Neueste Beiträge von Harar Tube (@juhsu) auf Telegram

Harar Tube Telegram-Beiträge

Harar Tube
https://t.me/JUHSU
2,153 Abonnenten
688 Fotos
8 Videos
Zuletzt aktualisiert 10.03.2025 18:31

Ähnliche Kanäle

Freshman exams
89,654 Abonnenten
Dirree Barnootaa
17,150 Abonnenten

Der neueste Inhalt, der von Harar Tube auf Telegram geteilt wurde.

Harar Tube

25 Feb, 13:16

500



🎉 𝗛𝗲𝗿𝗲 𝗶𝘀 𝘆𝗼𝘂𝗿 𝗶𝗻𝘃𝗶𝘁𝗲 𝗹𝗶𝗻𝗸 🎉 do make money

🔗 https://t.me/AliboMarketbot?start=6546829611

_Copy this link to invite others and help them join the Alibo Market community!_ 📲
Harar Tube

19 Feb, 17:03

888

Qoosa akkam nama kofalchiisu utuu qoosteyyu deeggartoota Yunaayitid fi warra left channel kolfisiisu hin dandeessu 💔😂



15 FC
Harar Tube

19 Feb, 14:57

755

𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐫𝐞𝐦𝐞𝐝𝐢𝐚𝐥𝐢𝐭𝐢𝐟
Harar Tube

19 Feb, 07:44

548

NAMA NAMALEEFI HARAMA ANAMALEE:
Haramaa (weeds) maqaan isaa "ana-malee" jedhamuutu jira. Akkuma haramoota "Ardi-fasaad; Qoree Wayyaanee kkf" badii malee bu'aa hin qabu. Haramaan kun bakka itti biqilee ofumaaf sanyii ykn gosa isaa qofa waan babal'isuuf haramaan biroo biratti hin qabatu ykn hin magaru, biqilus hin guddatu anamaleen ukkaamsee qancarsee of keessaa balleessa waan ta'eef. Bakka haramaan anamalee jiru haramaan biraa tokkolleen isa bira hin jiru. Anamaleen uumamni isaa ana malee fakkaataan biroo jiraachuu hin qabu jedhee waan amanuuf biqiltoota gosa haramaa kamiiyyuu danda’ee hammatee waliin jiraachuu hin danda’u. Haramaan kun nyaata beeyladaatiif hin oolu. Haramaan kun laafaa waan ta'eef tajaajila manaan haxaawwachuufis hin tahu. Horiin kamuu isa hin nyaatu. Harrelleen hin nyaattu. Haramaa namaleen dafee bada, hiddi isaatis lafatti gad hin hidhatu laafaadha, umriin isaa gabaabaadha. Haramaan anamaleen mataan baala qabaatus jirma qaama nama quuqu waan qabuuf tajaajila ciisichaa ykn afataafis hin oolu. Haramaa biraa bu'aa qabuufi beeyladaan nyaatu ni balleessa; Bishaan yoo roobes dafee biyyaa keessaa xuuxa; Dachiin inni irratti biqilu hin laaffattu bishaan waan xuuxuuf akka waan irra damaaddamamtee ykn sirbamtee ni jabaatti; Daraaraa isaatis kanniisni irra qubatee hin fuudhu; Baalaafi qaamni isaatis yoo keessa dahoof ykn dhokachuuf seentes dafee waan kufuuf ykn cabuuf dahoo namaaf tahuu hin dandahu. Haramaan anamaleen foolii, bifa, dhaabbii, daraaraa, firii, kkf bu'aa nama hawwatuufi fayyadu tokkollee hin qabu. Haramaan kun bubuqqisaa ooltus takka qabannaan sanyii isaa bakkatti balleessuuf baay'ee ulfaataadha.
Namni ilaalcha, jechaa fi gocha Ana malee, Anaaf maleefi Anaan malee qabus akkuma haramaa anamalee namoota hammatee jaalalaan waliin jiraachuu hin danda’u. Nama isaan dorgomu ykn ana caala jedhee ofirraa shakku hunda kallattiin ykn alkallattiin dhabamsiisuu yaada. Anaan malee hin roobin, hin margin, hin firaa'in waan jedhuuf milkaa'inaafi gaarummaa inni keessa hin jirree kamuu jibbuun naannoo isatti akka lafa hin qabanne taasisuu yaala. Wanti inni keessa hin jirre ykn maqaa itti hin arganne akka toltu hin fedhu. Milkaa'inaa fi injifannoon isaan malee ykn inni hin hirmaatin akka baddu ifaaja.
Anamaleessummaan naqarsaa namoomaa, obbolummaa, tokkummaa, haqummaa, gaaromaa, badhaadhinaa, qaroominaa fi milkaa'inaa waan ta'eef hundi keenya hanga dandeenyu ofirraa balleessuu fi namoota nutti dhihoo amala akkanaa qabanis tarsiimoon dhukkuba kanarraa fayyisuu qabna. Anamaleen namaa diina heera Uumaati. Hariiroo Uumaafi uumamaatiifis qormaata. Qajeeltoon Namoomaa furmaata.

Qajeeltoo Namoomaa
Furmaata Dhala Namaa
Harar Tube

19 Feb, 07:42

406

Harar tube si gammachiisa hin jiru taanan Please hin dabbaramini leftout Please ???!
wahiifin jedhe Please
Harar Tube

18 Feb, 11:29

1,861

Jechoota barattoota #University
#Cafe/Cafeteria
#Dorm
#Dormate
#Class I'm
#Classmate
#Lecture
#Lecturer
#Ppt/power point
#Pdf
#Word document format
#Bagtera
#Chikela
#Block/floor
#Presentation
#Defense
#Dormiter/Procter
#Nani
#Senior
#Junior
#1st year,2nd year,...
#Gc/graduation class
#Gena wored/fresh student
#Female and dormitor(2T)
#Therefore
#Doke
#Space
#Class
#Dige
#Launch
#Module
#Handout
#Schedule
#Meal card
#ID card
#Withdraw
#Non cafe
#Cafe mesekel!
#Library
#Grade
#CGPA
#Chekay
#Keleme
#A,B,C,D,F,fx,and etc,grade reporting way
#Tension
#Tension box
#Ticker
#Batch
#Bule
#Half Life
#Wifi
#Chick
#Fresh food like cake,filafil,sandwitch and ertib.
#Demonistration
#Registerial office
#Student service
#Dean or Head office
#Campus police
#Department head or head of department.
#Sport head
#Dstv
#Entrance and exit exam.
#Freshman course and Department course.
#Department
#Birr/Dollar/Cala/money
#Ground
# + one
# +two
Harar Tube

18 Feb, 11:18

260

https://www.facebook.com/profile.php?id=61558169067452
Harar Tube

18 Feb, 08:53

437

Carraa ajaayibaa tokkoon isinif kennu deema of qophessi nama carraa san argatu iddoo kana tuqi tilmaami ➜ tg://settings/
Harar Tube

17 Feb, 19:37

364

Barataa #BarisoSultan Gosa ogummaa fayyaa,
(school of medicine),department Anesthesia dhaan wallaggaa yuniversitii irraa kan ebbifameedha,
GPA(Grade point average)3.96 fiduun meedaliiya fi Geeba fudhachuun ebbifamee jira,Eebbaa kana wanti adda godhu department kanaan bachi jalqabaatiin warra ebbifameedha.

Qamaanee qaraanee wallaggaatti waancaa fuune!💥✌️mirqaantoonni qofti
Harar Tube

17 Feb, 19:12

342

👉Etan nwaneeri taphattoota umurii 21 gadii liigota  Awurooppaa keessaa  jiraan hundaa waliin yeroo madalamuu daqiiqaa 90 keessatti goolii/assist  olaanaa qaba💫


Mucaan kun Arsenaalif abdii guddaadha 🔥