来自 Oli Media (@oli_techi) 的最新 Telegram 贴文

Oli Media Telegram 帖子

Oli Media
👌Channel Kun kan dhabatee
Hoji online hara Jiran hunda isanii birahan gahuf

🕛Yero hunda Dilibata Galgala sa,a 3 irrrattii badhasaa Jira irrrattii hirimadha

@Ade_Maki,🔚 asin na dubisa
8,312 订阅者
89 张照片
7 个视频
最后更新于 11.03.2025 07:46

Oli Media 在 Telegram 上分享的最新内容

Oli Media

01 Nov, 12:08

121

⭐️ Majors, the final step to the top!

Listing is coming soon, so here are important news for you: on 08.11.2024, all farming methods will become unavailable! Yes, the games will remain, but the rewards will disappear. Only tasks related to the Major will remain — and rewards for them will also vanish. Rating buying will be removed as well 📊

You are already on the threshold of listing, Majors. But you know what? This is just an entry. An entry into something bigger, something that won’t end with an airdrop and will only grow.

Buckle up, because our rocket is about to launch!

💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️
Oli Media

01 Nov, 09:38

147

Afaan oromoon odeeffannoo teknolooji barbaachisoo argachuun si nuffisiisera maarre chaanalii armaan gadiitti dabalami
Oli Media

01 Nov, 09:28

132

🇺🇸🇺🇸🇺🇸 DV 2026

🇺🇸 Guyyaa 3 qofatu hafe!

🔥 DV-2026 galmeessuu itti fufnee jirra! Yeroonis deema jira!

🇺🇸 Namoonni hanga ammaa hin galmaa'in jirtan karaa keessaa nu qunnamaa akkasuma namonnii unkii isiniif ergamee jiru guutaa debisaa

✉️Inbox: 

__
Kara kana nuu dubisaa👇👇
@amir15pro_bot
Oli Media

31 Oct, 18:00

979

Afaan oromoon odeeffannoo teknolooji barbaachisoo argachuun si nuffisiisera maarre chaanalii armaan gadiitti dabalami
Oli Media

31 Oct, 17:08

305

🤑Guys airdroph kun akka dogs dha amumaa dafa hojedha Guya mursa hafe

Verify ta,e jira 😳😳
🥸Amuma Senna hojedha
Linki👇👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=KtPMDvHm
Oli Media

31 Oct, 16:50

593

Addunyaan teknooloojiin  kutte🤔

Dhaabbanni 'Tesla' bilbila gara addeessaa fi Maarsiitti qunamsiisuu danda'uu hojjate. Dureessa Addunyaa fi abbaa qabeenyaa dhaabbata 'Tesla' kan ta'e Eloon Maask bilbila 'Tesla Pi' jedhamu kan sirnoota gara garaa qabu hojjachuun addunyaaf ifoomsee jira.

Bilbilli haaraan kun bilbiloota  biroo irraa wantoota adda isa taasisan sadii qabas jedhama.🤔

1.Bilbilli haaraan kun Chaarjii ykn kuusaa Elektitikii kan hin barbaannee fi ifa aduutiin annisaa kan guutuu  ta'uufi wayita bilbila kana giiphii  keessa godhan  ho'aan anniisaa kuufachuu kan danda'uu ta'u isaati.
2. Connection Intarneeta kan hin barbaannee yoo ta'u, wanti hundi karaa Intarneeta Saatalayitii Teslaaaa qofaan kan hojjatu ta'u isaati! kana malees bakka barbaaddaan keessa teessani waan barbaaddan argachuun ni danda'ama jedhama.
3.ffaan ammoo Bilbila haaraa kanaan dachii irra teesse gara addeessaa fi Maarsiitti bilbiluu fi qunamtii taasisuun ni danda'amaa jedhame jira.

Addunyaan Saffiisa irra jirti...nuti hoo maalitti jirraa?
#teslamodely
@amiir_tech
Oli Media

31 Oct, 15:50

560

👌Airdroph kun verify kan ta,e dha amumaa Senna hojechu jaliqba akka X, empire dha daily combo isinafi gadi Lakkisa 🔥👇👇👇👇
https://t.me/bums/app?startapp=ref_PRQnT47m
Oli Media

31 Oct, 14:59

167

Chaanaliiwwan afaan oromoo babbareedo tahan kanneen armaan yoo hin qabaanne ati telegram fayyadamaa hin jirtu jechuudha👇👇👇
Oli Media

31 Oct, 13:54

684

Karaa salphaan badhaafamu ni barbaadda taanan iddo start jedhu xuquun badhaafami

START
Oli Media

31 Oct, 04:18

547

Airdroph kun verify kan ta,e dha amumaa Senna hojechu jaliqba akka X, empire dha daily combo isinafi gadi Lakkisa 👇👇👇