Mammaaksaa fi Jechamoota. @jechama Channel on Telegram

Mammaaksaa fi Jechamoota.

@jechama


Mammaaksota, jechamoota fi gorsaalee tokko tokko.

Mammaaksaa fi Jechamoota (Afan Oromo)

Jechama isa qabu, mammaaksota fi gorsaalee tokko tokko jechamaafi jerrummaa akka qaban jechamaatti akka barauneen dura ta'e hubachuu dandeessisuuf gorsaalee tokko tokko isa qindeessiin akka itti fayyadamu. Mammaaksota fi jechamoota bara baraa hin yaadamiin, of daangaa sababaatti nu gaddisiisa. Duwwaalee hundumaa, qabsoon itti fufsiisan kana dura dambii isaatti itti fudhatamee, deebii akka hojii isa harka kennamuu danda'uuf jechamaafi jerrummaa achitti fayyadamu. Keessumaa, jechama isa biraanuu gorsaalee itti fayyadaman kana qunnamtii isaatti akka hojii isa kennamuuf jechamaafi jerrummaa isa dura ta'e hubachuu dandeessisuuf akka itti fayyadamu. Jechama, mammaaksaa fi jechamoota isa duraa hubachuu dandeessisuuf akka gorsaalee isaatti fayyadamuu dandeessisuuf kana irraa kan hin fakkaatu.

Mammaaksaa fi Jechamoota.

04 Oct, 05:22


Diversity Visa 💳

Mammaaksaa fi Jechamoota.

25 Aug, 13:49


彡• Fiigee fiigee kormi sangaa ta'a.

彡• Fooliin gaariin kannisa harkisa.

彡• Abbaanuu hin gallee, fardaaf booyyanni.

📮@jechama

Mammaaksaa fi Jechamoota.

25 Aug, 13:49


彡• Adda baane jedhe namtichi furrii fudhatee.

彡• Lagaatu walitti yaa'a malee garaan walittii hin yaa'u.

彡• Niitiin gadheen, dhiirsa hamatti.

📮@jechama

Mammaaksaa fi Jechamoota.

09 Jul, 01:07


⭐️ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa.

#Abdiisa

Link :
https://t.me/major/start?startapp=377096201

Mammaaksaa fi Jechamoota.

17 Jul, 10:46


#Sobni soba, Dhugaan dhugaa!💭

#Sobani xiqqoo takkittiin, Soba hedduu dabalataan akka sobdu si taasifti, waan sobde sana irraa of ittisuuf dirqamtee sobada, garuu sobaan dhugaa ittisuu hin dandeettu.

#Sobni xiqqoon sharafa namaa xiqqeessitee kiiloo namaa buufti " Ani kan na gaddisiisu, na kijibuu kee osoo hin taane, amma booda si amanuu dhabuu kooti" jedha Friedrich Nietzsche. Erga takka nama sobanii dhugaa namaas yeroo hunda gaaffi keessa galti, akkuma Qoutlr jedhe "Nama si amanu hin sobin, Nama sobus hin amanini"

#Warri Dhugaa jirtu siif himu warra si jaalatu. Warronni waan ani ati barbaaddu qofa sitti himan kanneen of jaallattaniidha.

#sobni_Aad-malee

Mammaaksaa fi Jechamoota.

12 Jul, 10:24


💡Mammaaksaa fi Jechamoota.

彡• Jarjaraan horii gata.

彡• Namni akkaataa fardaa beeku ulee fardaa hin bobessu.

彡• Abbaa dhokseetu akaakayyuu himata

Mammaaksaa fi Jechamoota.

12 Jul, 05:53


#Namni tokko waa'ee umrii isaa akka sobaa jiru yoo sitti dhagahame, bara kam keessa akka dhalate gaafadhu.Yoo soba ta'e herrega hojjete siif hima, yoo dhugaa dubbate garuu battalumatti sii deebisa.😉

💡💡#Jechamaafi_gorsa_jireenyaa

Mammaaksaa fi Jechamoota.

12 Jul, 04:55


#Namoota dogongora hojjettanitti hin aarin. Itti aartee loluun kee dogoggora akka hin hojjenne isaan hin barsiisu, wanni isaan barsiisu yoo jiraate, waan balleessan dhoksuu qofa isaan barsiisa. Kanaaf caalaatti sammuu banaa godhii, caalaatti itti yaadi.

💡#Jechamaafi_gorsa_jireenyaa

Mammaaksaa fi Jechamoota.

05 Dec, 07:03


📢 Hayyuu tokkootu waa dubbate;

"Addunyaan tuni Asoosama hin goolabamin ta'uun isii dhugaadha, inni humna qabu, laafessa miidhee, akkuma kanatti waan xumuura argatte haftu hin fakkaatu"
jedhe

Mammaaksaa fi Jechamoota.

21 Nov, 06:04


彡• Eelan, Eelee dhaabatan.

彡• Sossobbiin madaa hin foyyessu.

彡• Yoo hundas dubbatan, garaan duwwatti hafa.

Mammaaksaa fi Jechamoota.

21 Nov, 06:04


彡• Afaan gaarin, afaa gaari caala.

彡• Kan ilkaan hin qabne, akaawwii hawwiti.

彡• Firri dhufe jadhanii, dhabaa hin dhalanii.