Neueste Beiträge von IRREECHA 2024 (@psmqn) auf Telegram

IRREECHA 2024 Telegram-Beiträge

IRREECHA 2024
This is GG official Telegram Channel
2,150 Abonnenten
186 Fotos
2 Videos
Zuletzt aktualisiert 06.03.2025 09:55

Ähnliche Kanäle

Oro Motivate
10,495 Abonnenten

Der neueste Inhalt, der von IRREECHA 2024 auf Telegram geteilt wurde.

IRREECHA 2024

30 Dec, 07:48

463

Yaa waaqayyoo balaa akka kanaa nurraa qabi. Sidaamaa 71😭😭😭😭ፈጣሪ ሆይ ከንደዚ ያለ አደጋ ሰውረን። ሲዳማ😭71😭
Naannoo Sidaamaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 71 darbeera.
Konkolaalaataan Namoota Cidha dhaqan fe'ee imalaa ture Godina Baha Naannoo Sidaamaa aanaa naannawaa Boonaa Riqicha Laga Galaanaarraa kufuun balaa kana qaqqabsiisuu eerameera.
Namoonni miidhaan irra qaqqabe Hospitaala Waliigalaa Boonaatti yaalamaa jiraachuu ibsameera.
Mootummaan naannoo Sidaamaa gadda itti dhagahame ibsuun, maatii miidhamtootaaf jajjabina hawweera.
IRREECHA 2024

25 Nov, 10:12

936

https://youtu.be/6-nCw4CLU2Y?si=nZdMIHKvpcVmfOeg
IRREECHA 2024

17 Oct, 20:05

1,349

https://www.facebook.com/100064481988528/posts/960014412824616/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
IRREECHA 2024

12 Oct, 16:31

1,422

Fiinfinnee Fiinfinnee..
IRREECHA 2024

07 Oct, 09:26

1,867

https://youtu.be/ZsURmbJKvf4?si=1HVVE2aYAoLZSGkK
IRREECHA 2024

07 Oct, 00:33

1,335

https://youtu.be/gtDTCV4VeTA?si=XXxXkAHApamuuJcO
IRREECHA 2024

06 Oct, 22:46

1,242

Breaking News!Shallow M4.9 Earthquake hit near Gelemso in Ethiopia on Sunday Evening. This earthquake may have been felt in Ethiopia . The closest significant population center near the earthquake is Gelemso in Oromiya, Ethiopia. Gelemso is located 41 kilometer (25 mi) north-northwest of the epicenter.
Major cities near this earthquake: Addis Ababa is located 173 km to the west. Nazrēt is located 133 km to the west-southwest. Dire Dawa is located 177 km to the east-northeast.
The table below provides an overview of all places in proximity of today's earthquake
(source; https://earthquakelist.org/news/2024/10/06/m4-9-earthquake-ethiopia-1022343/)
IRREECHA 2024

06 Oct, 10:22

1,115

Mareehoo…! (3)
Maatiin Nagaa Jenne
Haayyee
Waatii Nagaa Jenne
Haayyee
Warrinagaa Jeenne
Haayyee
Biyyi nagaa jenne
Haayyee
Gaadan quufaa gabbiinna... Irreechi bara kana kan hoora Fiinfinnee fi Harsadee nagan xummuramee. mareehoo mareehoo waggaa waggaan nu geeyi! baga oofkoltan!!!
IRREECHA 2024

05 Oct, 09:30

1,324

Hora Finfinne Irreecha Festival has ended peacefully and the journey to Hora Harsadi has ongoing. Happy IRREECHA festival!!!.
IRREECHA 2024

05 Oct, 04:04

1,592

kabaja Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee. Baga Geessan!