Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜ @oromoquen Channel on Telegram

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

@oromoquen


โœO Allah forgive me,
โœhave mercy on me,
โœguide me,
โœ support me,
โœprotect me,
โœprovide for me and
โœelevate me.
โœAmen ya Rabbii

โœุงู„ู„ู‡ู… ุฅู†ูŠ
โœ ุฃุณุฃู„ูƒ ุฅูŠู…ุงู†ุง ุฏุงุฆู…ุง
โœูˆุฃุณุฃู„ูƒ ู‚ู„ุจุง ุฎุงุดุนุง
โœูˆุฃุณุฃู„ูƒ ุนู„ู…ุง ู†ุงูุนุง
โœูˆุฃุณุฃู„ูƒ ูŠู‚ูŠู†ุง ุตุงุฏู‚ุง

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜ (Arabic)

โ€ุดู…ู„ุช ู‚ู†ุงุฉ Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜ ู…ุฌู…ูˆุนุฉ ู…ุชู†ูˆุนุฉ ู…ู† ุงู„ุฃุฏุนูŠุฉ ูˆุงู„ุชูˆุฌูŠู‡ุงุช ุงู„ุฑูˆุญูŠุฉ ุงู„ุชูŠ ุชู‡ุฏู ุฅู„ู‰ ุชุนุฒูŠุฒ ุงู„ุงูŠู…ุงู† ูˆุงู„ุงุชุตุงู„ ุงู„ุฑูˆุญูŠ ู…ุน ุงู„ู„ู‡. ุชุญุชูˆูŠ ุงู„ู‚ู†ุงุฉ ุนู„ู‰ ุฏุนุงุก ู…ุณุชู…ุฑ ู„ุทู„ุจ ู…ุบูุฑุฉ ูˆุฑุญู…ุฉ ูˆู‡ุฏุงูŠุฉ ูˆุฏุนู… ูˆุญู…ุงูŠุฉ ูˆุฑุฒู‚ ูˆุฑูุนุฉ ู…ู† ุงู„ู„ู‡ุŒ ู…ุน ุชุฑูƒูŠุฒ ุฎุงุต ุนู„ู‰ ุงู„ุฎุถูˆุน ูˆุงู„ุชูˆูƒู„. ุณูˆุงุก ูƒู†ุช ุชุจุญุซ ุนู† ุงู„ุทุงู‚ุฉ ุงู„ุงูŠุฌุงุจูŠุฉ ุฃูˆ ุงู„ุณู„ุงู… ุงู„ุฏุงุฎู„ูŠ ุฃูˆ ุงู„ุชูˆุฌูŠู‡ ุงู„ุฑูˆุญูŠุŒ ูุฅู† ู‡ุฐู‡ ุงู„ู‚ู†ุงุฉ ุณุชูˆูุฑ ู„ูƒ ุฃุฏูˆุงุช ูˆุชูˆุฌูŠู‡ุงุช ู„ู„ุงุฑุชู‚ุงุก ุจุญูŠุงุชูƒ ุงู„ุฑูˆุญูŠุฉ ูˆุงู„ุฏูŠู†ูŠุฉ. ุงู†ุถู… ุงู„ูŠูˆู… ุฅู„ู‰ ู‚ู†ุงุฉ Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜ ูˆุงุจุฏุฃ ุฑุญู„ุชูƒ ู†ุญูˆ ุชุนุฒูŠุฒ ุงู„ุงูŠู…ุงู† ูˆุงู„ุงุฑุชุจุงุท ุงู„ุฑูˆุญูŠ ู…ุน ุงู„ู„ู‡.

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

24 Jul, 09:29


Air Drop Guyyaa Sadii Booda dhumuf deemu Obboleyan Irraa fayyadama

Tokkichii isaa Doller 70 $ sharafama Ja'ame eega Irraa fayyadama Warrii Itti Amantan Qoftiin

Link Isaa kunoo Arma jala jira

https://t.me/Bananagunrobot?start=r0910320505

Jaalan Kiyya Isin hin dabriin itti fayyadama

Dura yaroo Link kana tuyxan San booda Start kan ja'u tuqaa San booda

Tesk Afur isiniif fida San booda tesk afuran San erga bantanii Page isaani Follow gootan baqa San booda gahe seena irra fayyadama

https://t.me/Bananagunrobot?start=r0910320505

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

22 Jul, 13:15


Hi guys Air Drop Haraya kan ta'e kana itti fayyadama Company OKX Hojjate

Hundi keysan OKX ni beytan Ja'en yaada dafa seena itti fayyadama


Link Isaa kuno as jalati argama

https://t.me/OKX_official_bot/OKX_Racer?startapp=linkCode_50941609

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

18 Jul, 12:41


Jira jirtu kabajamtoota fi jaalatomtoota hordoftoota keenya kuno Arra #Air drop takka list ta'e jira nutti

Eegala jannee wani isin Qadhacha jiruuf akka irra fayyadamtaniifi kuno Gatii Ajaa'ibatin List ta'e jira warri hanga amma

Air drop takka Hin eegalin Yoo jirtaan Link as jala isiniif keenya seenati irra fayyadam guyyaa dhiyoo keysati kan list ta'u ni jira link as jala jiruun dafaa egala ilmaan oromo


Mojor link๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kuno

https://t.me/major/start?startapp=696932100

Hamster combat ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kuno


https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId696932100

Citizen link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡kuno

https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=rp_24127070


Yaada fi Gaafi yo qabaatan keysan nu duubisa

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

04 Jun, 17:25


https://youtube.com/shorts/kmaKiD3iA2I?feature=share

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-22

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 13 ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.

โ—KUTAA 13 ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ 

Duula Fatโ€™hii Makkaa

Fathii Makkaa.

https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-29

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/06/kutaa-13-seenaa-rasuulaa-irraa.html

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 15ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.

โ—KUTAA 15 ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ 

AMATA HIJRII 9FFAA IRRAA HANGA Duula TABUUK


โ—‹ Gaafileen torbee dhufuu asuma keessa qofa bahu.

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/09/seenaa-rasuulaa-kutaa-14.html?m=1

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


๐Š๐”๐“๐€๐€ 17 ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ ๐’๐„๐„๐๐€๐€ ๐‘๐€๐’๐”๐”๐‹๐€๐€ ๐ˆ๐‘๐‘๐€๐€.

Hajjii Dhaammannaa.

๐†๐š๐Ÿ๐ข๐ข๐ฅ๐ž๐ž๐ง Torbee ๐ค๐š๐ง๐ฎ๐ฆ๐š ๐ช๐จ๐Ÿ๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐›๐š๐ก๐ฎ, ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š๐š qophaawaa.

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


เผ„ ๐•ƒ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•›๐•š ๐•“๐•’๐•ฃ๐•Ÿ๐• ๐• ๐•ฅ๐•’ ๐”ธ๐•ข๐•š๐•š๐••๐•’๐•’
๐Š๐ฎ๐ญ๐š๐š 1๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š


เผ„ Aqiidaa jechuun maali?
เผ„ i'itiqaad jechuun?
เผ„ iimaana jechuun?

เผ„ Allaahaatti amanuun: waan afur of keessaa qaba isaanis?


เผ† Ijoon dubbii
#Laa'ilaaha_illallaah Muhammadun_rasuulallah {A.s.w}

โคต๏ธinstant view tuquun, Seenaa dubbisaa

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


เผ„ ๐•ƒ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•›๐•š ๐•“๐•’๐•ฃ๐•Ÿ๐• ๐• ๐•ฅ๐•’ ๐”ธ๐•ข๐•š๐•š๐••๐•’๐•’
๐Š๐ฎ๐ญ๐š๐š 2๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š
เผ„ Sifa rabbii yoo jedhamu, maal jechuudha.
เผ„Aayaanni buโ€™uraa ykn dustuura sifa Allaahaa ibsitu tami.
เผ„Adeemsi sirrii sifa rabbii keessatti.

เผ† Ijoon dubbii
#{wanni takkalleen Fakkaataa Isaa hin taane, Allaahaan dhagayaadha, argaadha}. 

โ€ขinshaa'allaah waan hedduu hubattu.
โ€ขโคต๏ธinstant view tuquun, Seenaa dubbisaa

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


 ๐•ƒ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•›๐•š ๐•“๐•’๐•ฃ๐•Ÿ๐• ๐• ๐•ฅ๐•’ ๐”ธ๐•ข๐•š๐•š๐••๐•’๐•’ K-3
Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 3ffaa.

โ€ขAayaata tana Ulamaaโ€™iin Aayaata qormaataa jaโ€™aniin. Nama Rabbiin jaaladha jaโ€™u dhugaa fi kijiba isaa wanni beekaniin aayaata tanaani.
Aayaan tuni tami?

Waan hedduu hubattu, rabbiin isin irraa haa jaalatu dubbisaa.
---------
Website

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


๐Ÿ“š๐•ƒ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•›๐•š ๐•“๐•’๐•ฃ๐•Ÿ๐• ๐• ๐•ฅ๐•’ ๐”ธ๐•ข๐•š๐•š๐••๐•’๐•’ K-7
 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.

Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah.
---------

โ€ขGaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa.

โฑ Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata..

โ—๏ธTuutti tuni maali jarri? Jaahmiyyaan,Mushabbihaan,
Jabriyyaan,Qadariyyaan, Murjiโ€™aan,Waโ€™iidiyyaan, Muโ€™tazilaan, kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.
โคต๏ธ

https://t.me/iv?url=https%3A%2F%2Frss.bestbot.me%2Ftdil%2Fposts%2F16731250&rhash=27521eb450c138

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


๐Ÿ“š๐•ƒ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•›๐•š ๐•“๐•’๐•ฃ๐•Ÿ๐• ๐• ๐•ฅ๐•’ ๐”ธ๐•ข๐•š๐•š๐••๐•’๐•’ K-8
 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa.
~~~~~~~~~~~~~~~~
barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa.

Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah.
---------

โ€ขGaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa.

โฑ Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata..

ilaalchi sirrii sahaabaa, siraaxa, Qiyaamaa qabaachuu qabda , kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.โคต๏ธ

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 5ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.


โ—KUTAA 5ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ.

โ˜…Jalqaba jihaadaa

โœ…Gazwaan maali?
Daldatu qureysh maaltu mudate?
Lolli jalqaba rasuulli godhe?
Ramadaan 9?

โœ…Kaayyoo
-gazwaa bawaax - gazwaa badri -
https://telegra.ph/Jalqaba-jihaadaa-04-26

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/04/jalqaba-jihaadaa.html?m=1

Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.โคต๏ธ

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 6ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.

โ—KUTAA 6ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ 

Duula Badrii Guddoo.

*Yoom gaggeefame.
* sababni maal ture.
* injifannoon kan eenyuu ta'e.
* Duula birootiin maaltu adda taasisa.

โ€ป website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

-Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.
Asumarraan ilaaluuf
Instnat view tuqaa
https://bit.ly/3c3bXyC

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 7ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.

โ—KUTAA 7ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ 

โ—Duula Uhud irraa hanga duula Banii Nadiir.

โ€ขDuulli Uhud irra ulfaattuu duuloota Rasuulli s.a.w duulaarrayyi.
โ€ขilkeen isaa ni caphsamte, kooffiyyaan Sibilaa mataa Isaa irratti caphxee mataa urte.
โ€ขBalaan gaafa san akkaan jabaatte.
โ€ขDuulli Uhud Sahaabootaaf qormaata guddaa turte.

โ—Duula sana irraa wanti guddaan sahaabonni baratan maali?
โ—Hamzaan Uhud irratti wareegamee Shahiidee tahe.
โ—Wanti ajaa'ibaa dubartiin takka raawwatte maali?
โ—Namni sahaabii irraa malaa'ikaan dhiqamee eenyu?

โœ…Waan heddu argattu seenaa dubbisaaโคต๏ธ

โ–กinstant view tuqaa

โ€ป website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 8ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.

โ—KUTAA 8ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ 

โ—Duula Banii An-Nadiir irraa hanga Khandaq.

โ€ขeenyutu rasuula s.a.w ni ajjeesna jedhanii shira xaxan?

Jaartii rasuulaa s.a.w boodarra gara aakiraa deemte?

Duulli badrii xiqqoo maali?

Maal raawwatuudhaan rasuulli s.a.w Aadaa warra jaahiliyyaa faallesse.

โœ…Waan heddu argattu seenaa dubbisaaโคต๏ธ

โ–กinstant view tuqaa

โ€ป website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-13-2

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


https://telegra.ph/AL-RISALA-TUBE-06-14

Shamarran jannata ๐Ÿ˜๐Ÿ˜˜

28 May, 16:07


KUTAA 9ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ SEENAA RASUULAA IRRAA.

Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa.

*Ahzaab jechuun maali?

*Maaliif naannoo madiinaatti boolli qotamte?

*mu"ujizaalee rasuula s.a.w gaaf sana argamte?

*Qixaatni nama nama ganee akkaan jabduu.

* Nama sababaa du'a isaatiin arshiin sochoote kana beektaa?

โ—๏ธDhugumatti seenaa kana qalbiin dubbifnaan, "Namni islaamaa tokko badii malee ajjeefamuu irra addunyaan tun osoo baddee wayya" jecha kana ni hubattu.

โœ…Waan heddu argattu seenaa dubbisaaโคต๏ธ

โ–กinstant view tuqaa

โ€ป website gubbaan osoo daawwattani hedduu isinitti tola. Suuraalee tokko tokkoonis qindaawee jira.