ARARA TV WORLD WIDE (@arara_tv_world_wide)の最新投稿

ARARA TV WORLD WIDE のテレグラム投稿

ARARA TV WORLD WIDE
Barsiisa Raajii Masarat Taayyee,
Yeroo Waaqeffannaa, Dhuga baatii, gama Tv Araaraa tamsaasamu asiin ni argattu!

https://adsly.me/@arara_tv_world_wide

Buy ads: https://telega.io/c/arara_tv_world_wide
Contact: @Yaadafigaaffii_bot
12,547 人の購読者
45 枚の写真
173 本の動画
最終更新日 27.02.2025 10:29

類似チャンネル

JCP CHURCH
11,706 人の購読者
GRACE MEDIA 24
9,200 人の購読者
Yeroon yeroo farfanaati
7,370 人の購読者

ARARA TV WORLD WIDE によってTelegramで共有された最新のコンテンツ


🙏 Kadhannaa Koo Dhaga'i!
    
Barnoota hafuuratti nama cimsan website asii gadii kanaan ni argattu!
👇👇
https://gaggeessummaa.com/sagalee-koo-anaaf-dhagai

"Yesus Abdii Keenya"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

✍️ "Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay'ee kan nama dadhabsiisu ta'ullee fiixan ba'uumsa gammachiisaa qaba.
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu." 👇👇

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-kaayyoo-sirrii/

"Yeroon Waaqayyoo fi yeroon kee tokko miti"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

💐 Obbolootaa, imaanaa keessan nama irra kaa'uun dhuma irratti qisaasa'ummaa (kisaaraadha). Deeggarsi keenya nama irratti kan hundaa'e yoo ta'e, namni akka ulee shanbooqqoo waan ta'eef guyyaa tokko cabuun isaa hin oolu. Gaafa cabus nama waraana. Nu miidha. Waaqayyo garuu abbaa gaarii "inni amanamummaadhaan firdii qajeelaa in kenna." (Isa. 42:3). Inni dhagaa jabaa itti of amanuu qabnudha. Gaafa obomboleettiin ka'uu fi taatee hamaan uumamu, yoomiyyuu nu hin dhiisu. Harka nu qabee nu oolcha.

👇👇
https://gaggeessummaa.com/kooluu-sitti-galeera/

"Hangafni Nagaa Yesus"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

🚩 Eebba Torban kanaa fudhadhaa 👋

Maqaa Yesus Kristoosin abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul'ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu
👇👇

https://gaggeessummaa.com/eebba-torban-kanaa/

https://youtu.be/F7f2GJzqMpw?si=PYheiixHiLe8bYsj

"Siif Bari'eera"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

⏰️ Yeroo Sirrii

Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee Barbaachisaadha. Guutummaa isaa karaa weebsitii keenyaa seentanii argachuu dandeessu.
👇👇👇

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/