Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

@abdulhekimabduletif17


Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

24 Apr, 11:39


MAMMAAKSOTA OROMOO
Duutuun duruu duutee duunaan maqaa fuute.
Manni abbaan gube iyya hin qabu jedhe oromoon.
Ofii hatanii hattuu namaan jedhu jette adurreen.
Harreen gowwaan waraabessa gaggeessiti.
Afaan gaariin afaa gaarii caala.

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

24 Apr, 11:07


JECHOOTA HAYYOOTAA
👉Namni hiriyyaa
heddummaatu, hiriyyaa kooti. jedhuun hin qabu. (Aristotle)
👉Kennaan jaalalli barbaadu jaalala qofaadha . (John gray)
👉Addunyaa tanarratti eenyumaanuu of hin madaalin, yoo of madaalte of arrabsaa jirtaa beeki. (Alenstrack)
👉Beekumsi nyaata lubbuuti. (Plato)

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

24 Apr, 09:41


Raayyaa abbaa maccaa 33ffaa

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

24 Apr, 09:40


Aswrwb ummanni muslimaa hundi baga ramdaanaan isin gahe

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

29 Aug, 19:41


1.Bareedinni amalaan alaa(amala gaarii hin qabne) fokkinna,
Fokkinni amalaan waliinii bareeduma jedhan.
2.waan beeytu mara jechuun kee dirqamaa miti, garuu waan jettu mara beekuun kee dirqama.

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

29 Aug, 03:35


Channel photo updated

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

21 May, 11:05


@Abuhuzeyfaa

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

21 May, 03:56


Dubaroonni guyyaatti jechoota 20,000 dubbatu! Kana jechuun immoo warra dhiiraa jechoota 13,000n caalu jechuudha!
@Beekumsawaliigalaa

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

21 May, 03:52


JECHOOTA HAYYOOTAA

-Osoo rakkoo 1oo qabdu rakkoo takkittii namaatti quba hin qabin!
-Gatii yeroo beekuu yoo barbaadde atileetii micro secondii 1f mo'amee meedaaliyaa warqii dhabe gaafadhu!
-Barnoota baratanii qoramu, jireenya garuu qoramanii baratu!
By A/hekim A/letif

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

21 May, 03:52


Aswrwb jaalatamtootaafi kabajamtoota ummata oromoo hundaaf, wanti asirratti gadhiifamu ka hin beekneef barumsa, ka beekuuf yaadachiisa ta'a, hordofaa ittiin bashannanaan affeerraa kooti. Galatoomaa!!

Jechoota hayyootaafi mammaaksota oromoo

20 May, 12:54


Channel created