Alexoo's Press

@jesusislordalways


This channel brought you news from different sources ..you will get legit news...stay tuned

Alexoo's Press

07 Oct, 13:34


Beeksisni Mo'a Tv is baase kun namooti isin ilaallatù dorģomaaa

Alexoo's Press

21 Sep, 12:33


Waamicha Barattoota Mattuu yunvarsiitii Barattaniif‼️
Guyyaan galmee Barattoota Buleeyyii kan bara 2017 Fulbaana 20 fi 21 dha.

Alexoo's Press

20 Sep, 18:58


Hamster Kombat Marsaan 1ffaan xumurame. Marsaa 2ffaa eegaleera. Ilaalladhaa. Guyyaa 5 booda gabaatti baha.

Alexoo's Press

19 Sep, 14:06


Wollo Yunvarsiitiin barattoota buleeyyii (UG and PG) Fulbaana 10 fi 11tti waame. Fulbaana 13 barnootatu eegala.

Alexoo's Press

18 Sep, 15:59


Kutaa 12ffaa barattoota qoramaniif.
Yunvarsiitiin Finfinnee Barattoota qormaata Bara kanaa kutaa 12ffaa qabxii darbinsaa 500 ol fidaniif barattoota 200f carraa barnootaa kennuuf jedha. Haaluma kanaan barattootni qabxii darbiinsaa 500 ol fiddan qormaata seensaa qoramuun deemtanii carraa kana akka fayyadamtan jenna.
Madda : FBC

Alexoo's Press

18 Sep, 15:26


Baankiin daldala Itiyoophiyaa isin biraa Mobile Bank n isaa dalagaa jiraa?

Alexoo's Press

18 Sep, 10:37


Beeksisa qacarrii kana itti fayyadamaa... beeksisa Qacarrii biroo akka baheen isin biraan geenyaa Channel kana hordofaa namoota isaan ilaallatuus add itti godhaa

Alexoo's Press

15 Sep, 06:31


#Guyyaa Galmee bara 2017 Barattoota dhaabbilee barnoota Ol Aanootiif!!

➦Miizan Teeppii=Fulbaana 13/2017
➦Waraabee=Fulbaana 20-21/2017
➦Dambi Doolloo=Fulbaana 22-23/2017
➦Waldiyaa=Fulbaana 27-28/2017
➦Wallaggaa=Fulbaana 20-21/2017
➦Samaraa=Fulbaana 09-10/2017
➦Salaalee=Fulbaana 20-21/2017
➦Waraabee=Fulbaana 20-21/2017
➦Adaamaa=Fulbaana 21-22/2017
➦Qabridahar=Fulbaana 20-21/2017
➦Wachaamoo=Fulbaana 27-28/2017
➦W/Sooddoo=Fulbaana 10-11/2017
➦Walloo=Fulbaana 10-11/2017
➦Diillaa=Fulbaana 19-20/2017
➦Waraabee=Fulbaana 20-21/2017
➦DirreDawaa=Fulbaana 08-10/2017
➦Boongaa=Fulbaana 07-08/2017
➦Jimmaa=Fulbaana 20-21/2017

Alexoo's Press

14 Sep, 16:37


HamsterKombat Tapha jedhamu taphataa warri turtan baga Gammaddan jechaa ...baayyeen keessan dhiistanii turtan waan hafe sinitti fakkaatee...Amma garuu gabaatti bahuuf guyyaa 10 qofatu hafe jedha hooggannaan isaa. Namooti Miliyeena 200 ol kan taphatan yoo tahu kana keessaa seera eegee kan taphate Miliyeena 80 hin caalu jedha🙄. Maalumaafuu itti deebinee guyyaa hafte kanaaf haa hojjennu

Alexoo's Press

13 Sep, 13:41


==Beeksisa Hojii==
Kalaqan Entertainment ogeessoota armaan gadii dorgomsiisee qacaruu barbaada. Namoonni gita hojii kana irratti dorgomuu barbaaddan karaa telegram channel keenyaa nu qunnamuu dandeessu. Guyyaan Galmee Sep 18 / 2024 xummurama.

Alexoo's Press

13 Sep, 13:22


Beeksisa Waamichaa Dambidoolloo Yunvarsiitii Barattoota achii barattaniif.. waliif qoodaa

Alexoo's Press

10 Sep, 14:17


Feenet Asmaamaw Jedhamti. Gudina Gujii Lixaa magaalaa Bule Horaa irraa qormaata Bara kanaa 600 keessaa 541 fiduun qabxii Shamarree qabxiiolaanaa galmeessitedha👏👏

Alexoo's Press

10 Sep, 06:24


Barattoonni kutaa 12ffaa Mana Barumsaa Addaa Yunvarsiitii Mattuu, Yunvarsiitii Dambidoolloo, Yunvarsiitii Amboo ,Yunvarsiitii Arsii fi Mana barumsaa addaa Adaamaa Guutummaa Guutuutti darbaniiru 👏👏

Alexoo's Press

10 Sep, 05:44


Amma seeraan mullisaa jiraa ilaalladhaa warri isin dide muraasa keessan siniif ilaalla garuu websaayitii kanaan seena ayaalaa ni hojjeta amma 👉 https://oropreach.com/2024/09/09/grade-12-national-exam-student-result-20162024/

Alexoo's Press

10 Sep, 04:58


Oduu Gammachiisaan: Barattoonni mana barumsaa Bultii Addaa WMO, Adaamaa guutummaa guutuutti qoruma kutaa 12ffaa darbaniiru jechuun 100% 👏👏.
Uummanni Oromoo baga Gammaddan.
Addumatti immoo barattoonni baayyeen qormaata Herregaa, Fiiziksii fi Keemistirii 100/100 deebisuun adda nama jechisiisa.
Walumaa Galatti Barattoonni qabxiin keessan gaarii hin taanes tasgabbaahaa isin duwwaa miti akkuma biyyatti dha waan taheef.

Salphisaa ilaalaa of hin jeeqinaa jenna.

Alexoo's Press

09 Sep, 21:54


Hubachiisa: hanga Yoonaatti guutuu guutuutti Agarsiisaa hin jiru. Namoota tokko tokkoti ilaallate malee... Sababiin isaa immoo namoota baayyeetu yaalee Busy godhaa jira Server
Kanaaf namoota siniif ilaaluuf qarshii isin gaafataniin hin goyyoomiinaa.tasgabbiin Link nuti gubbaa irra siniif keenyeen yaalaa

Alexoo's Press

09 Sep, 21:40


Tartiiba isaa asiin dubbisaa yaalaa yoo isin dide Maqaa keessaniif Reg No keessan Kan namoota muraasaa yoo free tahe ni ilaalla...ammaaf asiin yaalaa 👉 https://oropreach.com/2024/09/09/grade-12-national-exam-student-result-20162024/

Alexoo's Press

09 Sep, 21:33


Obsaan eegaa yaalaa amma mullisuu eegalaa jiraa

Alexoo's Press

09 Sep, 19:54


Kutaa 12ffaa Namooti Qoramtan Firii Qormaata keessaniu tartiiba kana hordofuun ilaallachuu dandeessu sa'atii 6 irraa eegaltanii 👉 https://oropreach.com/2024/09/09/grade-12-national-exam-student-result-20162024/