Finfinne Times

@finfinepress


@Finfinepress21

Finfinne Times

22 Oct, 13:51


~Ummati keenya marii ijoollee isaa waliin bakka hedduutti itti fufee jira.

~Lamanansuufan jette.

#መረጃ፦በማዕከላዊ ዞን ሥር በሚገኙ ዞኖች ውስጥ ህዝባችን ከጀግናው ሠራዊታችን ጋር ሰፊ ውይይት እያደረገ ይገኛል....ሁለተኛ የሚሸወድ የለም!

Finfinne Times

22 Oct, 11:36


Gootichi waraanni bilisuummaa oromoo birgeediin abiddaa Godina Shawwa kibba lixaa aanaa ammayyaa bulchiinsa magaalaa qotaa iddoo addaa doobbiitti balaa itti buuseen injifannoo culuqaa galmeessee kaan du,aaf madoon adabuun kaan harkaan qabeera akkasumas meeshaa waraanaa irraa hiikeera.

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ22/10/24 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዕከላዊ ዕዝ ኢቢዳ ብርጌድ በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን አመያ ወረዳ ቆታ ከተማ አስተዳደር ልዩ ስሙ ዶቢቲ በተባለ ሥፍራ ላይ በወሰደው እርምጃ ፋሽስቱን ብልፅግና ሙትና ቁስለኛ በማድረግ አጅሬን ማርኳል የተለያዩ ትጥቆችንም ለነፃነት ትግሉ ገቢ አድርጓል....አይዞሽ ገለቴ!

Finfinne Times

22 Oct, 11:36


~Rasaasni afaan qawwee wboti baatu ,umurii garbummaa gabaabsiti beekkadhu!
Jaal Gamtaa Wbo

#መረጃ፦ጀግናው ሠራዊታችን የጠላትን ምሽግ ድባቅ እየመታ ወደፊት እየገሠገሠ ይገኛል.....

Finfinne Times

20 Oct, 18:37


Aanaa Qarsaa Maallimaa
.....!
Waraanni keenyi of eeggannoo guddaa cimsaa Waraanni Ijoollee badhoo Aanaa Maallimaa Gandoota Akka waarkoo, Aliboo Fi Gandoota Hedduu keessaatti operation gaggeessuu Yaalii gochuutti jirti ati jalumaa ciisii ishee dabarsii Haa jaanjooftu Yoo ishee baadiyaati yaatu ishee Magaalaa Keessaa Teessee Waraanaa ajaju cabsuudha.
Diinni guddichi maagaalaa Keessaa Jira.

Waliif Dabarsaa

Finfinne Times

20 Oct, 18:37


ይሰማል.....አጥብቀህ ስማ ያለውን እውነትና ሐቅ.....

Finfinne Times

20 Oct, 18:36


#Eeruu
𝐁𝐫𝐞𝐚𝐤𝐢𝐧𝐠 𝐍𝐞𝐰𝐬
𝐆𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐀𝐁𝐎 𝐖𝐁𝐎 𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐥𝐝𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐦𝐨𝐨𝐫𝐚𝐚 𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐭𝐞𝐞 𝐚𝐦𝐦𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐭𝐢𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐥𝐚𝐠𝐠𝐚 𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐨𝐛𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐨𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐮 𝐪𝐚𝐪𝐚𝐛𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐛𝐨𝐛𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐞𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐨𝐝𝐚 𝐡𝐚𝐲𝐲𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚.
𝐰𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐝𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐬𝐨𝐬𝐨𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐦𝐨𝐨𝐫𝐚𝐚 𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐪𝐬𝐮𝐮
𝐪𝐞𝐞𝐫𝐫𝐨𝐨 𝐛𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐬𝐚𝐬𝐚𝐛𝐮𝐮
𝐟𝐢 𝐤𝐤𝐟
𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐝𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐨𝐛𝐛𝐚'𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐢
𝐇𝐨𝐫𝐫𝐨𝐨 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐮𝐫𝐮𝐮
𝐰𝐚𝐥𝐥𝐚𝐠𝐠𝐚 𝐛𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐛𝐨𝐛𝐛𝐚𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮 ,𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐡𝐢𝐢 (𝐁𝐚𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐢) 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 (𝐉𝐚𝐚𝐟𝐚𝐫) 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐛𝐞𝐠𝐢𝐢 𝐛𝐮𝐥𝐜𝐡𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐤𝐨𝐛𝐨𝐫 𝐛𝐢𝐫𝐠𝐞𝐞𝐝𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐤𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐭𝐞 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 40𝐤𝐚𝐧 𝐨𝐟 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 ...𝐡𝐨𝐫𝐫𝐨𝐨 𝐠𝐮𝐝𝐮𝐫𝐮𝐮𝐟𝐢 𝐰𝐚𝐥𝐥𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐟𝐢 𝐣𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚..

𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐮𝐮𝐧
𝐆𝐢𝐦𝐛𝐢𝐢
𝐝𝐚𝐦𝐛𝐢𝐝𝐨𝐥𝐥𝐨𝐨 𝐠𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐡𝐢𝐢 (𝐃𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬) 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞 𝐙𝐚𝐝𝐝𝐢𝐢𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐦𝐮𝐠𝐠𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐡𝐞 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 40 𝐤𝐚𝐧 𝐨𝐟 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐭𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐛𝐨𝐛𝐛𝐚𝐡𝐮𝐮𝐭𝐭𝐢

Finfinne Times

20 Oct, 12:03


#መረጃ፦ጀግናው የኦሮሞ።ነፃነት ሠራዊት የኤሮሞን ህዝብ በቁመትና ስፋት ልክ የሚያስፈልገውን ኃይል መገንባት ለመላው ህዝባችንና ብሎም ለቀጠናው ሠላም ዋስትና ነው ዛሬ በዙህ ቀን የተመረቃችሁ ጀጀቤዎቻችንና አሠልጣኞች እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እንወዳለን.....

Finfinne Times

20 Oct, 06:38


Odeessa
Tarkanfii WBOn fudhate hordofee Jalduu fi Dambii Doolloo irraa network'n citeera.

Finfinne Times

20 Oct, 06:38


Naaf ta'a jettee qarshii 50,50 pp irraa funaannattee qawwee akka qoraaniitti gateettiitti baattee Shanee Shanee jechaa ganda keessa gaafa fiigdu akka Kun jiru hin hubannee?
abbaa maatii fi ijoollee akka taatee ilmaan akka qabdu reef hubatta?