Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

@mecharamichetaeduc2015


Education is the movement from darkness to light! "Allan Bloom"

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

19 Oct, 17:33


Share 'Hojii KTL Marsaa 4ffaa (Isa dhumaa) .xlsx'

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

19 Oct, 14:41


πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

19 Oct, 14:38


Guyyaa 9/2/2017
mana barumsa galma jajuuttii
Mana fiincaannii hiramanaa hawasaan kan qootamee sadarkaa kanaatti gaheera akkasumaas suphaa tessoo firii 15 tolfamee jiraa

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

18 Oct, 11:56


Guyyaa 8/2/2017
mana barumsa galma jajuutti barattota keenyaaf hubannoo tarafikaa fi mirgaa dirqamaa barattootaf hubaannoo keenemeera

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

17 Oct, 05:37


Hojii halkan edaa /Guyyaa 6/2/2017 hojjatamaa buleen BSTD Hundee sadarkaa kanaa irraa jira.

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

16 Oct, 18:31


Jabaadhaa.

Hoggansa Barnootaa Bul/Mag/Machaaraa-Miicataa

16 Oct, 16:52


Guyyaan 06/2/2017. Hojiin ijaarsa Mb BSTD mooraa mb Machaaraa sadarkaa 1ffaa keessatti ijaaramaa jiru , guyyaa har'aas ijaarsi isaa itti fufee ooleera.