YAADA FI YEROO @yaadafiyeroo Channel on Telegram

YAADA FI YEROO

@yaadafiyeroo


✔️Yaadni ilmaa namaa fi Yeroon Akkamiin waliin ful duratti adeemu danda'u? Wan jedhu irratti Beekumsa Siyaasa, Dinagdee fi Hawaasummaa Isiniif Qoodudha kayyoon keenya.


Official channel

YAADA FI YEROO (Amharic)

YAADA FI YEROO ለእርሱና ለእግርሱ ስለምን አለመሆን እንችላለ? በእነርሱ ላይ መሠረት ስለሚያስፈልገው ስለ ፕሮፓጋነት፣ ስለ ድንግነት እና ስለ ስልጠና የሚባለው የእርሱ ቦታ ነው። በአሰፋም ወደ አገልግሎትዎ ተመልሷል። አስቸኳይ ሠላም

YAADA FI YEROO

21 Sep, 02:19


🔠🔠🔠🔠🔠 🪙
🟢🟢🟢🟢🟡🟡🟡🟡🔴🔴🔴🔴
#MajorStars Coin jedhu #100% Ammafis tahee Fulduraafis bayyee isin fayyada. #Coin kun Company #Telegram tiin Hojjatame #Airdrop isaa gatiin isaa bayyee guddaa akka tahe Abbaa Telegram ibsa kanneeti jira kanaaf irraa fayyadama.

⭐️⭐️🤝🎖️💫💱🔴🟢🟣💲

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037

Jecha kiyya kana dhugoomsuf immoo Telegram kessan #setting jala seeni feature Harawa #MyStar ⭐️ jedhu tuqi gatii isaa laali.

Karaan ittiin Mallaqa argachuu dandeessa inni ijoon namoota afeerudhani.

Share Waliif Godha irraa fayyadamaa
👇👇
https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037

YAADA FI YEROO

14 Sep, 18:08


Only 11 days left to Release

🐹🟠🟡🟢🟣🟣⚪️⚪️🟠🟡🔵🐹
🐹🐹

https://t.me/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId353716037

YAADA FI YEROO

17 Aug, 14:43


Dhageessanii jirtu Lata ?

#Mystar Coin jedhu #100% Ammafis tahee Fulduraafis bayyee isin fayyada. #Coin kun Company #Telegram tiin Hojjatame #Airdrop isaa gatiin isaa bayyee guddaa akka tahe Abbaa Telegram ibsa kanneeti jira kanaaf irraa fayyadama.

https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037

Jecha kiyya kana dhugoomsuf immoo Telegram kessan #setting jala seeni feature Harawa #MyStar🌟 jedhu tuqi gatii isaa laali.

Karaan ittiin Mallaqa argachuu dandeessa inni ijoon namoota afeerudhani.

Share Waliif Godha irraa fayyadamaa
👇👇
https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037

YAADA FI YEROO

05 Aug, 00:37


http://t.me/token1win_bot/start?startapp=refId353716037
🎁 50,000 free tokens are already waiting for you at 1win!
😌 I invite you to join the game.

YAADA FI YEROO

02 Aug, 20:13


https://t.me/major/start?startapp=353716037

YAADA FI YEROO

15 Feb, 15:36


Andualem Gosa-Gumgume New Music with (Lyrics)
👇
https://youtu.be/RYQQ01GOmf4

YAADA FI YEROO

02 Jan, 20:29


https://youtu.be/ltVj1tz3nr0

YAADA FI YEROO

25 Dec, 18:43


https://youtu.be/x1-zreMROSQ

YAADA FI YEROO

06 Dec, 19:59


Shukri Jamal Godaannisa Official Lyrics Video 2021

https://youtu.be/UCIUgqtkVrU

YAADA FI YEROO

26 Sep, 15:39


https://youtu.be/JMmorhcn7-4

YAADA FI YEROO

19 Dec, 14:22


Sirba Afaan Oromoo Harawa fi Kan Durii Hunda argachuuf Channalii Beekama fi Jaalatama kana Warreen Matii isaa hin tahin #JOIN gochuun maati keenya Akka taatan Afeeramtanii jirtu.

YAADA FI YEROO

26 May, 17:09


#COVID19 Ministirri Puuntilaand koronaavaayiraasiin du'an!

Ministirri Naannoo, Qonnaafi Jijjiirama Haala Qilleensaa Puuntilaand Somaaliyaa Ismaa’el Diriyee dhibee Covid-19f gara Moqdishuutti geeffamuun yaalama turan du'an.

Pirezedantiin Puuntilaand Obbo Diriyyeen du’uusaanii toora tiwitara isaanirratti gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.

@Yaadafiyeroo
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

11 May, 19:59


#COVID19 #Somaaliyaa

Somaaliyaa keessatti har'a vaayirasiin koroonaa namoota dabalataa 35 irratti argamuun, lakkoofsa waliigalaa namoota vaayirasichaan qabaman 1,089 gahe.

Akkasumas har'a namni 1 sababa dhibee kanaan lubbuu isaa dhabeera. Waliigalaan hanga ammaatti lubbuun namoota 52 darbeera.

Har'a namoonni 3 dhibee COVID-19 irraa bayyanachu isaanin walqabate, biyyatti keessa namoonni bayyanatan 121 gaheera.

@Yaadafiyeroo
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

07 Apr, 17:56


#COVID19

Ameerikaatti lakkoofsi namoota Koronaavaayirasiin darban 11,000 ol ta'e.

Har'a qofa Kutaa Bulchiinsa 'New Jersey' keessatti namoonni dhibee kanaan du'an 232 ta'e galmaa'eera. Kun lakkoofsa waliigalaa 'New Jersey' keessatti du'an 1,232 taasisa.

Akkasumas har'a miseensa mana maree magaalicha Mikaa'el Yuun dhibee COVID-19'n lubbuun isaa darbu gabaafameera.

Kutaa Bulchiinsa kana keessatti qofa namoonni 44,416 dhibee kanaan qabamaniiru.

@Yaadafiyeroo
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

05 Apr, 21:11


Corona update.

Hanga yeroo kanaatti namoonni miliyoona 1.26 ol vaayrasii koronaatin yoo qabaman, kan du'an kuma 69 ol yoo ta'an
Akkasuma kan fayyan immoo kuma 261 gahanii jiru.

Yaa Rabbi gahe nuun jedhi.
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

03 Apr, 14:51


Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona darbeera

Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 54 darbeera.   Amma ammaatti namoonni 1,026,974 vaayrasichaan yoo qabaman, 54,137 lubbuu isaanii dhabaniiru.   Namoonni 218,771 ammoo dhibicharraa dandamataniiru.   Ameerikaatti namoonni 245,573, Speenitti 117,710, Xaaliyaanitti 115,242, Jarmanitti 85,063, Chaayinaatti 82,509, Iiraanitti 53,183, Briitaaniyaatti 34,192, Swiizarlaanditti 19,145, Tuurkitti 18,135
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

26 Mar, 18:15


Kamisa march 26/2020

Odeeffannoo waliigalaa #COVID-19⬇️

Akka addunyaatti dhibeen Koronaavaayras biyyoota 196tti kan walga'ee yoo ta'u, namoonni 510,645 dhibee kanaan qabamaniiru.

Addunyaa:
•Namoonni qabaman = 510,645
•Namoonni du'an = 23,079
•Namoonni bayyanatan = 122,245

Xaaliyaan(Italy):
•Namoonni qabaman = 80,539
•Namoonni du'an = 8,215

Chaayinaa(China):
•Namoonni qabaman = 81,285
•Namoonni du'an = 3,287

Ameerikaa(USA):
•Namoonni qabaman = 75,665
•Namoonni du'an = 1,100

Ispeen(Spain):
•Namoonni qabaman = 56,197
•Namoonni du'an = 4,145

Jarman(Germany):
•Namoonni qabaman = 43,646
•Namoonni du'an = 239

Iraan(Iran):
•Namoonni qabaman = 29,406
•Namoonni du'an = 2,234

Faransaay(France):
•Namoonni qabaman = 25,233
•Namoonni du'an = 1,331

@Yaadafiyeroo
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

26 Mar, 15:22


#COVID19

Chaayinaatti namoonni Koronaavaayrasiin qabamanii bayyanatan keessaa %14 kan ta'an irra deebiin yeroo waldhaanaman vaayrasichi keessaa argame. Taateen kun ogeessota fayyaa biyyaatti heddu rifachiseera. Weerarri vaayrasicha biyyatti keessatti akka haaraatti yeroo lammaffaaf akka hin babal'anne sodaa qaban himaa jiru.

Maddi: Ethio FM/Daily Mail
@Yaadafiyeroo
@Yaadafiyeroo

YAADA FI YEROO

26 Mar, 15:11


#COVID19 Tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Koreen Dhiyeessii Bishaanii fi Saaniteeshinii hundaa'e

Korichi hundaa'uu kan beeksise Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii FDRI, tamsa'ina vaayrasichaa ittisuurratti mari'atameera jedheera.

Dhaabbileen tumsaa, dhaabbileen miti mootummaa, dhaabbileen siiviilii, abbootiin qabeenyaa dhuunfaa, ogeeyyiin aartii fi miidiyaas damee ittiin hirmaataniin tumsa taasisan akka itti fufan gaafatameera.

Ministirri ministeerichaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan hojiilee iddoo tursa addaa Finfinneerratti hojjetamaa jiru ilaalchisuun hirmaattota marichaatif ibsa laataniiru.

Deeggarsi meeshaalee fi maallaqaa ittisa vaayrasii koroonaa eegalamuu ibsuun, tumsi taasifames amma booru Bitootessa 18,2012tti kan ifoomu ta'a jedhan.

@Yaadafiyeroo
@Yaadafiyeroo