ መብራት፣ የቴሌኮም መሰረተ ልማት እንዲሁም የደህንነት መጠበቂያ ቴክኖሎጂዎች ዝርጋታ ስራ ተጠቃሾቹ ናቸው።

ስራዉ በዋናነት በከተማው አቅም እና በጀት የሚከናወን ሲሆን ኢትዮ ቴሌኮም፣ አርተፊሻል ኢንተለጀንስ፤ የመብራት አገልግሎት እና የፌደራል ቤቶች ኮርፖሬሽን በዚህ ውስጥ መሰረተ ልማታቸውን በመዘርጋትና ከተማዋን ስማርት ሲቲ በማድረግ በኩል ትልቅ እገዛ የሚያደርጉ ይሆናል።

ሁለተኛውን ዙር የኮሪደር ልማት ስራችንን በፍጥነት ለማጠናቀቅ በቂ ቅድመ ዝግጅት ያደረግን ሲሆን፣ በመልሶ ማልማት ሲኖሩ ከነበሩበት ለመኖር ምቹ ያልሆነ ጎስቃላ አካባቢዎች ለተነሱ ነዋሪዎች የመኖሪያ ቤቶችን፣ በቂ የመስሪያ ሼዶችን፣ ትምህርት ቤቶችን ጨምሮ የተለያዩ የመሰረተ ልማት ዝርጋታ እንዲሁም ከ 500 በላይ የሚሆኑ የንግድ ሱቆችን ለነዋሪዎቻችን ዝግጁ አድርገናል። በተመሳሳይ ምትክ መሬት እና ካሳ አዘጋጅተናል።
በሁለተኛ ዙር የተለዩት ኮሪደሮች:-

1. ካሳንቺስ- እስጢፋኖስ-መስቀል አደባባይ- ሜክሲኮ- ቸርችል-አራት ኪሎ ኮሪደር እና መልሶ ማልማት ስራ (የኮሪደሩ ርዝመት 40.4 ኪ/ሜ)
2. ጫካ ፕሮጀክት (ሳውዝ ጌት)- መገናኛ- ሃያ ሁለት- መስቀል አደባባይ ኮሪደር (የኮሪደሩ ርዝመት 7.1 ኪ.ሜ)
3. ሲኤምሲ- ሰሚት- ጎሮ- ቦሌ ቪአይፒ ተርሚናል ኮሪደር እና የአዲስ ኢንተርናሽናል ኮንቬንሽንና ኤግዚቢሽን ማዕከል ኮሪደር (የኮሪደሩ ርዝመት 10.8 ኪ.ሜ)
4. ሳር ቤት- ካርል አደባባይ- ብስራተ ገብርኤል- አቦ ማዞሪያ- ላፍቶ አደባባይ- ሃና ፉሪ ኮሪደር (የኮሪደሩ ርዝመት 15.9 ኪ.ሜ)
5. አንበሳ ጋራዥ- ጃክሮስ- ጎሮ ኮሪደር ( የኮሪደሩ ርዝመት 3.1 ኪ.ሜ)
6. አራት ኪሎ- ሽሮ ሜዳ- እንጦጦ ማርያም- እጽዋት ማዕከል ኮሪደር (የኮሪደሩ ርዝመት 13.19 ኪ.ሜ)
7. ቀበና ወንዝ ዳርቻ ልማት ኮሪደር (የኮሪደሩ ርዝመት 20 ኪ.ሜ)
8. እንጦጦ-ፒኮክ ወንዝ ዳርቻ ኮሪደር (የኮሪደሩ ርዝመት 21.5 ኪ.ሜ)

ከላይ የተዘረዘሩ ኮሪደሮችን ምዕራፍ በምዕራፍ ከፍለን በጥራት እና በፍጥነት የምንሰራ ሲሆን፣ የከተማችን ነዋሪዎች እንደከዚህ ቀደሙ ሁሉ የትራፊክ መጨናነቅን ጨምሮ የሚኖሩ ምቹ ያልሆኑ ሁኔታዎችን በመቻል እንደ መጀመሪያው ዙር በትብብር ከተማችንን በጋራ እንድንገነባ አደራ እላለሁ።

ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን ይባርክ

Misooma koriidarii marsaa 2ffaa ilaallatee gaazixeessitoota miidiyaalee mootummaa fi dhuunfaa irraa gaafiilee ka'aniif ibsa kennee jirra.

Kabajamoo muummicha ministeera keenyaan bu'uura qajeelfama hojii nuuf laaatameen kan qorataman koriidaroonni marsaa 2ffaan saddeet yennaa ta'an, Uummataaf boqonnaa malee hojjechaa wanti uummata dhoksinuu waan hin jirreef ibsa guutuu kennee jira. Ibsa kennuun fuuldarattis itti fufa.

Kaayyoon guddaan misooma koriidarii magaalaa keenya jireenyaaf mijattuu gochuu, Haarawoomsuu, suuraa ishee jijjiiruu fi misoomicha irraa namni kamuu osoo duubatti hin hafne fayyadamoo akka ta'u gochuudha.

Hojiin keenya misooma kooriidarii marsaa 2ffaan waliigalatti lafa hektaara 2,817 kan uwwisu fi dheerinna 132 km bakka qabu irratti kan ijaaramu yennaa ta'u,hojii ijaarsaatiin hojiiwwan bu'uura misooma hammataman keessaa ijaarsa daandii, bakkeewaan misooma magariisaa,daandii biskileetii, daandii miilaa,bakkeewwan daa'imman itti xaphatan,Tarminaalota taaksii fi awutoobisii,Paarkiilee dhaabbii makiinaa,bakkeewwan Ispoortii, Bakkeewaan qulqullina uummataa, sararoota dhangala'oo dhamabsiisan, humna Ifaa sadarkaasaa eeggatee, misooma bu'uuraa Teeleekoom, akkasumas diriirsa Teeknooloojiiwwan nageenya eeganii kanneen eeramaniidha.

Hojichi adda durummaan humnaa fi baajata magaalaatiin kan raawaatamu yennaa ta'u, Ethio Telcom, Artificial Intelligence, Tajaajila humna ibsaa fi koorpreeshinii manneen Federaalaa kana keessatti bu'uura misoomaa isaanii diriirsuunii fi magaalattii Smart City gama gochuutiin deeggarsa guddaa kan taasisan ta'a.

Hojii keenya misooma Koriidarii marsaa 2ffaa saffisaan xumuruuf qophii haal-duree gahaa kan taasisne yennaa ta'u, Deebisanii misoomsuun bakka jiraataa turan, mijataa kan hin taane naannawa gadi'aanaa irraa jiraattota ka'aniif, manneen jireenyaa,Sheedota hojii gahaa, manneen barnootaa fi diriirsa misoomaalee bu'uuraa garaagaraa akkasumas suuqiilee daldalaa 500 ol kan ta'an jiraattota keenyaaf qophaa'aa goonee jirra. Bifuma wal fakkaatuun lafa bakka buufamu fi beenyaa qopheessinee jirra.

Adanech abiebie

07 Oct, 19:16


ክብርት የቀድሞ ፕሬዚዳንት ሳህለወርቅ ዘዉዴ ላለፉት ስድስት አመታት የኢትዮጵያ ፕሬዚዳንት በመሆን ስለሰጡን አገልግሎት እጅግ አድርገን እናመሰግናለን።

Kabajamtuu Pireezidaantii duraanii SahlaWarqi Zawdee waggoottan 6 dabraniif Pireezidaantii Itoophiyaa ta'uun tajaajila nuuf laattaniif baay'ee isiin galateeffanna.