FOCUS ASTU (@focusastu) के नवीनतम पोस्ट टेलीग्राम पर

FOCUS ASTU टेलीग्राम पोस्ट

FOCUS ASTU
JAALALA ARGISIISUU FI DEEBI'EE DHUFUU KRISTOSIIN LALLABUU.
“Nama Waaqayyoo ta'uu keessaan obboloota jaallachuu, obboloota jaallachuu keessaan nama hundumaa jaallachuu argisiisaa!”
— 2Phe. 1:7
Fellowship of Oromo Christian ASTU students
1,265 सदस्य
474 तस्वीरें
10 वीडियो
अंतिम अपडेट 09.03.2025 02:53

समान चैनल

The words of eternal life
7,781 सदस्य
Scholastic Freshman News
2,432 सदस्य

FOCUS ASTU द्वारा टेलीग्राम पर साझा की गई नवीनतम सामग्री

FOCUS ASTU

25 Feb, 06:13

195

https://www.tiktok.com/@focusastu?is_from_webapp=1&sender_device=pc
FOCUS ASTU

25 Feb, 06:04


FOCUS ASTU pinned «#FOCUS_ASTU_ID_Information_Form 📌Akkuma yeroo darbe isin beeksifnee turre tokkummaa keenya keessatti karaa baayee kan nu gargaaru danda'u, waraqaa eenyummaa ykn ID barataa miseensa tokkummaa felooshippii FOCUS ASTU keessa jiruuf qopheessaa akka jirrudha. 📌»
FOCUS ASTU

23 Feb, 20:29

307

🤝#FOCUS_ASTU_with_ASTUECSF
  “Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!”
  Far. 133:1
📌Waaqayyo isa akka kanatti hojii isaa hojjechuutti wangeela  isaa dhugaa lallabuuttis  tokkummaa nuyi  obboloota keenya fellowshippii ASTUECSF waliin qabnu akka jabaatuu fi guddatu godheef galanni guddaan haa ta'u.Ammas kana caalaatti waaqayyo akka jaalala isaattis wanta ulfina isaaf ta'u hojjechuu akka nu dandeessisu abdii guddaa qabna🔥
FOCUS ASTU

23 Feb, 05:33

357

#FOCUS_ASTU_ID_Information_Form
📌Akkuma yeroo darbe isin beeksifnee turre tokkummaa keenya keessatti karaa baayee kan nu gargaaru danda'u, waraqaa eenyummaa ykn ID barataa miseensa tokkummaa felooshippii FOCUS ASTU keessa jiruuf qopheessaa akka jirrudha.
📌 Foormiin kun kan qophaa’es
Kanaaf waan ta'eef, warri maqaan keessan yeroo darbe sagantaa tokkummaa keenya irratti  galmaa'ee tures akkasumas kan hin galmaa'in jirtan karaa google foormii kanaa galmaa'aa unka achirra jirus akka guuttan  jaalalaan isin gaafanna
https://forms.gle/6KcuTnUGSWpaS5dT9
👉 Open the link in Browser like Chrome
Don't open the link in the telegram as it may ask you to sign in to your google account.
FOCUS ASTU

22 Feb, 07:34

386

GC_BIBLE_STUDY

Akkam jirtu!Nagaan Gooftaa isiniif haa baay'atu!
Har'a(#Sanbata_duraa) sagantaan #Qo'annaa_macaafa_qulqullu GC kan bara 2025 #Chapletti waan jalqabuuf,akkuma sagantaa baniinsaa irratti torbee darbe waliin mari'anne; hundumtii kessan wal-dadammaqsuudhaan yeroodhan argamtanii sagantaa keessan kana akka hirmaattan isiniin jenna!                                               📌📌 #Isinis ta'e #Hiriyootni keessan GC ta'an #Telegram_group GC  BS 2025 Join hin godhin kan jirtan yoo ta'e #link asii gadi jiru kanaan join godhaa!Hiriyoota keessanis affeeraa! Info dabalataa fi dhimmoota nu ilaallatan achi irratti waliin waan mari'annuuf!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+CLm36PTELJE0NWU0
📌 #Google form kanaa gad jiru irratti
#Maqaa_Guutuu
#lakkoofsa_bilbilaa
#Departimentii
#Maqaa fi lakkoofsa bilbilaa Hiriyaa dhiyoo mooraa keessaa
Unka qopha'eetti,#akka_nuuf_guuttaniif jaalala Waaqayyoon isin gaafanna!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://forms.gle/x8ETXDBmiSr9V51S9
✳️ Yeroo Gaarii qabaadhaa!
@2025 #GC_Program
@FOCUS_ASTU
@saturday,feb 22
@chaple
@11:30 LT
@share_share
FOCUS ASTU

21 Feb, 05:18

455


#FELLOWSHIP_PROGRAM

Nagaaf ayyaanni Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu!

Sagantaan waaqeffannaa tokkummaa keenyaa inni guyyaa jimaataa hardhas yeroosaaf bakka isaa eeggatee akkuma itti fufetti jira. Kanaaf hundumti keenya wal waamnee yeroodhaan irratti haa argamnu isiniin jenna!

@bole_church(place) 🏥
@time: 11:30 LT
#bible&#notebook
#focusastu
#friday_program
FOCUS ASTU

18 Feb, 11:14

582

“Warri namaaf oo'an haa gammadan, isaan oo'a in argatu.”
Mat. 5:7

Are you a student eager to make a difference?

This form is for collecting the names of students interested in participating in our upcoming, large-scale community service event, held off-campus. Sign up now and be a part of something bigger than yourself! Let's work together to make a positive impact on our community.

Student Union
https://forms.gle/jk9oD7rNjg7nbnqP8
FOCUS ASTU

17 Feb, 12:12

610

https://www.youtube.com/watch?v=HuGu3HXOsFM
“Akka qofoon sibiilaa markaba qabee dhaabu, nuyis abdii amanamaadhaa fi cimaa lubbuun qabatee dhaabatu qabna; inni iddoo hundumaa irra caalaa qulqulluu gara isa keessaa iyyuu in ga'a.” — Ibr. 6:19
FOCUS ASTU

14 Feb, 06:17

810

👏👏#FELLOWSHIP_PROGRAM
Nagaan fi Ayyaanni Waaqayyoo isin hunduma keessaniif  haa ta'u! 🙌
-----------------------------------------------------------
           🔹 #JIMAATA
📍Waaqayyo inni humna isaatiin wangeela ilmasaa kristosiin lallabuutti nu gargaaraa jiruuf galanni guddaan haa ta'u.🔥🔥
📌Sagantaan tokkummaa keenyaas guyyaa har'aa irra jalqabee kan itti fufu ta'a. Kanaaf akkuma dura gochaa turtan hiriyoota keessan affeeruudhaan, yeroos sirriitti kabajuudhaan akka irratti argamtan isin gaafanna!
          💥 #Dont_miss_it! 💥
-----------------------------------------------------------
#Friday_Program
#bible&#notebook
#Time: 11:30 LT
@focusastu
#Bole_Church(place)
FOCUS ASTU

07 Feb, 07:09

1,086

🌟#FELLOWSHIP_PROGRAM🌟
Nagaan fi Ayyaanni Waaqayyoo isin hunduma keessaniif  haa ta'u! 🙌
-----------------------------------------------------------
           🔹 #JIMAATA
📍Hundumaa dura yeroo boqonnaa gaarii akka isin qabaattan abdachaa baga nagaan gara tokkummaa keenyaatti deebitan isiniin jenna.🙏
📌Sagantaan tokkummaa keenyaas guyyaa har'aa irra jalqabee kan itti fufu ta'a. Kanaaf akkuma dura gochaa turtan hiriyoota keessan affeeruudhaan, yeroos sirriitti kabajuudhaan akka irratti argamtan isin gaafanna!
          💥 Don't miss it! 💥
-----------------------------------------------------------
#Friday_Program
#bible&#notebook
#Time: 11:30 LT
@focusastu
#Bole_Church(place)