Ethio Artificial Intelligence (@ethio_artificial_intelligence) के नवीनतम पोस्ट टेलीग्राम पर

Ethio Artificial Intelligence टेलीग्राम पोस्ट

Ethio Artificial Intelligence
🔰 Machine Learning & Artificial Intelligence Free Resources
🔰 Advanced Data Science and Deep Learning Concepts
🔰 Learn computer science & Algorithms etc.....
👇
Admin: @fayisaseifu
Email:[email protected]
Mob:-+251904410876
1,075 सदस्य
34 तस्वीरें
1 वीडियो
अंतिम अपडेट 09.03.2025 01:51

समान चैनल

ORO LIVERPOOL ™ 🔴
31,201 सदस्य
Shamil N Mohammed Officials
9,587 सदस्य
Waadaa jaalalaa
2,116 सदस्य

Ethio Artificial Intelligence द्वारा टेलीग्राम पर साझा की गई नवीनतम सामग्री

Ethio Artificial Intelligence

21 Oct, 04:13

477

https://youtu.be/23TTOts0UtE?si=iS4SRtAJaoSe8Rxj
Ethio Artificial Intelligence

12 Oct, 14:17

369

🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳 DV 2026🥳🥳

Hanaga ammati namoota DV guutanne

Dhiiraa 300
Shammaranni 150


Carraa gaarii isinf haawwaa

Ammas ittii jiraa
Ethio Artificial Intelligence

09 Oct, 17:30

3,752

😱😱2026  Dv  ni Guuna 😱😱

Keessan nu dubbisaa #inbox  YKn 0904410876 DV-2026
Hanga ammaatti namoota 100 ol ta'an haala qulqullina qabuun Guune Carraa Gaarii isiniif hawwa

Namoonni guutuu barbaaddan #inbox fi lakkoofsa bilbilaa
📱0904410876
Nu QunnamaaDV 2026

Akka sif guutaamu yoo barbade waantota armaan gadii guutii nuuf ergii

hundaa👇

1. Maqaa guutuu_,__,_
2. Salaa___

3. Bara dhaloota : 
guyyaa_ji'aa waggaa__ ergaa

4. Iddo dhaloota____

5. Biyyaa dhaloota__

6. footo Kurdii isa normal ____
7. Biyyaa amma keessaa jirtu__

8. Lakk bilbila___

9.Email address_

10. Sadarkaa barnoota_
11. Halaa gaa'elaa __ ykn hin qabuu_

12. Baay'inaa ijoollee qabdu

yoo qabate_ yoo hin jiree 0 jedhii


Guutii  as deebisi @fayisaseifu siif guutama
Karaa keessaa kotta naa ergaa 0904410876  nu qunaamaa @fayisaseifu

Carraa Gaarii Hundaa keessaniif
Ethio Artificial Intelligence

16 Sep, 16:46

446

Xiyyeeffannoo dubbiissaa

Hattuun cyber rakkoo fiduuf karaa hedduu fayyadamuun ni danda'ama.
1. Phishing: Namoota odeeffannoo isaanii saamuuf email ykn websaayitii sobaa fayyadamuun.
2. Malware: Softeweerota badiisaa (virus, trojan, ransomware) faayilii ykn websaayitii irratti fe'uun.
3. DDoS Attacks: Tajaajila tokko irratti baay'ina gaaffii ol'aanaa uumuun tajaajila sanatti dhorkuu.
4. Social Engineering: Namoota yaada isaanii jijjiiruudhaan odeeffannoo barbaaduu.
5. Exploiting Vulnerabilities: Karoora sirna ykn software keessatti hanqina fayyadamuun.

Haa ta'u malee, gochaan kun hundi seeraan alaa fi badii dha. Hattummaa cyber irraa of eeguuf, sababa kanaan gorsa seera qabeessa ta'e hordofuu fi tajaajilawwan sirna eegumsa cimsuu barbaachisa.

Like | comment | share
Ethio Artificial Intelligence

15 Sep, 13:47

653

AI (Artificial Intelligence) hojjachuun mala garagaraa fayyadamuun kan raawwatamu dha.

1. Barnoota Makiinaa (Machine Learning): Odeeffannoo hedduu irraa barachuun, yaada fi gochaa baruuf. Fakkeenyaaf, suuraalee gargar baasuu ykn dubbii hubachuu.

2. Qorannoo Dhiyeessaa (Natural Language Processing): Afaan namootaa akka hubachuu fi deebii kennuuf, barreessuu fi dubbachuu danda'uun. Kunis gaaffii fi deebii akkasumas hiikkaa afaanii keessatti ni fayyada.

3. Hojiiwwan Qindaa'aa (Robotics): AI'n robotota fi meeshaalee gurguddoo keessatti hojiirra ooluudhaan, hojiiwwan garaagaraa raawwachuuf gargaaru.

4. Qorannoo fi Yaada (Data Analysis and Prediction): Odeeffannoo irraa yaada kennuu fi murteewwan sirrii ta'an irratti hunda'uun gorsa kennuuf.

5. Simulaashinii fi Qindoomina: Haala dhugaa keessa jiru simulaateedhaan, odeeffannoo fi yaada gabbifachuuf.

AI'n haala kanaan hojjachuun, odeeffannoo hedduu irratti hunda'uun, namootaaf bu'aa qabeessa ta'e kennuuf yaaluun hojjata.
Ethio Artificial Intelligence

11 Sep, 08:57

663

Opportunity from African Drone and Data Academy

CDDT 1, Cohort 20 Application (Ethiopians Only)

Are you passionate about drone technology and data analysis? The African Drone and Data Academy (ADDA) invites young Ethiopian citizens (aged 18-24) to join its initial cohort. This UNICEF-sponsored academy, operated in partnership by Virginia Polytechnic Institute and State University (Virginia Tech), Furman University (USA), and Addis Ababa Institute of Technology (AAiT) in Ethiopia, aims to equip youth with 21st-century skills.

The Certificate of Drone & Data Technology Level 1 (CDDT 1) is a 6 week online course that is divided into 3 modules as follows:

1. Data Module- The first 3 weeks cover data analysis; GIS fundamentals, data types & co-ordinate systems, multispectral sensing, introduction to computer vision and machine learning, advanced spatial analysis methods and data ethics, etc. Different mapping applications e.g., agriculture, disease control, emergency response, flood modelling, infrastructure management etc.

2. Drone Module- In the 4th & 5th week, students are introduced to unmanned aerial systems; flight physics, aircraft performance, propulsion systems, aerostructures, payloads, flight operations, wireless communications etc., will be covered.

3. EASA A1/A3 Remote Pilot License (RPL) Certification: In the final week (week 6), we offer an optional module that builds upon the foundational knowledge gained from the drone module. The module focuses on attaining the EASA A1/A3 RRL, a certification that authorizes individuals to operate drones under the A1/A3 Open Sub Category in European Union (EU) Countries

In addition to the 3 main modules, students participate in an entrepreneurship / innovation workshop that equips them with knowledge to start their own businesses in the drone & data industry.

CDDT Level 1 graduates receive:
*CDDT Level 1 Certificate issued by Virginia Tech, Furman University, and Addis Ababa Institute of Technology (AAIT)
*Trusted Operator Program (TOP) Level 1 Certificate issued by AUVSI
*An A1/A3 Open Sub Category  Remote Pilot License (RPL) issued by European Union Aviation Safety Agency (EASA)
Note - The ADDA is currently the only TOP training provider outside the USA

Program Details:
Cohort Dates: 14th Oct - 22nd Nov, 2024
Application Deadline: Friday, 27th Sept  , 2024, 17:00 EAT
Time Commitment: Dedicate 8-10 hours daily to the course

Females are STRONGLY ENCOURAGED TO APPLY!                 https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfBWowEwF-F5TUJvD-FsHP2BlJV0K11Rb-E4DHqEMlIVQ05Hg/viewform
Ethio Artificial Intelligence

07 Sep, 07:26

471

https://t.me/Result_2016_bot?start=ar5777180551
Ethio Artificial Intelligence

07 Sep, 07:25

335

#Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ni ilaaluu dandeessu.

#ዉጤት ሲገለፅ በቀላሉ የምታዩባቸው መንገዶች !!!

#Your results will be available on the following website as soon as it is released.

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
5. SMS 6284

Share our bot @Result_2016_bot
Ethio Artificial Intelligence

07 Sep, 07:25


Ethio Artificial Intelligence pinned Deleted message
Ethio Artificial Intelligence

07 Sep, 06:42


Ethio Artificial Intelligence pinned Deleted message