Harar Tube

@juhsu


JIMMA UNIVERSITY We hope you enjoy being part of this community !"
https://youtube.com/@harartube9?si=2ozGk3-87YWyqt
https://t.me/JUHSU

Harar Tube

22 Oct, 10:23


Gabadha reer Somaliland aad bay u fiican tahay bal aynu eegno sida ay u qurux badan tahay


#Somaliland ๐Ÿ‡ญ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ญ๐Ÿ‡บ

Harar Tube

22 Oct, 10:20


way qurux badan tahay

Harar Tube

13 Oct, 19:32


แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแˆฐแ‹ แˆแŠ•แŠแŒแˆจแ‹ แ‹ญแ‰…แˆญแŠ“ แˆˆแˆซแˆณแ‰ฝแŠ• แ‹ฐแŒแˆ˜แŠ• แˆแŠ•แˆฐแˆ›แ‹ แ‹จแˆแŠ“แแˆญแ‰ แ‰ตแŠ• แ‹ˆแŠ•แŒ€แˆ แ‹จแˆšแˆแˆจแŠ• แŒŒแ‰ณ แŠแ‹แŠฎ แ‹ซแˆˆแŠ•

ูŠุง ุฑุญู…ุงู†
โค๏ธ

Harar Tube

12 Oct, 17:55


#JIMMA

๐Ÿ’ซ Aviation Science and Aerospace Education at Jimma University is expected to start in 2017; However, to learn it, you are required to study freshman course in first semester and pre-engineering course in second semester.

โœจ We will provide you with more information in the future.

Harar Tube

11 Oct, 13:54


#Boontu Salih Hojjeettuu Mana Namaa(Madam) irraa baatee #Web_Developer tahuun dhaabbilee Awurooppaa fi Australiaf #Website hojjette๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜ณ

Yeroo baayyee ODUU Negative olantummaa waan qabuuf miidiyaa hawaasaa kanarraa warra akkanaa hedduu dhageenyee hin dinqisiifannu ykn vidiyoo ishee waliif hin erginu๐Ÿ˜
#Bontuun Harargee irraa kaatee biyya Gibxii Kaayiroo deemuun gara Awurooppaa imaluuf ture garuu sun tahuu hin dandeenye abjuun ishee hafee hojjettuu mana namaa ykn Mana Madam taate garuu achi keessa turuu hin filanne.

#Boontuun addunyaa kana irratti maal hojjedheen jijjirama jechuun yaaddee hojiitti seente isa dura garuu of gahoomsuun qaba jechuun barnoota #Online eegalte. Gama #Youtube, #Coursera, #Udacity seenun barnoota #Programming eegaltee amma of dandeessee Website tolchuu eegalteetti.

Hubadhaa isa dura Boontuun beekumsa Kompuutaraa homaa hin qabdu turte. Boontuun karoora gurguddaa qabdi hanga yoonaa Website 3 dhaabbilee gurguddoof dalagdeetti ajab hin jettaniiree?

Maal irraa barannaa.. .?

Harar Tube

09 Oct, 19:47


#University tana kessa namni jiru mallatto tan xuqu qabaa โค

Harar Tube

09 Oct, 19:46


African rank 75

Harar Tube

09 Oct, 19:33


Top university in ETHIOPIA ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

Harar Tube

09 Oct, 06:58


โ˜‘๏ธBreaking News

โ˜‘๏ธแ‰ฐแˆซแ‹แˆž แ‹จแŠแ‰ แˆจแ‹ แ‹จ2017 แ‰ตแˆแˆญแ‰ต แ‹˜แˆ˜แŠ• แˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แŒฅแ‰…แˆแ‰ต 14 แŠฅแŠ“ 15 แ‹จแˆšแŠซแˆ„แ‹ต แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹ แŠ แˆณแ‹แ‰‹แˆแข

Harar Tube

08 Oct, 18:22


แ‰ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹‰ แ‹จแˆšแˆฐแŒก แ•แˆฎแŒแˆซแˆžแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ตแฃแ‹จแˆ˜แˆ˜แ‹แŒˆแ‰ขแ‹ซ แŽแˆญแˆ แŠฅแŠ“ แ‰ แŠฆแŠ•-แˆ‹แ‹ญแŠ• แˆˆแˆ˜แˆ˜แ‹แŒˆแ‰ฅ แ‹จแˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ตแŠ• แˆ›แˆตแˆแŠ•แŒ แˆชแ‹ซแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแŒ แ‰€แˆ™๐Ÿ‘‡

All Program List: https://ju.edu.et/wp-content/uploads/2024/09/All-PG-programs-Magazine-JU-Registration-Oct-2024.pdf

Application Form: https://ju.edu.et/wp-content/uploads/2024/10/Postgraduate-Application-Form.pdf

Online Application Link: https://portal.ju.edu.et/

Harar Tube

08 Oct, 16:05


#Qabxii_Darbiinsa_Remedial

Bara barnootaa 2017tti Sagantaa Sirreeffama irratti hirmaachuuf Qabxiin darbiinsaa murtaaโ€™eera.

Haala kanaan barattoonni bara 2016 qormaata baโ€™uu biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii baayโ€™ina gosoota barnootaa qoratamaniin dhibbeentaa 31% fi isaa ol galmeessan filannoo hundaan (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) sagantaa sirreeffama kana irratti hirmaachuu akka dandaโ€™an himameera.

๐Ÿ‘‰Natural Fii Social Dhiiraaf
             โœ…204
๐Ÿ‘‰Natural fii Social dhalaaf
            โœ…192

Harar Tube

08 Oct, 06:53


#แแ‰ตแˆ…_แˆˆแŒ…แˆ›_แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ_แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ

โ˜‘๏ธแ‹จแŒ…แˆ› แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แˆ˜แŠจแˆซ แŠจแ‰€แŠ• แ‹ˆแ‹ฐแ‰€แŠ• แŠฅแ‹จแ‰ฐแ‰ฃแ‰ฃแˆฐ แˆ˜แ‰ทแˆ แŠจแŠขแ‰ตแ‹ฎแ’แ‹ซ 2แŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒแŠ• แŠจแˆšแ‹ญแ‹ แ‰ตแˆแ‰… แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‹จแˆ›แ‹ญแŒ แ‰ แ‰… แŠแŒˆแˆญ แŠฅแ‹จแ‹ฐแˆจแˆฐแ‰ฅแŠ• แ‹ญแŒˆแŠ›แˆ แ‹ญแˆแŠ• แ‰ แŒŠแ‹œ แˆ‚แ‹ฐแ‰ต แ‹ญแˆตแ‰ฐแŠซแŠจแˆ‹แˆ แ‰ฅแˆˆแŠ• แ‹จแˆแŒแ‰กแŠ• แŠฅแŠ“ แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‰ฝแŒแˆฎแ‰ฝแŠ• แ‹แˆ แˆตแŠ•แˆ แŠ แˆแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แŒญแˆซแˆฝ แ‰ แŒŠแ‹œแ‹ซแ‰ฝแŠ• แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŠ“ แ‰ แŠฅแ‹ตแˆœแ‹ซแ‰ฝแŠ• แˆ‹แ‹ญ แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒซแ‹ˆแ‰ฑแ‰ฅแŠ• แ‹ญแŒˆแŠ›แˆแค แˆˆแ‹šแˆ… แ‰ฝแŒแˆฉ แ‹ฐแŒแˆž แ‹จแŠ แˆ˜แˆซแˆญ แŠฅแŠ“ แ‹จแˆตแˆซ แŠ แˆแƒแ€แˆ แ‰ฝแŒแˆญแŠ•แŒ‚ แ‹จแŒ…แˆ› แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แˆˆแ‰ฅแ‰ปแ‹ แŠจแˆŒแˆŽแ‰น แ‰ฐแˆˆแ‹ญแ‰ถ แ‹จแ‰ฐแŒ‹แˆแŒ แ‹ แ‰ฝแŒแˆญ แŠ–แˆฎ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆ แˆ†แŠ–แˆ แŠ แˆแŠ• แˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰ฐแˆˆแ‹ญ แ‹จแŒคแŠ“ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แŠจแ‹ˆแŒก แŠจ3แ‹ˆแˆญ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆแŠ—แ‰ธแ‹‹แˆ แ‰ แ‹›แˆ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‰ แŒŠแ‹œ แˆ˜แˆ˜แˆจแ‰… แŠฅแ‹ซแˆˆแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŠจแ‰ฃแ‰พแ‰ปแ‰ธแ‹ 1แŠ แˆ˜แ‰ต แ‹ˆแ‹ฐแŠ‹แˆ‹ แ‰€แˆญแ‰ฐแ‹‹แˆ แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แ‰ฐแ‰ปแˆˆ แแŒฅแŠแ‰ต แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹ แ‹ซแˆˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‹จแ‰ แŒ€แ‰ต แ‰ฝแŒแˆญ แ‰ แˆแŠ•แˆ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‰€แˆญแŽ แ‰ แ‰ถแˆŽ แ‹ˆแ‹ฐ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแˆตแŒˆแ‰ฃ แˆตแŠ•แˆ แŠฅแŠ•แŒ แ‹ญแ‰ƒแˆˆแŠ•แข

โœ๏ธแ‹จแ‰ฐแˆ›แˆชแŠ• แŒ‰แ‹ณแ‹ญ แŠ แŒ‰แˆแ‰ถ แˆŠแŒ แ‹ญแ‰… แŠฅแŠ“ แˆŠแˆŸแŒˆแ‰ต แ‹จแˆšแŒˆแ‰ฃแ‹ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆช แˆ…แ‰ฅแˆจแ‰ต แ•แˆฌแ‹แ‹ณแŠ•แ‰ต แˆแŠ– แˆณแˆˆ แˆซแˆณแ‰ธแ‹แŠ• แŠจแ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹ แŠ แˆ˜แˆซแˆญ แŒŽแŠ• แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แŠ• แˆตแˆแŒฃแŠ• แ‰ แ‹แˆแ‰ณ แŠฅแŠ“ แŠจแ‰ฐแˆ›แˆช แŒŽแŠ• แ‰ฃแˆˆแˆ˜แ‰†แˆ แˆˆแˆตแˆ™ แŠ แˆ‰ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰ฃแˆ‰ แˆ˜แ‰€แˆ˜แŒฃแ‰ธแ‹แŠ• แˆแˆ‹แ‰ฝแŠ•แˆ แˆ˜แ‰ณแ‹˜แ‰ฅ แŠจแŒ€แˆ˜แˆญแŠ• แˆฐแŠ•แ‰ แ‰ตแ‰ แ‰ต แ‰ฅแˆˆแŠ“แˆแค แˆ†แŠ–แˆ แŠ แˆแŠ•แˆ แŒŠแ‹œ แŠ แˆˆแŠ“ แ‹จ4แ‹ˆแˆญ แ‰ตแˆแˆญแ‰ต แ‰ 45 แ‰€แŠ• แˆ˜แˆ›แˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰†แˆแŠ“ แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆช แˆ˜แ‰ฅแ‰ถแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠจแ‰ แˆฉ แ‰ แŠ แŒแ‰ฃแ‰ก แˆตแˆซแ‰ฝแˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแˆฐแˆฉแŠ“ แ‰ แ‰ตแŠญแŠญแˆ แˆ€แˆ‹แŠแŠแ‰ณแ‰ฝแˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‹ˆแŒก แŠฅแŠ•แŒ แ‹ญแ‰ƒแˆˆแŠ• แˆ˜แˆตแˆซแ‰ต แŠซแˆแ‰ฐแ‰ปแˆ แ‹ฐแŒแˆž แ‰ฐแˆ›แˆชแŠ• แŠจแˆ›แˆตแˆˆแ‰€แˆต แˆ˜แˆแ‰€แ‰… แ‹จแ‰ฐแˆปแˆˆ แˆ˜แแ‰ตแˆ„ แŠแ‹แข

โœ”แˆ€แˆณแ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ต แŠซแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠจแˆตแˆญ แŠฎแˆ˜แŠ•แ‰ต แˆ˜แˆตแŒซ แ‰ฆแ‰ณ แˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ญแˆ แŒแˆฉแ• แˆ‹แ‹ญ แˆ€แˆณแ‰ฃแ‰ฝแˆแŠ• แˆ˜แŒแˆˆแ… แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแข

#Justice_for_Jimma_University Students .

Share share๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
แˆˆแ‰ฐแŒจแˆ›แˆช แˆ˜แˆจแŒƒ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ™จ๏ธ โ™ฆ๏ธ@jufirstyear  โ™จ๏ธ
โ™จ๏ธ โ™ฆ๏ธ@jufirstyear  โ™จ๏ธ
โ™จ๏ธ โ™ฆ๏ธ @jufirstyear โ™จ๏ธ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
For comment ๐Ÿ‘‰@Jufirst_bot๐Ÿ‘ˆ

Harar Tube

07 Oct, 18:27


Haqa barattoota university jimmaatif                                                   Justice for the students of Jimma University
แแ‰ตแˆ… แˆˆแŒ…แˆ› แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ

Harar Tube

07 Oct, 17:28


Haqa barattoota university jimmaatif                                                   Justice for the students of Jimma University
แแ‰ตแˆ… แˆˆแŒ…แˆ› แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ

Harar Tube

07 Oct, 16:10


Komii Barattoota Yunivarsiitii Jimmaa.

Yunivarsiitiin Jimmaa waggoota hedduudhaaf barattoota baayyee mummeewwaan barnootaa garaagaraatiin Barsiisee Eebbiisiisaa tureera.

Yunivarsiitichi bartoota qaxalee Abdii biyyaa ta'an qulqullina barnootaa gaha taheen omishee baasaa tureera.

Haa ta'u male wayita kana Barattoonnii yunivarsiitichaa komii isaanii dhiheeffachuu irratti argamu.

Komiin isaaniis hanga hammaatti waamichi taasifameef akka hin jirree fi keessumayyuu barattoonni Damee fayyaa barattoota yunivarsiitii Kan biroo irraa waggaa tokko boodatti hafanii akka jiranii fi miidhamaas akka jiran heeran.

Halli keenninsa barnootaas hedduu boodatti Kan hafeefi guyyaa waamichaas sababaa hin beekkamneen guyyaa hin beekkamnetti akka dabarsanis dubbatan.

Kanaafuu barattoonni kunneen "miidhaa cimaadhaaf saaxilamaa jirraa haalli baruuf barsiisuu yunivarsiitichaa toora dhabee jiraa,kun ammoo erga muudachuu jalqabee waggoottan 3 lakkoofsiiseeras"jechuudhaan komii isaanii dhiheeffatan.

Egaa dhimmi kun xin-sammuu barattoota kana miidhaa akka jiruu fi booddeettis akka isaan hambisaa jiru yaada barattoota irraa hubatameera.

Kanaafuu qaamni dhimmichi ilaallatu deebii itti Nuuf haa laatus jedhan.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก

Harar Tube

06 Oct, 18:49


"As Finfinneetti miti kirkirri lafaa kan uumame. Dambalichi lafa jalaa imalee as gaโ€™e malee kirkirri kan mudate Awaashitti yommuu taโ€™u Rekter Iskeeliidhaa 4.9 taโ€™a" - Dr. Eliyaas Leewii

Yuunivarsiitii Finfinneetti Daarektarri Ji'oo Fiiziksii fi Saayinsii Hawaa Doktar Eliyaas Leewii Televijiinii biyyalessaaf ibsa kennaniin

"Akka odeeffannoo hanga ammaatti argameen kirkirri lafaa kun kan mudate as Finfinneetti osoo hin taane, Awaashitti.

Garuu lafa jala deemee as Finfinneefi bakka adda addaatti dhagahamee gamoo raase.

Iskeelii Riiktarii 4.9 kan taโ€™u kirkirri Awaashitti mudate kun gaara Fantallee  jedhamurraa hanga naannoo Matahataatti  kan dheeratudha.Odeeffannoon hanga ammaa jiru kana fakkaata.

Ummanni tasgabbaa'uu qaba. Sirriidha, dhaga'amuu danda'a garuu dhiheenyatti miti

Odeeffannoo dabalataa akkuma arganneen isin beeksifna. โ€œ Jedhan.

Kirkirri lafaa kun Itoophiyaa bakkoota garaa garaatti dhagaโ€™amaa akka jiru jiraattoonni miidiyaa  himaa jiru.

https://t.me/Jimmatube1

Harar Tube

06 Oct, 18:29


๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป ๐Ÿ‘‰Waa'ee kirkiraa lafa nutti hima me naannoo keessanitti.........
Yaa rabbii nu tiksii๐Ÿคฒ๐Ÿ˜ญ


๐Ÿ‘‰ษขแด€สŸแด€แด›แด€ ส€แด€ส™ส™ษช แดกแด€ษดษดษช แด‹ษชส€แด‹ษชส€แด€ สŸแด€า“แด€แด€ แดŠแด‡แด…สœแด€แดแด‡ สœษชษด แดŠษชส€แดœ ษดแดœ ส™ษชส€แด€ ษดแด€ษขแด€สแด€แด€ Akka #NAANNOO KEENYATTI ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ถ ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ธ๐—ถ๐—ฟ๐—ธ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ ๐—น๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—บ๐˜‚๐—ฑ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚ ๐—ฐ๐—ผ๐—บ๐—บ๐—ฒ๐—ป๐˜ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚ ๐—ป๐—ถ ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚

Harar Tube

06 Oct, 18:29


Si irrechaaf finfinnee dhaqe kirkiraa lafaati si mudate
#magan me warri irrechii irree keenya jedhu san essa jira amma ?