Ethio Education News

@ethioeducationalnews


Buy ads: https://telega.io/Burqacryptonews
@Nadhii21

Ethio Education News

16 Oct, 20:13


Premarket irratti tokkoon ishee 0.008 100k dollar 800 ti dha baay'ee aja'iba
guys warri hin jalqabne muraasamu illee dafaa walitti qabadha jalqabuuf
https://t.me/blum/app?startapp=ref_RxrM39fMGt
https://t.me/blum/app?startapp=ref_RxrM39fMGt

Ethio Education News

09 Oct, 21:41


Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii bara 2017 ifoome

Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (OEB) Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera.

Haaluma kanaan:-

1.Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Haawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 204,

2.Barattoota Shamarranii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,

3.Barattoota dhiiraa naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,

4.Barattoota Shamarranii naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 186,

5.Barattoota dhiiraa qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 160,

6.Barattoota Shamarranii qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 155,

7.Barattoota dhiiraa sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 238,

8.Barattoota Shamarranii sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 224 ta’uu ragaan Ministeera Barnootarraa

Ethio Education News

26 Sep, 14:38


Ni malaaf unsubscribe 😁😁
@Orocrypto7

Ethio Education News

26 Sep, 12:02


Gatiin Isa 0.014

Ethio Education News

26 Sep, 11:59


5 sec

Ethio Education News

26 Sep, 11:59


20 sec

Ethio Education News

26 Sep, 11:58


1⃣min guys

Ethio Education News

26 Sep, 11:56


3⃣min guys

Ethio Education News

26 Sep, 11:55


4⃣ min guys

Ethio Education News

26 Sep, 11:47


Only 14 min on binance guys🙃

Ethio Education News

24 Sep, 17:00


Hamster Kombat warri telegram wallet itti gootan galuu jalqabeera check godha

Hamster Kombat የቴሌግራም wallet ያላችሁ መግባት ጀምረዋል ይመልከቱት።
@Orocrypto7

Ethio Education News

24 Sep, 16:56


ስለ crypto Timely አዳዲስ መረጃዎችን ለማግኘት ይህን ቻናል ይቀላቀሉ
@Orocrypto7

Ethio Education News

23 Sep, 13:27


Komii Barattootaa.

Barattoonni bara 2016 qormaataa kutaa 8ffaa fudhachuudhaan qabxii dorgomsiisee mana barumsaa bultii addaa isaan seensiisu galmeesisan MBBA oromiyaa komatanii jiru.

Akkuma beekkamu MBBA Oromiyaa barattootaa qaxalee bu'aa qormaata kutaa 8ffaa ilaaluudhaan dorgomsiisee kan fudhatu yoo ta'u bara kanas barattoota bara 2016 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa isaanii bareeda ta'e ulaagaa barbaachisuu dorgomsiisee tureera.

Maarree barttoota Qormaata seensaa mana barumsichaa darban maqaa barattoota 1492 gama miidiya hawwaasaa Telegiramiidhaan maxxansanii kan turanis yoo ta'u guyyoota xiqqoo keessatti ammoo maqaa barattoota muraasaa keessaa hambisuudhaan kan maxxansan ta'uu barattoonni kunnee heeran.

Qabxii seensaa dhiiraaf 73,dubartootaaf 70 jedhamee maxxanfamee kan ture jijjiraamuudhaan dhiirootaaf 78 akkasumas dubartootaaf ammoo 75 taasisuudhaan maqaa barattoota 703 qofa maxxansuu isaanii fi kanneen hafan ammoo MA addaa Naannoo isaanitti argamutti barachuu akka danda'an haala mijeessuu isaa barattonni himaniiru.

Sababa kanaaf xin-sammuun barattootaa kanneenii akka tuqamee fii akka hedduu gaddan akkasumas maatiin illee erga qophii hedduu xumuranii jijjiirraan yaadaa kun jiraachuun barattootaa fi maatii barattoota hedduu akka miidhe dubbataniiru.

''Gochi akka kanaa bareedaa mitii boruufillee wal amantaa keenya hir'isaas''jechuudhaan barattoonnj kunneen komatan.

Kun maaliif akka ta'e ibsa bal'aa biiroo barnootaa oromiyaa fi qaama dhimmichi ilaallaturaa akka nuuf laatamuu barbaanna kan jedhan barattoonni kunneen yaadaa tasgabbii qabuun gara barnoota idilee isaaniittii deebi'uu akka barbaadanis ibsaniiru.

Ethio Education News

21 Sep, 17:29


Late but
Anyway 🙂 guys

Ethio Education News

20 Sep, 19:30


Hamster keessan hanga bor ganama sa'a 2 irratti wallet connect gochuun waan dhaabbatuf Amma deema connect gadhadhaa

Ethio Education News

20 Sep, 18:54


We miss you Hamster Kombat 😘

Ethio Education News

19 Sep, 20:20


Namnii maqaan isiniif mul'achuu dide asirraa ilaaladha