Kedir Abdulatif Haji

@kedirabdulatifh


Books Writer and Editor

Kedir Abdulatif Haji

07 Oct, 17:46


Waldaa Furqaan (Furqan Association) guyyaa kaleessaa Fulbaana 06/2024 Eebba Waajjira Haaraa Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Furiitti banate eebbisiisee jira. Hirmaattonni sagantaa keenyarratti argamtanii qophii keenna nu waliin qoodattan hunduu galatoomaa ulfaadhaa! Deemsi itti fufa!

Kedir Abdulatif Haji

03 Oct, 16:15


Oromummaan miidhagummaadha. Mallattoo namummaa fi bareedinaa!
https://t.me/HawiIjaraGari