Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

@gorsaahadhaakoo


Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

17 Oct, 10:17


Facebook account of Gorsaa hadhaa ❤️❤️❤️
Follow gochuu hin dagaatina

https://www.facebook.com/profile.php?id=61567529423232

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

16 Oct, 21:04


Maatii channel Gorsaa hadhaa channel kana hiriyoota keessaanif share gochuun group kan garaa 5K itti haa guddifaanu
Waant jireenyaa keenyaa haraa boorii nuu mudatan fi nuu barsiisaan halaa salphaan walii irraa haa baaranuu

https://t.me/Gorsaahadhaakoo

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

16 Oct, 20:59


Ergaa guddaa nuufi dabarsaa jechaa tokko malee ❤️

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

30 Aug, 13:05


🔺Link channel kan namootaafi sharee godhaa
👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/Gorsaahadhaakoo

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

30 Aug, 13:03


waant gurguddoo hundumtu waantoota xiqqoo irraa jalqaabuu😊

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

30 Aug, 12:58


Yeroo baleessaa hojjete irraa baraachuufi yalaatuu😊 irraa deebiite baleessaa biroo yoo hojjetuu🤦‍♂😊

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

30 Aug, 12:55


Barsiisoota seena jireenyaa keenyaafi iddoo isaan qabaa yeroo maraa hin daggataman 🙏

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

30 Aug, 12:52


💪

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Aug, 21:08


nami hundun akka bifaa fi amala keenyaati adda adda akkuma tanee dhimmaa dhufaa keenyaa nuuti irraati waqaa keenyaa (rabbiin) itti wamanee qaban tahee, maaliif waqaan(rabbii) dhimaa koo irraati turee jenne gabbine, gaddin dhimaa keenyaa sana irraa abdii kutaan jiraa ta'aa garuu akka nuuti abdi kutaan sana miti, akka nuuti dhimaa keenyaa kan booda abdi qabuu dhimikoo du'ee jiraa, boodaati hafee jiraa jenne akka maatii sana, gooftaa koo yoom dhufaa dhimaa koo irraati jenne isaa dheggen dadhabee abdi jireenyaa keenyaa waant nuufi xummurame nuuti fakkaachu danda'aa ta'aa yeroodhaafi garuu akkan miti guyyaa nuuti isaa xummuraadha jenne irraati waqaa(rabbii) keenyaa irraati nuufi argaam. waant dhisin kan booda ani dhumaa irraa jiraa abdii qabuu jenne gabbin sana irraati, saati (Yeroo), daqiqqaa dhumaa xummure irraati inni garuu waant dinqii( ajibbaa) nuufi hojjete nuu ajibbisisaa!!

"yeroo(saatii ) xummurame jechuu yeroo(saatii) hin qabuu jechuu miti.
Guyyaa tokko akka kumaa tokkoti
Kumii tokko immoo akka guyyaa tokkoti " ΑΩ

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Aug, 21:07


dandeenya.Haraa awwalee guyyaa afraffaan isaa dha itti jedhen. sana booda gooftaa isaan immoo namich kun hin du'ee rafee jiraa malee itti jedhe. isaan garuu deebisaan waant nuu hin hubaaneefi malee namich kun du'eeraa itti jedhen, sana booda iddoo awwalchaa namicha isaa waliin deeman. Gooftaa isaan immoo namicha hin du'ee ni raftee malee jedhen sana boodaa namich sun boola du'aa keessaa bahee, akkasii gooftaan isaan du'aa isaa kasee.
yeroo tokko tokko nuuti waant tahee irraati abdi jireenyaa keenyaa irraa dhabuu dandeenyaa.
Waant nuufi gaariidha jenne booriifi abdan tokko irraa firii gaarii dhabbuu dandeenyaa ta'aa.

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Aug, 21:07


dhukkubsate dhagee hin dhufeen turee. osoo dhukkubsaatu namich kun du'ee, yeroo kan maatii namicha isaan jalaatan kun bayyee gaddaan bo'aan. sana booda akka namichi gooftaa isaa jalaatuu sun du'ee akka dhagga'uufi gooftaa isaati ergaa daafii nuu qaqaabbii namich ati bayyee jalaatuu sun du'ee jiraa jedhen. Gooftaan isaan waant mandera isaan jiraatan irraa faggatee jiruufi du'aa namicha jalaatu dhagee hin osoo hin dhuufin hafee. sana booda maatii namich isaan jalaa du'ee sun gooftaa keenyaa ni dhufaa awwalchaa nama in bayyee jalaatu sana irraat argamaa jedhe egguu turaan inni garuu awwalachaa nama inni bayye jalaatu sana illee dhagee hin dhufine turee. maatii namich isaan jalaataa du'ee sun gaddaa jabbaa keessaa jiruu turaan. namich awwalame guyyaa afraffaan(4) booda gooftaa isaan achich argame, sana booda hundumtu gaddaa keessaa waant jiruufi nuuti si eggine dadhabeen yeroo in dhukkubsaateti ni dhuftaa jenna ati argamu hin dandeeny, yeroo inni du'eeti dhuftee awwalacha qaqabbataa jenna ati argamu hin

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Aug, 21:06


Senaa kan irraa maalii? barannaa lataa?
Bara tokko maati tokkotu tureen, guyyaa tokko waant maatii kan muddaate hin beene tokkotuu isaan mudaate.maati isaan keessa nama isaan bayyee jalaatan tokko dhukkubsaate. namicha dhukkubsaate kan immoo gooftaan isaa nama bayyee jalaatuu ture. Guyyaa namich kun dhukkubisate gooftaa isaa manderaa maatii kun jirataan irraa fagaatee demee turee, yeroo namich kan dhukkubbusaachu jalqabuu maatii kun ergaa garaa gooftaa isaanti akkasi jedhen ergaata "Gooftaa namicha ati maatii keenyaa keessaa bayyee jalaatuu dhukkubsate jiraa maloo nuu biraa gahee" jedhen. Gooftaa isaan kunisi namicha inni bayyee jalaatuu akka

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

03 Aug, 10:48


Yeroo qabeenyaa hin deebiin tahuu ishee yoo hubaate yeroo keeti fayyadam

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

20 Jul, 18:12


Walii-qixxaa hin tanuu 😊

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

03 Jul, 19:24


Africa 🌍 😔

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

03 Jul, 13:09


Seenaa ilaalichise namoota gosa sadiitu jira:

🖌Namoota seenaa Dubbisan
🖌Namoota seenaa Barreessan
🖌Namoota seenaa hojjetan

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

03 Jul, 13:07


"Seenaa hin baratin, Seenaa irraa baradhu malee "


"Don't learn history, Learn from history."

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Jun, 07:52


Yeroo jalqaabdee mo'aamte jechuun yeroo xummurtu mo'aamtetaa jechuu mitii. Jireenyii bu'aa ba'ii maata isheefi hiikaa mataa ishee qabdii, hara gadii jechuun boorii olii jechuudha. matumaa abdii hin kutaatin hojjedhuu...,yaalii... 💪

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Jun, 07:45


📝📒📚

Gorsaa Hadhaa❤️❤️❤️

28 Jun, 07:41


Jijjiirama 📝

Namoonni baay'een jijjiirama kan isaan baqataniif:-

📌kufaatii sodaatu

📌Qaamni biraan dhufee waan isaan jijjiiru fakkaata

📌Ceephoo baqaatu



Barreessitoonni beekamoo akka Dr. C.Maax weel karaa namii tokko ceephoo injifaachu danda'uu afur jedhanii kaa'uu

1. Of beekuudha
2. Of jijjiiruudhaan
3. Ofii kee simachuudhaan


"There are three things extremely hard: steel, a diamond 💎, and to know one's self "

"Wantoota baay'ee cima sadan keessaa inni tokko of-beekuu dha.