Halkan harraa wanti suuraan isaa mullatu, kan balali’uufi Harcaatii Hawaarraa bu’e kan fakkaatu kun Samii Itoophiyaa irratti mullateera.
Yeroo ammaa kanas sagalee guddaa dhageessisuun Keeniyaa Moyyaalee qubachuu isaa ragaaleen ni mullisu.
Taateen kun Samii Oromiyaa dabalatee naannolee garaa garaatti mudateera.
Yaa gooftaa Yesuus araara kee nuuf buusi🙏
✝️
🙏Qalbii haa jijjiirrannu🙏