🌙 Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Haramaayaa hundaaf baga baatii kabajamaa fi guddaa ta'e Ramadaan nagaan geessan.
Baatiin kun kan walii yaaduu, wal kabajuu,fi wal jaallachuu nuuf haa ta'u.
Baatii guddaa kana warra rakkatan gargaaruun, waan qabnu walii qooduun, yeroo keenya ibaadaa keessatti akka dabarsinu dhaamsa keenya.
Dilliin keenya kan ittiin haqamu, hawwiin keenya kan itti milkaa'u nuuf haa ta'u.
Irra deebi'uun Ramadaan Mubaarak! 🌙✨
Fenet A/Rahman (HUSU vice-President)