Посты канала KAKU MEDIA

Ati yaa Abbaa Kaayyoo
Hin ta'in nama laayyoo
https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
Hin ta'in nama laayyoo
https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
8,431 подписчиков
63 фото
4 видео
Последнее обновление 06.03.2025 10:46
Похожие каналы

17,821 подписчиков

2,748 подписчиков
Последний контент, опубликованный в KAKU MEDIA на Telegram
Hubachiisa:- Lakk caarraa yeroo filattan qabamuu fi qabamuu dhabuu isaa adda baafadhaa lakkoofsi qabame kan gurraacha'edha duubni isaa adii miti, kan hin qabamne duubni isaa adiidha, isa adii ta'e keessaa filadhaa!
Torbee Lammaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos
Qulqulleettii (ቅድስት)
Waa'ee Qulqulleettii link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa!
👇👇👇
https://bit.ly/3Cysl8m

Lakkoofsa Caarraa keessan of harkaan gahaa!
Background Adii kan qabu kan hin qabaminidha.

Isinis lakkoofsa caarraa kan keessan akka ta'u barbaaddan ariifadhaa of harkaan gahaa kunoo lakk 2, 12, 14, 19, 21, 24, 27, 47 qabamanii jiru.
Isinis lakkoofsa caarraa kan keessan akka ta'uu barbaaddan of harkaan gahaa ariifadhaa kunoo lakk 21, 24, 47 qabamee jira.
Isinis lakkoofsa carraa kan keessan akka ta'uu barbaaddan of harkaan gahaa kunoo Lakk 47 qabamee jira.
➢ Adeemsa fi seera Lotorii kanaa.
Wanti adeemsa fi seera mataa isaa hin qabne tapha ijoolleeti, kan amma ijaaraanii xiqqoo yoo turanii diigan jechuudha. Kanaaf Lotoriin kuni adeemsa fi seera mataa isaa danda'ee kan armaan gadii kana qaba.
➠. Lakkoofsi caarraa lotorii kanaaf qophaa'e kan namni kutachuu danda'u caarraa lakkoofsa 1-100tti jiru qofa.
➠. Gatiin lotorii tokkoo (caarraa tokkoo) kan marsaa kana Qr. 25 qofa.
➠. Namni tokko caarraa tokko irraa kaase hanga humna isaa bitachuu ni danda'a.
➠. Lakkoofsi hin qabamne kan bitachuun danda'amu duubni (background) isaa adiidha, kan duubni isaa adii hin taane kan qabame (kan namni biraa bitate) jechuudha.
➠. Namni lakkoofsa caarraa Tikkeetti lotorii filate bitachuu barbaadu, gatii bittaa tikkeetti sanaa akka ajajametti kaffaltii isaa yoo raawwate qofa kan isaa ta'eefi akkasuma akka gurguramettis maqaa nama bitate saniin kan galmaa'u.
➠. Odeeffannoo haaraafi adeemsa gurgurtaa lotorichaanis ta'ee kan biraan kan walqabatee yeroo hundumaa karaa Telegram chaanaalii KAKU MEDIA fi Facebook Mulugeta Tesfa Gadisa jedhu yeroo yeroon adeemsa jiru isin beeksisa deemna isinis waan jiru hordofuu dandeessu.
➢ Tikkeettin akka dhumeen.
● Eegaan battaluma Tikkeettin qophaa'e gurguramee dhumeen abbaan caarraa Tokkoffaa hanga Sadaffaa wal duraa duuban karaa online caarraan lakkoofsa tikkeetichaan kan bahu ta'a.
➢ Caarraan erga bahee booda.
⨳ Kitaabni abbaa caarraaf bahu erga caarraan bu'ee booda waan bitamuuf yoo akka tasaa ta'ee gaabaarra dhabame gatiin kitaaba sanaa qarshiin isaa abbaa caarraa sanaaf karaa inni filate battalatti isa bira ni gaha.
⨳ Namni caarraan baheef Kitaaba sana ni qaba yoo ta'e kan gatiin isa baheef sanan kan wal madaalutti akka jijjiramuuf yoo gaafateefi kan inni barbaade suni yoo gabaa irra jiraate jijjiiruufin ni danda'ama ykn immo akkuma isa duraa innis qarshii kitaabni suni ittin bitamu fudhachuu ni danda'a.
⨳ Namni Caarran baheef naannoo nuti jirru yoo jiraatefi qaaman argamee fudhachuu yoo danda'e nutis qaaman isa biraan ni geenya.
⨳ Abbaan caarraa biyya keessa garuu naannoo biraa ykn Magaalaa biraa kan jiru yoo ta'e konkolaatan ykn poostaan nama sana biraan ni geenya baasii sana booda jiru akkatuma barbaachisummaa isaatti abba sanattu xumura.
⨳ Abbaan Caarraa jireenyi isaa biyya keessa yoo hin taane karaa danda'ame hundaan poostaa, namoota isa biraan gahuu danda'anitti ergunis ta'e akkaatuma ta'uun isa biraan ni geenya, baasii sana booda jiru immoo akka barbaachisummaa isaatti abbaa sanatu haguuga.
➢ Dhuma irratti odeeffannoo kan biraafis ta'ee Tikkeetti lotorichaa akkamitti bitachuu akka dandeessan ibsa dabalataa argachuuf gara Telegram keessaanii seenun bakka ''Search" jedhutti "@KMM3O2" jechuun yoo barreessitan Mulugeetaa TG kan jedhu ni argattu karaa sanan nu dubbisaa, nutis odeeffannoo barbaaddan kamuu isiniif ni laannaa.
➢➢ Jalqabuun ni danda'ama ➢➢
●●● Carraa Gaarii! ●●●
Tikkeettiin 👇 comment irra jira.

2. Kitaabilee barreeffamanis bakka jiranii akka salphaatti dubbistoota biraan gahuuf caarraan lotorii kuni baay'ee barbaachisaadha.
3. Akka caarraa ta'ee ofii keenya bitannee kan qabnu yoo ta'eefi nama biraaf bifa kennaatin laachuu barbaannee garuu harki yoo nu hanqate caarraa kanan akka salphaatti nama barbaannuuf kennaa jabaa kan ta'e Kitaaba barnoota Afuurawaa laachuu dandeenya.
4. Kitaabni barreeffame tokko dubbistoota bira yoo gahe karaa al-kallattiin barreessaa kitaabichatti hamilee horudha, akkasuma kitaabni barreeffamee Suuqii gurgurtaa kitaabilee qofatti hafuu hin qabu qaama dubbisu bira gahuu qaba, gamanumaanis dhaloota Kitaaba dubbisu jajjabeesudha waan ta'eef lotoriin kitaabaa kuni baay'ee barbaachisaadha jenne abdanna.
➢ Adeemsa fi Seera lotorii kanaa akkasuma wantoota kan biroo booda isin biraan geenya!
➢ Erga Adeemsa jiru ifa goone gara lotoricha kuchisiisutti kan ceenu ta'a!

Lotorii Kitaabaa
➢ Kana dura maaltu ture?
Nan yaadadha Miseensoota Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaa keessaa namoonni muraasni waliin ta'uun naannoo bara 2014 ''Uqqubii" Kitaabilee Afuurawaa qabu ture anis itti hirmaadhera. Eegaan Caarraa uqqubii sanan namoonni baay'een kitaabilee barnoota Afuuraa akka salphaatti argachuu jalqabanii turan. Isa kana irratti Mulisa Olani, Wandimmuu Minaaluu fi ዮኦፍ ተኤ na deeggaruu danda'u. Inni suni waan baay'ee gaariidha itti fufuu osoo qabuu garuu adda cite yeroo murtaa'eef qofa ture jechuudha.
➢ Barbaachisummaan isaa Maalidha?
Jalqaba akka seensatti kanan kaasee Uqqubiin kitaabilee Barnoota Afuuraa kanan dura bahaa ture fi amma bifa Lotoriin jalqabuuf kan jirru kuni barbaachisummaan isaa maaliidha.
1. Sababa Maallaqa gahaa dhabuutin kitaabilee baay'ee bitannee dubbisuu kannen hin dandeenye Qarshii xiqqoodhan abbaa caarraa taanee Kitaabilee argannee dubbisuu akka dandeenyuuf caarraa nuuf saaqa.

Waan haaraa tokko isiniif qabannee dhufaa jirra.
Keessumaa namoonni sababa maallaqa gahaa dhabuutin Kitaabilee Afuuraa osoo bitannee dubbisuu barbaannuu harki nu hanqate, caarraa kanan baay'ee fayyadamoo taana!
Nutis waan yaanne kanan namoonni heddun abbaa carraa akka ta'anifi haalan itti fayyadaman abdii guddaa qabna.
Kanaafuu gamanumaan akka itti qophooftan isiniin jechuun barbaada!