SM Airdrop + Tech @sm_airdrops Channel on Telegram

SM Airdrop + Tech

@sm_airdrops


Welcome to our world ๐ŸŒ

You can get all information about airdrops here

SM Airdrop + Tech (English)

Are you a fan of airdrops and interested in the latest technology trends? Look no further because 'SM Airdrop + Tech' Telegram channel has got you covered! This channel is your go-to source for all things related to airdrops and tech updates. Whether you are a seasoned airdrop participant or a tech enthusiast looking to stay informed about the newest developments, this channel is perfect for you. Get exclusive access to airdrop announcements, tech reviews, and insightful discussions within a community of like-minded individuals. Stay ahead of the curve and never miss out on exciting opportunities in the world of airdrops and technology. Join 'SM Airdrop + Tech' today and elevate your airdrop and tech game to new heights!

SM Airdrop + Tech

23 Jul, 11:58


#PIXEL yeroo darbee list ta'uun isaa ni yaadatama. Haata'uu malee ammaas akka haaraatti guyyaa lakka'aa jira guyyaa 8 hafa kanaf dafatti yeroon osoo hin jalaa hin darbiin level keessan guddiisa gatiin isaa yeroo ammaa

Level 5-7 birr 2,500
Level 8-9 birr 7,200
Level 10 birr 54,000 dha itti faayadama akka itti hin gabbiine


Kan hin jalqabnee yoo ta'ee ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/pixelversexyzbot?start=1103517689

SM Airdrop + Tech

23 Jul, 09:16


#AVACOIN list ta'uu torbee tokko hafaa july 30 list akka ta'uu beeksisani jiru task waan qabuf itti fayyaadama gati guddaa qabachu danda'aa

https://t.me/avagoldcoin_bot?start=970c17b966ab334a0637

SM Airdrop + Tech

21 Jul, 06:04


Akkamitti withdrawn gochu dandeenya ???

Akkuma kana olitti argitan kanatti TONKEEPER app keessa galtani wallet haaraa create gootu ergasiin akka suuraa irraatti argitan kanatti USTD irraatti tuqtuu isaa booda receive gootani address copy gootu ergasiin gara bot keessani deebitani paste ok fixxaan jechuudha itti fayyaadama.

Jalqabuf ๐Ÿ‘‰ Start

SM Airdrop + Tech

20 Jul, 18:46


Meeqan keessantu jalqabe jira ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

Hangaa hojjaatan yeroosuma sana kan baasu isiin dandeessisu isiinif qabadhe dhufeerra list guyyaa isaa eeggun isiin hin barbaachisu

https://t.me/urkocoin_bot?start=r_459613344

SM Airdrop + Tech

13 Jul, 13:07


New hamster combo of the day

SM Airdrop + Tech

13 Jul, 12:12


โญ๏ธ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 15โญ๏ธโญ๏ธ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa.


Jalqabuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/major/start?startapp=459613344

SM Airdrop + Tech

12 Jul, 09:48


Oduu gammachisa fi dhugaa kan ta'ee akka kan preton kaffaaludha baffeerra nutti ofii keenya withdraw gochuuf 0.49 Ton yeroo gessan battaalumatti baasu isiin dandeessisa kanaf itti fayyaadama jelqabuf ๐Ÿ‘‰ start

SM Airdrop + Tech

07 Jul, 10:46


โœ… waanta haaraa isiinif qabadhe dhufeerra.

Major star jedhama airdrop miti kuni karaa telegram kan fayyaadamtoota telegram kan qopha'ee yoommu ta'uu naaf invite gochuun birr haala salphaan itti sasabatanidha kuni adda kan isaa goodhu guyyaa list itti ta'uu waanti jedhu hin jiru dafaatti jalqaba

Jalqabuf ๐Ÿ‘‰ start

SM Airdrop + Tech

07 Jul, 08:36


๐Ÿ”ฅAll Tapswap Codes for Task And To Complete The Mission (July 7)

โ€ข Task: How to Earn Money on Crypto
Answer โ†’ genesis

โ€ข Task: Tapswap Education- what the bitcoin is?
Answer โ†’ D57U94

โ€ข Task: Learn 5 Crypto Terms
Answer โ†’ 2614907

โ€ข Task: New in the Crypto World
Answer โ†’ 739551

โ€ข Task: TapSwap Education
Answer โ†’ 030072

โ€ข Task: Watch the first Token Video
(You only have to watch the video)

โ€ข Task: Learn what the TON is
Answer โ†’ 548719

โ€ข Task: Watch new video
Answer โ†’ 5

โ€ข Task: Watch the first Video
Answer โ†’ 739002

SM Airdrop + Tech

29 Jun, 17:34


๐Ÿช™TapSwap New Task

๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ปCODE: "5"

SM Airdrop + Tech

29 Jun, 12:59


โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ
Hamster kombat dhumudhaf guyyoota murasaa akka hafee gabafama jira dafatti waan hojjaachu qabdan hojjaadha

SM Airdrop + Tech

27 Jun, 09:46


Yes Coin July 1 birrii kan argamsiisu Yesbox ni beeksisu.

SM Airdrop + Tech

27 Jun, 05:45


โ‡๏ธYesCoin
Yes Coin July 1 hanga 7 guyyoota jiran keessatti List ta'aa kana jechun guyyoota kudhan qofaattu hafee jechuudha task bayyee waan qabuf itti fayyaadama yeroon isiinitti darbee akka hin gabbinee

โœ… Start

SM Airdrop + Tech

27 Jun, 05:06


โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ Carraan kuni akka isiin hin darbinee carraa miili'oona 1 keessa yeroo ammaa kana gara kuma dhiibba tokkoofi shantamatti(150k) dhiphaaterra osoo hin gabiin yeroo xiqqoo hafee kanatti itti fayyaadama

SM Airdrop + Tech

25 Jun, 14:33


Hot Event haaraa qopheessera.

Case tokko tokkoon isaa kana hin banamneedha maal akka qabate hin beekamu.

Rewards - HOT , NFT , USDC akka ta'aan beeksisaniru.

Irraatti hirmaachuf nama invite goochudha. nama 1 = case 1 isiinif argamsisa

Namni tokko maximum invite goochu kan danda'uu nama 25 dha.

case 1m qofaatu jira osoo hin dhumiin itti fayyaadama.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/herewalletbot/app?startapp=10702053

SM Airdrop + Tech

24 Jun, 06:07


Ashama harkaa funee

Har'aa project dansaa kan ta'ee yeroo dhiyootti list ta'aan kessaa active link ta'ee isiinif qabadhe dhufeen jira nama murasa waan hafeef dafatti itti fayyaadama

t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_f9ikw47PE0

http://t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_cRcDrRrmgD


Akka itti hin gabinee itti fayyaadama carraa kana

SM Airdrop + Tech

18 Jun, 15:10


Tapswap coming to Ton ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

SM Airdrop + Tech

13 Jun, 13:19


โšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธExciting News: Blockchain Announcement

We're thrilled to announce that TapSwap will launch on the TON blockchain!

This well-thought-out decision is the best option for delivering the ultimate experience for our ever-growing community.

Stay tuned for more updates and details! Get ready to tap into new possibilities with TON ๐Ÿ’Ž!