🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ @markazaalhulquraan Channel on Telegram

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

@markazaalhulquraan


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ (Arabic)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ هو قناة تلغرام متخصصة في تعليم تلاوة القرآن الكريم وتحفيظه. تعتبر هذه القناة واحدة من أفضل المراكز التعليمية التي تساعد الأفراد على تعلم القرآن والاستماع إليه بطريقة صحيحة وجميلة. إذا كنت تبحث عن مركز يساعدك في تحقيق هدفك في تلاوة القرآن وحفظه، فإن هذه القناة هي المكان المناسب لك. مركز أهل القرآن يقدم مجموعة متنوعة من الدروس والموارد التعليمية التي تساعدك على تطوير مهاراتك في تلاوة القرآن وتحفيظه بكل سهولة ويسر. انضم إلينا الآن عبر الرابط لتستفيد من هذه الفرصة الرائعة لتحسين علاقتك مع كتاب الله تعالى: https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

10 Feb, 22:14


ماشاء الله تبارك الرحمن

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Feb, 21:34


Jimmaa Aanaa Geeraa Haafizoota yoo eebbisiisu 10/February 2017
February 10/2025 Maashaa Allah
❤️ #Congratulations
Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Feb, 19:32


Seenaa qorsa kana caqasaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Feb, 18:34


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=230b58f8f03a45fa7f

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

06 Feb, 03:50


❤️♥️

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Feb, 10:57


لابيكا ، يا غزة
أخوة ألم القلب من مسلم إثيوبيا إلى الفلسطينيين 😢💔
🌹🌹🌹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🌹🌹🌹
Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

03 Feb, 20:12


Media gubbaa ol fi gadi harkisaa oolattumoo Muraaja'aatti jirtumoo haalli keessan Akkamii Ahlul-qur'an?

Yaa worra Hivziitti jirtan kaayyoo eegaltan jiruun aadunyaa isin hin dagin. Fuulduratti.

Namni guddina kabajaa fii Jiruu tasgabbii Jiraatu nama Qur'aana keessaa fii Duubaan qabate qofa.

Isinis yeroo dhihootti Iddoo Guddaan Rabbiin isin haa gahu jajjabaadhaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

03 Feb, 18:18


Azaana Ethiopia Bakka Bu'ee Dorgome Sadarakaa 3ffaa Kan qabatee Badhaafe Dargaggoo. Adam Jibriil
🌹Maashaa Allah 🌹
Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

03 Feb, 13:18


Ethiopia 😍
Wol Dorgommii Qur'aanafi azaanaa kaleessaa irratti. Ulamaa'iin Biyyoota gara garaa irraa Ethiopia dhufan Onnee nuhoisaa oolan😍

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

02 Feb, 15:20


Akka Ethiopiatti Dubartoota Bakka Bu'uun Kan Dorgomte Qamariyyaa Aliyyuu Mohammad kunooti Vedio isii guutuun
❤️🌹Maashaa Allah🌹❤️
Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

30 Jan, 07:22


Faaidaa Sadaqaan qabdu.

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

29 Jan, 06:40


Dhaabbata Ethio Al Rayyaan. Simannaa Ramadhaanaatiif Maatii keessan gammachiisuuf Ergama keessan Amanamummaan nibahanna jedhu.

Namoonni haajama"amtan bilbila isaanii irratti Dubbisuu nidandeessu galatoomaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Jan, 11:46


Akkaata @Soomana Rasuula S'A'w

@Kutaa8ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Jan, 18:56


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Jan, 16:35


"ዝሙት የምታበድረው እዳ ነው

በቤተሰብህ እንደሚከፍሉህ እወቀው"

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Jan, 04:37


Live stream finished (9 hours)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Jan, 20:19


Ustaaz @Mu'aaz @Nazif
Jannanni Eenyuuf qophooftee?👇😭

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Jan, 19:17


Caaltuu Kadijjaa faan Wolumaa galatti ijoolleen Faaxumaa adam fii Habiibaa irratti Huruufa Xumuurtan waan barattan irraa Niqoramtu akkasitti quba qabaadhaa itti qoophaahaa

Guyyaa beellamamtanitti qoramtu.guutuu isaa itti Qophaawaa Iddoo fedhe irraa qoramtu waanta'eef

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Jan, 18:51


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Jan, 18:32


Yeroo seentan katabaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Jan, 18:31


Yeroon seenaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Jan, 20:15


@Sadarakaa @Qur'aana

@Doktoor Zaakir Shekih Jamaaliin
@Hafazahullah
👇

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Jan, 20:15


@Du'aayii @ajaaibaa

@Doktoor Zaakir Shekih Jamaaliin
@Hafazahullah
👇

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

13 Jan, 20:18


Raajiiwwan yasuus qabu Nabiyyoota akka caalu hin taasisuu? Qur'aanni kanarratti maaljedha?

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

13 Jan, 12:33


Daaimmaniif 🌹Maqaa Rabbii irraa 22

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

11 Jan, 20:40


Rabbiin isin irraa hajaaltu akkasitti woliif dhaggeeffachuun gaariidha. Inshaa Allah Toora irratti deebi'een jira Boruu yoo Rabbiin jedhe Yeroodhaan seenaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

11 Jan, 19:43


آية النور جمعا بالقراءات السبع المتواترة
Akkaataa Qur'aanni Riwaayaa 7n qaraamu🌹

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

11 Jan, 09:47


Ahlul-qur'aan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

10 Jan, 13:47


🌻 رعي النبي ﷺ الغنم🌻

#مختصر_ا
#السيرة_النبوية

ـــــــــــــــــــ 🍃🌹🍃 ــــــــــــــــــ

صلى الله عليه وسلم🌻
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

10 Jan, 12:50


Al Qur'aan🙏Nuur Addunyaawiyya Wol ukeraawiyya🙏
Shekih Alqaari Ahmad Alkaliil

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Jan, 11:12


Daaimmaniif sagalee mi'ooftu Qur'aanaa❤️

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Jan, 10:02


Umriinkee hagam Fagaatullee Qur'aana wiliin jiraannaan hin susuntuurtu🫶

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Jan, 08:49


Leenjii Dubartootaaf kutaa39ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

29 Dec, 18:16


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

29 Dec, 07:25


Qalqalaa Suuratul Falaq
Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Dec, 11:07


Ronaldo Tabataa Addunya Ati akkamitti beektaa?

Inni Saahiba Qur'aanaati Jabaa ofii abbaatu jabeeffata

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Dec, 08:45


Leenjii Dubartootaaf kutaa28ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Dec, 07:12


Ustaaz Abu Bakir Ahmed

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

27 Dec, 21:04


Live stream finished (6 days)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

27 Dec, 12:10


Sifayyaduu hin oolu caqasi

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/FATAAWAAAHLULQURAAN

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Dec, 20:56


Dubartoonni ijaan laalanii haabaratanu

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Dec, 20:02


Mominaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Dec, 19:40


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=d05971fc1827b73eb5

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Dec, 18:26


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=fa14565ce7be82b4ed

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Dec, 12:27


Leenjii Dubartootaaf kutaa27ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Dec, 22:27


Makraja huruufa #Safiiraa

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Dec, 22:22


Makraja huruufa #liswiyyaa

Risaalaan Islaamaa gaggaariin akka isin bira gahuuf Liinkii Armaan gadii tuquun maamila Ahlul-qur'an ta'aa

❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

06 Dec, 10:44


Ofii bahuu dadhabus Qur'aana ol baafteera. Du'aayiin keessan guyyaa Jumu'aatin yaa Allaah Aqsaafi Ummata birmadummaafi Islaamumaaf woreegamaa Jiraniif @Falisxiin jechuu hindagatin.

Dhukkubni obboleessaa keetii yoosidhukkube hiryaa keetiif sher qodhi Du'aayii yaadachiis

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Dec, 20:23


Yaa Maashaa Allaah Yaa salaam yaa salaam.

Sagaleen kun hirribaa dammaqsanii kayrii gurra buusuuf fayyada. #meeshaaDa'waati

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Dec, 18:43


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=b1c79e5d304259627a

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Dec, 09:20


#Riwaya7n
10 Qurrā. Qirā'āt
1. Nāfi':
- Qālūn
- Warsh

2. Ibn Kethīr:
- Al-Bezzi
- Qunbul

3. Abū 'Amr:
- Ad-Dūri
- As-Sūsi

4. Ibn 'Āmir:
- Hishām
- Ibn Dhekwān

5. 'Āsim:
- Shu'ba
- Hafs

6. Hamza:
- Khalaf
- Khallād

7. Al-Kisāi:
- Ad-Dūri
- Al-Leyth

8. Abū Ja'far:
- Ibn Wardān
- Ibn Dschemmāz

9. Ya'qūb:
- Ruways
- Rawh

10. Khalaf:
- Ishāq
- Idrīs
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Dec, 09:13


Riwaayaa kisai. Qiraatii Durii
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Dec, 05:44


ummii summa ummii Mamaa❤️❤️❤️
🫶
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Dec, 12:24


😍❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

30 Nov, 20:56


Amma Wol qoranna eessa jirtu eessa grrssaniin hin oolu qophaawaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

30 Nov, 20:55


Barattoota U/Indiyyaa jamaal Biratti Qur'aana baratan kanneen Juuza tokkoo hamma Juuza 20 gidduu Jiran. Darsii Qur'aanaa fi Qormaata Bara 2023 Bifa gaarii Xumuuruu isaaniitiif Woraqaan Ragaa kun Kennameeraaf Maashaa Allah Tabaarakallah
Congratulations

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

30 Nov, 19:17


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=b1c79e5d304259627a

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

29 Nov, 19:28


Xiqqoo mashguulanjira buuftuu irratti suuraa faatihaa dhaggeessisaa

Worri tafsiiraa narti keessan yerootti seenaa fayyadamaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

29 Nov, 03:34


🙋‍♂🙋‍♀🙋🙋‍♀للأطفال Daaimmaniif

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Nov, 19:55


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Nov, 15:42


Dabballee Islaamaa Sagalee Qabutti fayyadamee Nama dhiiratti #onnee horee hidhachiise. Nama kaleessaShira #woyyanee gufachiise. Namni kun Nama #galataati.

Qabeenyaa Nubira jiraaf....... #Amantiin biraa hawwee gubatee du'uutti jira.

Ammallee Hayyuu kana Rabbiin #Haqarratti gadi haadhaabu jenna🙏

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

28 Nov, 10:13


Leenjii Dubartootaaf kutaa7ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

27 Nov, 21:14


Haasida jinniif iinsii Ati nurraa qabi
Badiinkeenya gurguddoo nuuf Araarami
#AbuMujaahid Hafazahullah
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👇👇👇👇👇
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

27 Nov, 19:59


Live stream finished (1 day)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

27 Nov, 17:43


Barattoonni Qur'aana Dafaa seenaa qara'aa haajaa wohii waan qabuuf deemnuuf deema

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

27 Nov, 11:04


Ustaaz #Ahmaddiin Jabal

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

26 Nov, 07:49


Darsii kana bira dabarfataa shamarran Worra yeroo mara Ulamaa'ota tti bilbilanii Fataawaa gaafataniif nifayyada jennee woraabne

Isinis sher ittigodhaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Nov, 21:13


https://t.me/ShuruuxaSalaataaAhlulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Nov, 20:47


Live stream finished (5 days)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

25 Nov, 18:25


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=3b551042e11cec999e

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Nov, 12:25


Sochii Tola Ooltummaa shamarran Markaza Ahlul-qur'an xiqqoo haailaallu

Bilaalonnis ta'e Sumayyoonni shoora Guddaa bahataa jiran qabu San keessaa yeroo ammaa shamarran fedhii ofii irraa ka'uun Ijoollee Qubee Qur'aana hin beekne Ofitti qabuun irratti xiyyeeffatanii Kitaaba qaaidatul Nuuraniyyaa guyyaa muraasa keessatti xumuursisuun akka isaan ija banatanii haala gammachuun guutamaniin Qur'aana Rabbii Banatanii akka Dubbisan taasisuu irratti argamuu waan hedduu nama Raaju dha. @Dubartoonni @Dubartootaaf Jechi jedhu @milkaahu irratti argama fakkaata. Barattoonni kun ijoollee kana akkuma itti ifaajanii jala bu'anii Qur'aana Rabbii akka baataniif ija irraa saaqankanatti haala isaan ittiin Gammadanii ijoollee duuka ifaajangammachiisaais markazni kun haala nimijeessaaf.

Channel Telegramaa tasgabbii qalbiifii Barnootaaf mijataa Iddoo girdoo Shamarraniiti Kan jedhamu shamarran Ahlul-qur'an mirkaneessuu irratti argamuu.

Isinis Nama Barnoota fedhu yoo taatan Bu'aa Bahii jiru obsaatii kottaa ta'aa baradhaa Ulamaan banaadha jedhu

Nama imala kaffaltii Aakeraa fedhu kamiifuu Markazni keenya banaadha👍
@Galatomaa
Indiyyaa Jamaal

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Nov, 09:45


Leenjii Dubartootaaf kutaa3ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Nov, 18:10


Yeroo kabajaa obbleeyyan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Nov, 09:54


أركان الإسلام الخمسة بالترتيب:
1) الشهادتان
2) إقامة الصلاة
3) إيتاء الزكاة
4) صوم رمضان
5) حج البيت لمن استطاع إليه سبيلا..

أركان الإيمان وهي:
1-الإيمان بالله
2-الإيمان بملائكته
3-الإيمان بكتبه
4-الإيمان برسله
5-الإيمان باليوم الآخر
6-الإيمان بالقدر خيره وشره

شروط الصلاة وهي تسعة:
1_الإسلام
2_والعقل
3_والتمييز
4_ورفع الحدث
5_و إزالة النجاسة
6_وستر العورة
7_ودخول الوقت
8_واستقبال القبلة
9_والنية..

اركان الصلاة وهي أربعة عشر:
1-القيام مع القدرة
2_وتكبيرة الإحرام
3_وقراءة الفاتحة
4_والركوع
5_والاعتدال بعد الركوع
6_والسجود على الأعضاء السبعة
7 _والرفع منه
8_والجلسة بين السجدتين
9_والطمأنينة في جميع الأفعال
10_ والترتيب بين الأركان
11_والتشهد الأخير
12_ والجلوس له
13_والصلاة على النبي صل الله عليه وسلم
14_ والتسليمتان..

واجبات الصلاة وهي ثمانيه:
1_جميع التكبيرات غير تكبيرة الأحرام
2_وقول: سمع الله لمن حمده للإمام والمنفرد
3_وقول :ربنا ولك الحمد للكل
4- وقول: سبحان ربي العظيم في الركوع
5- وقول: سبحان ربي الأعلى في السجود
6_وقول : ربي اغفر لي، بين السجدتين
7_والتشهد الأول
8_والجلوس له.. :

مبطلات الصلاة وهي ثمانية:
1- الكلام العمد مع الذكر والعلم أما الناسي والجاهل فلا تبطل صلاته بذلك
2- الضحك
3- الأكل
4- الشرب
5- انكشاف العورة
6- الإنحراف الكثير عن جهة القبلة
7- العبث الكثير المتوالي في الصلاة
8- انتقاض الطهارة..

لابد من حفظ هذه الواجبات والشروط والسنن والأركان...والله ولي
❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Nov, 09:48


Shekih Abdulkariim Hafazahullaah waa'ee iklaasa Aqiidaa

Dhaamsa jabduu👇
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Nov, 08:22


Leenjii Dubartootaaf kutaa2ffaa

By Shekih @MohammadNaziif @ShekihJamaal
Hafaza hullaah

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Nov, 21:14


جزاك الله معلمتي الغالية ❤️

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Nov, 20:22


{ وَمَن یُطِعِ ٱللَّهَ وَٱلرَّسُولَ فَأُو۟لَـٰۤىِٕكَ مَعَ ٱلَّذِینَ أَنۡعَمَ ٱللَّهُ عَلَیۡهِم مِّنَ ٱلنَّبِیِّـۧنَ وَٱلصِّدِّیقِینَ وَٱلشُّهَدَاۤءِ وَٱلصَّـٰلِحِینَۚ وَحَسُنَ أُو۟لَـٰۤىِٕكَ رَفِیقࣰا }

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Nov, 20:12


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=3b551042e11cec999e

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Nov, 20:01


Banadhu malihaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Nov, 19:44


https://t.me/TAFSIIRAAHLULQURAAN

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Nov, 18:43


Qowataa naeegaa banaatii cufattanii hintaaina

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

20 Nov, 17:18


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

19 Nov, 21:01


Live stream finished (2 days)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

19 Nov, 18:02


Seenaa Obboleewwan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

19 Nov, 09:11


Akkuma beellama keenyaa.Juma'aa dhuftu galgala Suuratul Naas qoranna hindagatinaa

Audio dhaggeeffadhaa qophii godhaa
👇
https://t.me/TAFSIIRAAHLULQURAAN

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

19 Nov, 05:07


Sirrii qalbeeffadhaa isin fayyada.

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

18 Nov, 20:36


#Affeerraan koo❤️Sagalee Shekih Yaasir Hafazahullah 🌹

Suuratul #israa

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=bdd95249d20ccf1eec

Dabalataan karaa salaphaa dhaan Tegregram irratti Sagalee Qur'aana feetan argachuuf Liinkii kana tuqaa😍
👇
https://t.me/AhlulquraanMedia

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

18 Nov, 18:43


🕧⏲️?

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

18 Nov, 18:39


https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=bdd95249d20ccf1eec

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

18 Nov, 08:42


🔊 Amiiiin Yaa Allaah 🫶🤲🙏🌹🌹🌹
Abdallah form Dubai 🙏

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

18 Nov, 08:33


Yaa Ilma Namaa Maalumatu Rabbii kee irraa sigowwomse?

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

17 Nov, 19:44


Abshiruu isiniif dhaggeeffadhu male hinraftanu hirriiban dhiisaa male ammas itti woliif caqasaa dhufaan jira

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

17 Nov, 19:06


Yaa banii Aadam Eessa baddan ?

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

17 Nov, 12:52


Amar Temam Dhimma Islaamaa Dhugaa jirtu irra dibuun male lubbuu ofii qabsiisee Sodaa tokko male gaazexeessaa hojjetuudha. Ammaar Dabaleefi cimee hojjechuuf Media SPIDER TV Ariitiin milkeessuu waan qabuuf yaalii kallattii milkaainaati jedhe Dorgommii Hijraa Bank qopheesse irratti hirmaatee jira.

Isinis Dargaggoo qaxalee Amantii keessaniif bololu kana injifachiisuuf liinkii Armaangadii tuquun Iddoo commant jalatti Amar Temamiif deeggaraa ta'uu keessan mirkaneessaa

Linki kanaan seenuun comment koo like fi reply godhaa 👇
https://www.facebook.com/100064748467249/posts/979832134185060/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

17 Nov, 05:24


Darsi.suwaru.min.hati.sahabiyati.halqaa.1

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

17 Nov, 05:16


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

16 Nov, 21:32


#Jinniidhaaf, #ijaNamaatiif, #haasida(waanyoodhaaf)

#Ruqiyaa(Daawaa) shariyyaadha Nama Sheyxaa irraa shakkitan kana itti banaa.

Ofiifis mana keessa banachuun hedduu barbaachisa
Wollif sher godhaa👇
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

16 Nov, 21:30


Live stream finished (4 days)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

16 Nov, 13:01


Ammallee Tawhiidakana irratti Rabbiin gadi isin haadhaabu.nutis Abdii guddaa isin irraa qabna.Video Amma dura Nubira gahee Namuu shakkiittii seene.

Gariin yaada itti kennate
Gariin Majliisa qeeqe
Gariin Wol lole
Gariin shakkaatuma callise
Gariin hooggansa shakkiitti seene

Anis Xiqqoo shakkeera sababni kootis.akkayaadakootti. Erga Majliisnii haaraya jirjiiramee gammmannee Booda kanduriirra Bida'aan Ethiopia dhaalee. Sababa Hooggansi bida'aa ugguru hin jirreef namni hundi ollaa ollaa fii duuka Iddoo bi'aa deemuu akka eegalan argee waanin jibbaan nakeessaa jiruuf. Amantiin Ibraahimiyyaa jedhamtus dhugaa ta'innaa Kan jedhu shakkeen ture. Lubbuu kootiin Amma irraa deebi'een jira

Isinis Erga Vedio kana dhageessan Booda Yaada dogongoraa keessa yoo seentanii Jiraattan kallatttti kanaan irraa qulqullaahaa
Isaaniifis Du'aayii godhaa

Rabbiin nuhaa eegu

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

16 Nov, 10:18


As wr wb banadbu mee

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

09 Nov, 18:20


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

08 Nov, 14:29


Waan qabdu irratti Alhamdulillaah jedhi ykn Hiyyeessa gara hin qabne taata

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

07 Nov, 20:50


Live stream finished (7 days)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

07 Nov, 18:22


⁉️

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

06 Nov, 20:13


Worri haftan Biiftuu fii moominaa irratti qara'aa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

06 Nov, 19:39


Tole

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

06 Nov, 19:33


Biiftuu Iftuun hin Rafiitiitti deemii dhaggeeffadhuuf kottu amma Maic banachuun nattin mijanne

Ammoo garaa woliif hin laafinaa sirriitti dhaggeeffadhuuf okay

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

06 Nov, 11:51


ماشاء الله تبارك الرحمن

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Nov, 18:07


Iftuudhaa dhaggeeffadheen dhufa dafaa seenaa naeegaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Nov, 14:01


Huruufa qara'uu namni feetan seenaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

05 Nov, 09:02


Video kana irraa maal baratte?

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Nov, 19:30


Iftuu darsii qabdaa bilbili

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Nov, 19:10


Kadijjaa mucayyoo Awwal dubbadhaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Nov, 19:00


Ijoollee yerootti seenaa. Maal jechuudha haga yoonaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Nov, 10:19


Darsi.shaksiyatul.mar.atul.muslma.darsi.156

https://t.me/Dubartootaqofaaf

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

04 Nov, 05:51


🔴
قال تعالى ( وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِنْ مُدَّكِرٍ )

📿🎀ا📿🎀📿🎀📿🫶

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

03 Nov, 19:13


Biiftuu Dubbadhu

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

03 Nov, 13:55


﴿‏وَلْتَكُنْ مِنْكُمْ أُمَّةٌ يَدْعُونَ إِلَى الْخَيْرِ وَيَأْمُرُونَ بِالْمَعْرُوفِ وَيَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنْكَرِ ۚ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ﴾

تلاوة خاشعة الشيخ وديع اليمني

التلاوة ❤️
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Oct, 19:10


Keessummaatu narra jira wolqaraasisaa

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Oct, 09:12


🔍 Yaa Allaah Kaatimaa nuuf tolchi
https://t.me/MarkazaAlhulQuraan
😭

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

24 Oct, 06:17


Du'a yaadachuun Ibaadaatti akka Jabaannu nufayyada

Shekih Hassaan Husen woliin

@Markazaalhulquraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Oct, 19:54


Shekih Mohammed zeen Networkiitu nadiddeebar isin dhagahuuttin jira

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Oct, 15:42


Live stream started

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Oct, 13:11


Du'a yaadachuun Ibaadaatti akka Jabaannu nufayyada

Shekih Doktoor Zaakir Shekih Jamaal woliin

@Markazaalhulquraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Oct, 10:40


Darsi.shaksiyatul.mar.atul.muslma.darsi.145

https://t.me/Dubartootaqofaaf

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Oct, 09:43


سورة آل عمران

قُلِ اللَّهُمَّ مَلِكَ الْمُلْكِ تُؤْتِي الْمُلْكَ مَن تَشَاءُ وَتَنزِعُ الْمُلْكَ مِمَّن تَشَاءُ وَتُعِزُّ مَن تَشَاءُ وَتُذِلُّ مَن تَشَاءُ بِيَدِكَ الْخَيْرُ إِنَّكَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ تُولِجُ الَّيْلَ فِي النَّهَارِ وَتُولِجُ النَّهَارَ فِي الَّيْلِ وَتُخْرِجُ الْحَيَّ مِنَ الْمَيِّتِ وَتُخْرِجُ الْمَيِّتَ مِنَ الْحَيِّ وَتَرْزُقُ مَن تَشَاءُ بِغَيْرِ حِسَابٍ ) وهذا هو كلام الله وليس كلام جعفر

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

23 Oct, 03:54


Audio gorsa Edaa Dok Zaakir nuuf hodhan Namni woraabdan nuuf maxansamee

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 21:35


Live stream finished (4 days)

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 19:52


Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 19:52


امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 19:21


Doktoor Zaakir Shekih Jamaal woliin Gorsa Du'a Nama yaadachiiftu

Dhaqqabadhaa Seenaa qooda irraa fudhaa
👇

https://t.me/MarkazaAlhulQuraan?livestream=da9e383a063626bc48

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 19:05


Du'a yaadachuun Ibaadaatti akka yaadannu nufayyada

Shekih Saabir Shekih xaahaatiin

@Markazaalhulquraan

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 18:57


Seenaa Obboloota keenya Du'aayii goona😭

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 18:55


Aaamiiiiiin Aaamiiiiiin
Jazakumallahu kheyr ustaaz

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 18:54


امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين امين

🪀مركز أهل القرآن للتلاوة والتحفيظ

22 Oct, 18:53


Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin Aamiiin

2,222

subscribers

95

photos

267

videos