Neueste Beiträge von Harar Tube (@juhsu) auf Telegram

Harar Tube Telegram-Beiträge

Harar Tube
https://t.me/JUHSU
2,153 Abonnenten
688 Fotos
8 Videos
Zuletzt aktualisiert 10.03.2025 18:31

Der neueste Inhalt, der von Harar Tube auf Telegram geteilt wurde.

Harar Tube

01 Feb, 12:57

392

barattoota freshman hundaaf wanniin isiniin jechu barbaadu xiqqoo busy waaan taanef akka barbaanetti material isiin biraan gahu hin dandeenye garu solution tokko ni jira innis maali yoo jettan material kanaan duraa huunda ni argaan essa irra hi ni beeytu telegram keenya kessa bakka file jettu deemtani subject barbaadan search godhu qofaan buufachu dandessu
Harar Tube

29 Jan, 13:31

590

Gurbaan Inni law baratuu sun osoo qormaata hatuu qabamee gaafaa maalif hatta ittin jedhan...

Deebii murteessun dura bita mirga ilaalun dirqama jedheenii.😁
Harar Tube

29 Jan, 05:19

600

Durbi durii harka tokkoon
aannan Raafti.

Durbi Ammaa harka lamaan

Text caafti😒
Harar Tube

27 Jan, 15:22

652

Scammer!!

Mucaan username isaa kanaa gaditti argitan kun hattuudha!! Report godhaa account irratti cufsiisnaa!!

🔗👉user 🤖
Harar Tube

27 Jan, 12:26

628

Arsenal qeequuf ulaagaalee barbaachisoo  10😊
1. Qabxii 45 fi isaa ol qabaachuu!
2. Goolii qulqulluu 23 ol qabaachuu
3. Sadarkaadhaan lamaa gadi jiraachuu. Jechuun tokkoffaa yookiin zeeroffaa🙈
4. Goolii eegaa (goal keeper) akka David Raya qabaachuu
5. Taphataa urjii akka Bulloo saaqaa (Bukayo Saka) fuulduraa qabaachuu👌
6. Taphataa amala qabeessa akka Toomaas paartee ‘midfielder’rraa qabaachuu!
7. Taphoota darban keessatti goal torbaa fi isaa oliin kilaba Liverpool’n injifatamuu dhiisuu😃
8. Taphattoota mirxii akka Dachaasaa Roobaa(Declan Rice) fi Beenyaa Wayyeessaa(Benjamin White) qabaachuu😊
9. Primer league keessatti tapha tokkollee otuu hin injifatamin champion(🏆) ta'uu👌
10. Yoo xiqqaate jaalala kilabasaaf nama of fannisne (of ajj•eese) tokko qabaachuu🙈

Ammatti  kunumtuu gahaadha! Kutaa biraan bal'inaan hanga walitti deebinutti nagaan turaa🤝
Harar Tube

20 Jan, 05:57

969

#Komii_Janajanaa
Janajanaan sababa ethiotelecom gatii itti olkaaseen miidhamuu isii dubbatti.
Akka itti gaafatamtuun janajanaa #Aadde_packagen_halkanii _tan_qr-3 jettetti, Namoonni janaajanan erga ethiotel jireenya qaaleysee gadi bu'aa jiraachuu dubbatti.
Asumaanuu, Namoonni janajanuu barbaaddan yeroo keeysan qofa osoo hin taane qarshii teeysaniis wareeguu qabdan jetti Aadde voice packagen qr 3.
Harar Tube

20 Jan, 04:46

916

Kana beektu ? highest power in Ethiopian is milisha🛑
Harar Tube

19 Jan, 05:21

946

ሁሉም ነገር አሪፍ ይሆናል,
ምናልባት ዛሬ አይደለም ,አንድ ቀን
Harar Tube

18 Jan, 11:23

957

Dhugaan jiru kanuma @politician hin jedhin male
Harar Tube

17 Jan, 05:57

700

Psychology jimma university final exam