Neueste Beiträge von Kitaabota hafuuraa!! (@kitaba_hafura) auf Telegram

Kitaabota hafuuraa!! Telegram-Beiträge

Kitaabota hafuuraa!!
Galma_mul'ataa
1,717 Abonnenten
51 Fotos
5 Videos
Zuletzt aktualisiert 01.03.2025 09:25

Ähnliche Kanäle

Kuusaa kitaabaa
5,013 Abonnenten
Taateewwan dinqisiisaa
1,846 Abonnenten

Der neueste Inhalt, der von Kitaabota hafuuraa!! auf Telegram geteilt wurde.


https://www.ldcuing.com/index/auth/signup/invitecode/JNIzAU.html

Yoh 12 Yesus miilla isaanii dhiqee wayyaa isaa fudhatee,
 
iddoo isaatti erga deebi'ee booddee,
 
“Waanan isiniif godhe hubattuu ree? 
13 ‘Barsiisaa,
 
gooftaas’ jettanii na waamtu,
 
isin akkuma jettan iyyuu ani isa. 
14 Ani barsiisaan keessanii fi gooftaan keessan ergan miilla isiniif dhiqee,
 
isin immoo miilla walii walii keessaniif dhiquun isiniif in ta'a. 

Yoh 13: 12 Yesus miilla isaanii dhiqee wayyaa isaa fudhatee,
 
iddoo isaatti erga deebi'ee booddee,
 
“Waanan isiniif godhe hubattuu ree? 
13 ‘Barsiisaa,
 
gooftaas’ jettanii na waamtu,
 
isin akkuma jettan iyyuu ani isa. 
14 Ani barsiisaan keessanii fi gooftaan keessan ergan miilla isiniif dhiqee,
 
isin immoo miilla walii walii keessaniif dhiquun isiniif in ta'a. 

Yoh 14:1 Yesus itti fufee bartoota isaatiin,
 
“Garaan keessan hin raafamin,
 
Waaqayyotti amanaa,
 
anattis amanaa!

Ibr. 12
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²¹ Wanti achitti argame sunis guddaa sodaachisaa waan tureef Museen iyyuu, "Baay'ee sodaadheetan holladhe"jedhe.
²² Haa ta'u iyyuu malee, tulluu Xiyoon, mandara Waaqayyo isa jiraataa, Yerusaalem ishee waaqa irraa, cidha ergamoota kumaatamaa bira ga'uu keessan.

Ani abdii guutuudhaan Waaqayyoon nan eeggadhe,
inni immoo gara kootti jedhe,
iyya koos anaaf in dhaga'e.
Inni boolla huursaa bishaan sodaachisaa keessaa,
dhoqqee akka suphee nama qabatu
keessaas harkisee na baase;
inni miilla koo dhagaa hin sochoone irra anaaf dhaabachiise,
ejjennaa koos anaaf in jabeesse.
Inni faarfannaa haaraa,
isa ani ittiin isa jajadhu
afaan koo keessa in kaa'e;
baay'een kana arganii isa in sodaatu,
waaqayyummaa isaa in amanatu.
*3 33:3; 96:1
Namni Waaqayyoon amanannaa isaa godhatu,
warra of bokoksanitti,
warra amantii isaanii gananii,
soba duukaa bu'anittis
inni hin gorin haa gammadu!
Yaa Waaqayyo gooftaa ko,
gocha kee isa dinqisiisaadhaa fi
yaada gaarii nuuf qabdu nuuf baay'ifteetta;
tokko illee kan siin qixxaatu hin jiru;
isaan kana yoon labse, yoon himes,
isaan wanta lakkaa'amuu danda'u
gararraa in ta'u.
*4 Er 17:5-8
*5 139:17-18
Yommus ani, “Kunoo, ani nan dhufa,
maraa macaafaa keessatti anaaf kan ta'u caafameera; ”
Faarfannaa 40:1-5, 7

Efe 4: 7Tokkon tokkon keenya garuu akka safara kennaa Kristositti ayyaana arganneerra. 8 Kanaaf caaffanni qulqullaa'aan,
“Inni gara waaqaatti yeroo ol ba'e,
boojuu booji'ee dhaqee,
namootaafis kennaa kenne” in jedha.
9 Amma, “Ol ba'e” yommuu jedhu maal jechuu isaa ti? Dura biyya lafaa kana keessaa gara iddoo gadiitti gad bu'e jechuu dha. 10 Isuma gad bu'e sanatu, waaqaa fi lafa ofii isaatiin guutuudhaaf bantiiwwan waaqaa hundumaa gararraatti ol ba'e.

Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha
Yesus Gooftaadha
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
Yesus Gooftaadha!
//////////////////////////
AMEEN AMEEN AMEEN
AMEEN AMEEN AMEEN
AMEEN AMEEN AMEEN

(1 Qorontos 12 )
------------
4 Kennaan hafuuraa gosa garaa garaatu jira, hafuurichi garuu tokkichuma.

5 Ergaa garaa garaatu jira, gooftaan ergamaniif garuu tokkichuma.

6 Hojii garaa garaatu jira, Waaqayyo inni hojii hundumaa adduma addaan yaada namaa keessa kaa'u garuu tokkicha.

7 Karaan kennaan hafuuraa adduma addaan nama keessaa mul'atu, hundumaaf bu'aa akka ta'uuf kenname.

8 Isa tokkoof ogummaadhaan dubbachuutu hafuuraan kennameef, isa kaaniif immoo beekumsa barsiisuutu hafuuruma sanaan kennameef;

9 isa kaaniif amantiitu hafuuruma sanaan kennameef, isa kaaniif immoo kennaa warra dhukkubsatan fayyisuutu hafuura tokkicha sanaan kennameef;

10 isa kaaniif dinqii hojjechuutu, isa kaaniif raajii dubbachuutu, isa kaaniif hafuurota gargar baasee beekuutu, isa kaaniif afaan hin beekamneen dubbachuutu, isa kaaniif afaan hin beekamne sana hiikuutu kennameef!

11 Hafuurri innumti tokkichi sun hojii kana hundumaa hojjetamuudhaan in ga'a; inni akka jaalala isaatti tokkon tokkon namaaf kennaa addaa in hira.

WAL HAA BARRU!
****
Godinaalee Oromiyaa Fi Aanolee isaa
A. SHAWAA KIBBA LIXAA
1. Sooddoo Daaccii
2. Qarsaa Maallimaa
3. Daawoo
4. Iluu
5. Gooroo
6. Bachoo
7. Sadan Sooddoo
8. Amayya
9. Tolee
10. B/m Walisoo
11. Walisoo
12. WanciI
13.
B. GODINA ADDAA NAANNAWAA
FINFINNEE
1. Aqaaqii
2. Boorehi
3. B/m Buraayyuu
4. Holataa
5. Wal maraa
6. Sabbataa Hawaas
7.Muloo
8. B/ m Sabbataa
9. B/m Sandaafaa
10. Laga Xaafoo Laga Daadhii
11.B/m Dukam
12. B/m Sulultaa
13. B/m Aqaaqii
14. Sulultaa
15. Galaan
16. B/M Sandaafaa
.
.
C. SHAWAA LIXAA
1. Abuunaa Gindabarat
2. Ada'aa Bargaa
3.B/m Amboo
4. Amboo
5. Baakkoo Tibbee
6. Calliyaa
7. Daannoo
8. Dandii
9. Ejeree
10. Ilfataa
11. Ginda Barat
12. Jalduu
13. Jibaat
14. Meettaa Roobii
15. Miidaaqeny
16. Noonnoo
17. Dirree Incinnii
18. Tokkee Kuttaayee
19. Meettaa
20. Ejersa Lafoo
21. Liiban Jaawwii
22.Gincii
23.Coobii
D. Qeellam Wallaggaa 1.Anfilloo
2.Daallee Sadii
3.Daallee Waabaraa
4.B/M Dambi Dolloo
5.Gaawoo Qeebbee
6. Gidaamii
7. Hawaa Galaan
8. Jimmaa Hoorroo
9. Laaloo Qilee
10. Sayyoo
11. Yemaalogii Walal
E. WALLAGGA LIXAA
1. Aayira
2. Baabboo Gambeel
3. Begii
4. Boojjii Coqorsaa
5. Ganjii
6. B/M Gimbii
7. Gullisoo
8. Boojii Dirmajjii
9. Haaruu
1o. Hoomaa
11. Jaarsoo
12. Qondaalaa
13. Qilxu Kaarraa
14. Laaloo Asabii
15. Mana Sibuu
16.Najjoo
17. Noolee Kaabbaa
18. Sayyoo Noolee
19. Yuubdoo
20. Lataa Sibuu
21. Mandii
.
.
F. WALLAGGA BAHAA
1.Boonayyaa Boshee
2. Diiggaa
3. Jiddaa Ayyaanaa
4. Kiiramuu
5. Gobbuu Sayyoo
6. Gudayyaa Biilaa
7.Guutoo Giddaa
8. Haroo Limmuu
9. Leeqaa Dullachaa
10. Ibaantuu
11. Jimmaa Arjoo
12. Limmuu
13. B/m Naqamtee
14. Nuunnuu Qumbaa
15. Saasiggaa
16. Sibuu siree
17. Waamaa Hagaloo
18. Waayyuu Tuqaa
19. Gudayyaa Jaree
20. Guutoo Wayyuu
21. B/M Angar Guutee
.
G. HORROO GUDURUU WALLAGGAA
1. Abbaay Coomman
2. Abee Dongoroo
3. Amuruu
4. Guduruu
5. Habaaboo Guduruu
6. Horroo Bulluq
7. Jimmaa Gannat
8. Jimmaa Raaree
9. Shaambuu
10. Jaardagaa Jaartee
11. Horroo
12.
.
H. SHAWAA KAABAA
1.Abbichuu fi Nya'aa
2. Alaltuu
3. Dabire Libaanos
4. Dagam
5. Darraa
6. B/m Fiichee
7. Giraar Jaarsoo
8. Hidhabuu Abootee
9. Jiddoo jiddaa
10. Qinbibiit
11. Kuyyuu Garba Gurraachaa
12. Warra Jaarsoo
13. Wucaalee Muka Xurii
14. Yaayyaa Gullallee
15......
.
.
I. SHAWAA BAHAA
1.Ada'aa
2. Adaamaa
3. Adaamii Tulluuf Jiddoo Kombolchaa
4. B/m Bishooftuu
5. Booraa
6. Dugdaa
7. Boosat
8. Fantaallee
9. Gimbichuu
10. Liiban
11. Lumee
12. B/m Baatuu
13......
.
.
J. ARSII
1. Aminyaa
2. Asakoo
3. Asallaa
4. Balee Gasgaar
5. Collee
6. Digaluuf Xiijjoo
7. Diksiis
8. Dodota
9. Inqolloo Waabee
10. Gololchaa
11. Guunnaa
12. Heexosa
13. Jajuu
14. Limmuuf Bilbiloo
15. Loodee Heexosaa
16. Martii
17. Muunessaa
18. Roobee
19. Seeruu
20. Siree
21. Shirkaa
22. Suudee
23. Xannaa
24. Xiyyoo
25. Ziwaay Dugdaa
26.Shanan Kooluu
.
.
K. ARSII LIXAA
1. Adaabbaa
2. Arsii Nageellee
3. Dodolaa
4. Gadab Asaasaa
5. Kofalee
6. Kokosaa
7. Qoree
8. Nansaboo
9. Siraaroo
10. Shaallaa
11. B/m Shaashamannee
12. Shaashamannee
13. Heeban
14.B/M Dodolaa
15. B/M Nageellee
16. Wandoo Gannat
17. Bishaan Gurracha
18.
.
.
K. BOORANA
1. Yaa'a Bal'oo
2. Areeroo
3. Eelwayyee
4. Dirree
5. Waacillee
6.Guchii
7. Mi'oo
8. Moyyaalee
9. Taltallee
10. Dhaas
11. Diilloo
12.Guumolee
13.Dubulluq
.
.
L. GUJII BAHAA
1.Adoolaa Reeddee
2. Annaa Sorraa
3. Booree
4. Daamaa
5. Girjaa
6.B/m Adoolaa Woyyuu
7. Haroo Wolaabuu
8. B/m Shaakkisoo
9. Shaakkisoo
10. Liiban
11. B/m Nageellee
12. Uraagaa
13. Waadaraa
14. Sabbaa Boruu
15. Gooroo Doolaa
16. Aagaa Wayyuu
17. Gumii Eldaaloo
.
.
M. BAALEE
1.Agaarfaa
2.Barbaree
3. Daawwee Qacin
4. Diinshoo
5. Gaasaraa
6. Gin'iir
7. Goobbaa
8. B/m Goobbaa
9. Gololchaa
10. Gooroo
11. Guurraadhaamolee
12. Harrannaa Bulluq
13. Dalloo Maannaa
14. Laga Hidhaa
15. Madda Walaabuu
16. B/M Roobee
17. Sawweenaa
18. Sinaanaa
19.Raayyituu
20. Daawwee Sarar
21.....
.
.
N. HARARGEE BAHAA
1.Baabbilee
2.Baddannoo
3. Cinaaksan
4. Dadar
5. Fadis
6. Gurawa
7. Gola Odaa
8. Gooroo Guutuu
9. Gursum
10. Haromaayaa
11. Jaarsoo
12. Qarsaa
13. Kombolchaa
14. Kurfaa Callee
15. Malkaa Bal'oo
16. Meettaa
17. Mayyuu Mulluqqee
18. Miidhagaa Tole
.....Beekii21