Oromia Insurance

@oromia_insurance

Oromia Insurance is fast growing insurance company rendering competitive and inclusive insurance services.

Oromia Insurance

21 Oct, 15:02

Beeksisa Caalbaasii
Dhaabbanni keenya konkolaattota fi qaamolee konkolaataa beenyaa miidhaa guutuu kaffalee fudhate haala ammaa irraa jiraniin Sanbata, Onkoloolessa 23, Bara 2017 A.L.I caalbaasiidhan dorgomsisee gurguruu barbaada.

የጨረታ ማስታወቂያ
ኩባንያችን የሙሉ ውድመት ካሣ ክፍያ ፈጽሞ የተረከባቸውን ተሽከርካሪዎች እና የተሽከርካሪ አካላት ባሉበት ሁኔታ በጨረታ አወዳድሮ ቅዳሜ ጥቅምት 23 ቀን 2017 ዓ.ም ለመሸጥ ይፈልጋል፡፡

For more details about the Bid, please use our Website link below: 👇
Website: https://www.oromiainsurance.com/announcement/bids.php
OR
The file attached here below👇

Oromia Insurance

18 Oct, 03:00

Inshuraansii Oromiyaa irraa Tajaajila Inshuraansii qajeeltoowwan Shari’aa bu’uura godhatan irraa fayyadamoo ta’uudhaan maatii inshuraansii keenya ta'aa!
Juma’aa Gaarii!
Inshuraansii Oromiyaa

ከኦሮሚያ ኢንሹራንስ የሸሪዓውን መርህ መሠረት ያደረጉ የኢንሹራንስ አገልግሎቶቻችን ተጠቃሚ በመሆን የኢንሹራንሳችን ቤተሰብ ይሁኑ!
መልካም ጁመዓ!
ኦሮሚያ ኢንሹራንስ

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!
Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
TikTok: https://www.tiktok.com/@oic_mbd2024
Twitter (X): https://x.com/InsuranceO18089
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/
Stay With Us, #LIKE, #FOLLOW, and #SHARE our posts with your friends, families and colleagues.

Oromia Insurance

15 Oct, 16:02

Inshuraansiin konkolaataa balaa tasaa, hanna ykn taateewwan hin eegamne konkolaataa keessan mudataniif; uwwisa inshuraansii kan kennu yoo ta’u, Isinis Inshuraansii Oromiyaa irraa uwwisa Inshuraansii konkolaataa argachuun imala keessan sodaa tokko malee taasisaa.

የተሽከርካሪ ኢንሹራንስ በአደጋ፣ በስርቆት ወይም ተሽከርካሪዎት ላይ ለሚያጋጥሙ ያልተጠበቁ ክስተቶች የኢንሹራንስ ሽፋን የሚሰጥ ሲሆን እርሶም ከኦሮሚያ ኢንሹራንስ የተሽከርካሪ ዋስትናን በማግኘት ጉዞዎትን ያለስጋት ያድርጉ፡፡

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
TikTok: https://www.tiktok.com/@oic_mbd2024
Twitter (X): https://x.com/InsuranceO18089
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/
Stay With Us, #LIKE, #FOLLOW, and #SHARE our posts with your friends, families and colleagues.

Oromia Insurance

12 Oct, 06:01

Guyyaa Boqonnaa Gaarii isiniif haa ta'u!
መልካም የእረፍት ቀን ይሁንላችሁ!

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
TikTok: https://www.tiktok.com/@oic_mbd2024
Twitter (X): https://x.com/InsuranceO18089
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/
Stay With Us, #LIKE, #FOLLOW, and #SHARE our posts with your friends, families and colleagues.

Oromia Insurance

11 Oct, 15:00

Hordofaa Fuula Tiiktookii keenya https://www.tiktok.com/@oic_mbd2024 ta'uudhan, Inshuraansii Oromiyaa waliin wal baraa, odeeffannoo haaraa fi wayitawaa argadhaa.
Maatii keenya waan taataniif galatoomaa!

ቲክቶክ ገጻችን https://www.tiktok.com/@oic_mbd2024 ተከታይ በመሆን ከኦሮሚያ ኢንሹራንስ ጋር ይተዋወቁ፤ አዳዲስ መረጃዎችንም ያግኙ።
ቤተሰባችን ስለሆኑ እናመሰግናለን!

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Oromia Insurance

11 Oct, 06:59

Channel photo updated

Oromia Insurance

10 Oct, 16:01

Inshuraansiin Manaa, miidhaa manaa fi qabeenya keessan irra ga’uuf wabii kan kennudha.
Balaa uumamaa gosa adda addaa uumamuu danda’an kanneen akka, balaa ibiddaa, lolaa, obomboleettii fi bakakkaa akkasumas badii nam-tolche; hanna dabalatee balaa hin eegamne manaa fi qabeenya keessan irra eegudhaaf, uwwisa Inshuraansii Manaatti fayyadamaa ta’a.
Tajaajila Inshuraansii kanaaf, Inshuraansii Oromiyaa filannoo keessan isa jalqabaa gochuudhan, dursaa wabii manaa keessanii argadhaa!

የቤት ኢንሹራንስ በቤትዎ እና በንብረትዎ ላይ ለሚደርሱ ጉዳቶች ዋስትናን ይሰጣል፡፡
በተፈጥሮ አደጋ ሊከሰቱ የሚችሉ ልዩ ልዩ አደጋዎች እሳት፣ ጎርፍ፣ አውሎንፋስ፣ መብረቅ በተጨማሪም ሰው ሰራሽ ጥፋቶች ስርቆትን ጨምሮ ካልተጠበቁ አደጋዎች ቤትዎን እና ንብረትዎን ለመጠበቅ የቤት ኢንሹራንስ ሽፋን ተጠቃሚ ይሁኑ፡፡
ለዚህም አገልግሎት ኦሮሚያ ኢንሹራንስን ቀዳሚ ምርጫዎ አድርገው፣ አስቀድመው የቤት ዋስትናዎን ይያዙ፡፡

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!
Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
TikTok: www.tiktok.com/@oic_mbd2024
Twitter (X): https://x.com/InsuranceO18089
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/
Stay With Us, #LIKE, #FOLLOW, and #SHARE our posts with your friends, families and colleagues.

Oromia Insurance

08 Oct, 08:52

Gibira Gatii Dabalataa (VAT) Tajaajila Inshuraansii irratti hojiirra oolee
በኢንሹራንስ አገልግሎቶች ላይ የተጨማሪ እሴት ታክስ ትግበራ
Implementation of Value Added Tax (VAT) on Insurance Services

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
TikTok: www.tiktok.com/@oic_mbd2024
Twitter (X): https://x.com/InsuranceO18089
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/

Oromia Insurance

07 Oct, 13:00

JIJJIIRRAA IDDOO
Kabajamtoota maamiltoota keenya, dameen keenya Magaalaa Galaan jiru DAMEEN GALAAN bakka duran jiru gamoo Bulchiinsa Magaalaa Galaan cinaa irraa gara daandii guddicha magaalicha qaxxaamuru gamoo haaraa Baankiin Oromiyaa irratti argamuuttii jijjiirrachuu keenya kabajaan isin beeksifna.
Hub: - Iddoo Addaa Galaan Dhuma Taaksii
Lakk. Bilbila: - 0944110377 yookaan 0114625840

የአድራሻ ለውጥ
ውድ ደንበኞቻችን በገላን ከተማ የሚገኘው ገላን ቅርንጫፋችን ቀድሞ ከነበረበት ከገላን ከተማ ማዘጋጃ ቤት ጎን ከሚገኘዉ ህንፃ ወደ ከተማውን በሚያቋርጠው ዋናዉ መንገድ ላይ ኦሮሚያ ባንክ ያለበት አዲሱ ሕንፃ ማዛወራችንን በአክብሮት እንገልፃለን።
ልዩ ቦታ፡- ገላን የታክሲ ማቆሚያ
ስልክ፡- 0944110377 ወይም 0114625840

Oromia Insurance

05 Oct, 03:01

Baga Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Arsadii Nagaan Geessan!
Ayyaana Gaarii!

እንኳን ለኢሬቻ ሆራ ፊንፊኔ እና ሆራ አርሰዲ በዓል በሠላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
TikTok: www.tiktok.com/@oic_mbd2024
Twitter (X): https://x.com/InsuranceO18089
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/

Oromia Insurance

04 Oct, 15:01

Baga Ayyaana IRREECHAA Nagaan Geessan!
እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
Happy IRREECHAA Holiday!

Oromia Insurance

04 Oct, 09:51

Kabajamtoota maamiltoota keenyaa
Bu’uura Labsii Taaksii Lakkoofsa 1341/16 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatiin (FDRE HPR) ragga’een, Inshuraansiin Oromiyaa Fulbaana 21 Bara 2017 irraa eegalee kaffaltii uwwisa tajaajila inshuraansii (Premium) fi kaffaltii beenyaa irratti Gibira Gatii Dabalataa (VAT) akka hojiirra oolchee jiruu kabajaan isin beeksifna.
Jijjiiramni imaammataa kun tajaajila inshuraansii dhaabbatnii keenya kennu hunda irratti kan raawwatamu ta'a. Maamiltoonni keenya adeemsa kaffaltii keessaniif wan isin gargaaruuf qajeelfama kana akka ilaaltan isin jajjabeessina.
Odeeffannoo dabalataaf dameelee keenya isinitti dhiyoo jiran haasofsisaa ykn Lakkoofsa Bilbila 0115588718 / 0115572152 irratti nuuf bilbilaa.
Miichooma keessaniif galatoomaa!

ለክቡራን ደንበኞቻችን
በኢፌዲሪ የሕዝብ ተወካዮች ም/ቤት በፀደቀው አዋጅ 1341/16 መሠረት ኦሮሚያ ኢንሹራንስ ከመስከረም 21 ቀን 2017 ዓ.ም ጀምሮ የኢንሹራንስ ሽፋን ለመግዛት የሚከፈል አረቦን (Premium) እና የካሳ ክፍያ ላይ የተጨማሪ እሴት ታክስ (ቫት) ተግባራዊ ማድረግ መጀመሩን በአክብሮት ይገልፃል።
ይህ የደንብ ለውጥ በኩባንያችን ለሚሰጡ ሁሉም የኢንሹራንስ አገልግሎቶች ላይ ተግባራዊ ይደረጋል። ደንበኞቻችን ለክፍያዎ ሂደት የሚያግዝዎት መመሪያ መሆኑን ከግምት ውስጥ እንዲያስገቡ እናበረታታለን።
ለበለጠ መረጃ እባክዎን በአቅራቢያዎ የሚገኙትን ቅርንጫፎቻችንን ያነጋግሩ ወይም 0115588718/0115572152 ይደውሉ።
ስለአጋርነትዎ እናመሰግናለን።

Important Notice to Our Valued Customers
In compliance with the proclamation No: 1341/16 approved by the FDRE HPR, Oromia Insurance has begun implementing Value Added Tax (VAT) on insurance premiums and claim cases, effective from October 1, 2024.
This regulatory change applies to all insurance services provided by our company. We encourage our customers to take note of this update as it may be a consideration for your payments and claim processes.
For more information or assistance, please contact our nearest branch or call 0115588718/0115572152.
Thank you for your continued trust and cooperation.

Oromia Insurance

30 Sep, 06:01

Baga Torbee IRREECHAA Nagaayaan Geessan!
እንኳን ለእሬቻ ሳምንት በሰላም አደረሳችሁ!
Happy IRREECHAA Week!

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #newbrand #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/
Stay With Us, #LIKE, #FOLLOW, and #SHARE our posts with your friends, families and colleagues.

Oromia Insurance

27 Sep, 04:00

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan Baga Ayyaana Masqalaa Nagaan Geessan!
Ayyaana Gaarii isiniif haa ta'u!

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል ይሁንላችሁ!

#Oromiainsurance #Insurance #Ethiopia #Rest #Assured #HappyMeskelFestival

Oromia Insurance

26 Sep, 07:30

Baga Ayyaana Daamaraatiin Nagaan Isin Gahe!
Ayyaana Gaarii!

እንኳን ለደመራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!

#oromiainsurance #insurance #ethiopia #newbrand #rest #assured #Yaaddoo keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Follow Us on:
Facebook: https://www.facebook.com/oromiainsurance/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/oromia-insurance/
Telegram: https://t.me/oromia_insurance
Instagram: https://www.instagram.com/oromia_insurance/
Website: https://www.oromiainsurance.com/
Stay With Us, #LIKE, #FOLLOW, and #SHARE our posts with your friends, families and colleagues.

Oromia Insurance

24 Sep, 16:01

Kabaja Tapha Aadaa Goobee

በደማቅ ሁኔታ ያከበርነዉ ዉቡ የ'ጎቤ' ጨዋታ

Proudly celebrated the vibrant ‘Goobee’ Carnival, honoring Oromo culture and heritage with joy and unity

Oromia Insurance

23 Sep, 15:27

Kabaja Tapha Aadaa 'Goobee'!
Guyyaa har'a Fulbaana 13 Bara 2017 garee shubbistoota tapha Goobee kanneen gara waajjira muummee dhaabbata keenyaa dhufanii ayyaana IRREECHAA dhufuuf hawwii gaarii qaban ibsuuf, sirboota jalqaba bara haaraa faarsan dhiyeessan waliin haala ho’aa ta’een kabajneerra.
Dhaabbanni keenya, tattaaffii gareen kun aadaa keenya guddisuuf gochaa jiruu fi gumaacha inni guddina aartii ummata Oromoo keessatti qabuu ilaalcha keessa galchuudhan kennaa garee kanaaf gummachee jira.
Horaa Bulaa!

የ’ጎቤ’ ጨዋታ ትርዒት እና አከባበር
ዛሬ መስከረም 13 ቀን 2017 ዓ.ም የአዲሱ ዓመትን ጅማሮ የሚያወድሱ ዜማዎችን በማቅረብ ለመጪው የኢሬቻ (IRREECHAA) በዓል መልካም ምኞታቸውን ለመግለጽ በኩባንያችን ዋና መ/ቤት ከተገኙት የ’ጎቤ’ ጨዋታ አቀንቃኞች ቡድን ጋር በደማቅ ሁኔታ አክብረናል።
ኦሮሚያ ኢንሹራንስ ባህላችንን ለማስተዋወቅ ቡድኑ የሚያደርገዉን ትጋት በማሰብና ለኦሮሞ ህዝብ ኪነ ጥበብ ዕድገት ለሚያደርገዉ አስተዋፅኦ ለቡድኑ ስጦታ አበርክቷል።
እናመሰግናለን!

‘GOOBEE’ Choir Performance and Celebration
We are delighted to announce that a vibrant group of ‘GOOBEE’ singers today visited our company to wish us a happy upcoming IRREECHAA by performing songs celebrating the start of the new season.
Their performance is a tribute to nature, change, and new beginnings.
In recognition of their outstanding dedication to promoting our culture, Oromia Insurance has awarded the group special gifts showcasing their hard work and contribution to the development of the arts of the Oromo people.
We once again thank the group as we welcome the new season together!

1,374

subscribers

333

photos

27

videos