ARARA TV WORLD WIDE (@arara_tv_world_wide)の最新投稿

ARARA TV WORLD WIDE のテレグラム投稿

ARARA TV WORLD WIDE
Barsiisa Raajii Masarat Taayyee,
Yeroo Waaqeffannaa, Dhuga baatii, gama Tv Araaraa tamsaasamu asiin ni argattu!

https://adsly.me/@arara_tv_world_wide

Buy ads: https://telega.io/c/arara_tv_world_wide
Contact: @Yaadafigaaffii_bot
12,547 人の購読者
45 枚の写真
173 本の動画
最終更新日 27.02.2025 10:29

類似チャンネル

Yeroon yeroo farfanaati
7,370 人の購読者
Burqaa Jaalalaa
6,340 人の購読者
Focus_hu_farfannaa_tube!
4,217 人の購読者

ARARA TV WORLD WIDE によってTelegramで共有された最新のコンテンツ


⭐️🌹"Jaalala dhugaa keessatti mata duree yoomiyyuu dagatamuu hin qabne shanan (5) kana,... As tuqii dubbisi!🖱️

➡️➡️ See More
See More

Dhugaan jiru kana⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

Tafarii salaalee (jetteeree) jechuudhaan kan sirbaan beekamu bifa kanaan iddoo argama hafuura qulqulluu kan taate Waldaa Araaraa Waaqayyoo Addunyaalessa Magaalaa Naqamteetti argamtutti saba Waaqayyoo waliin uumaa isaa, gooftaa gooftotaa kan ta'e Ilma Waaqayyoo Yesuus Kiristoosiin amanuudhaan waaqeeffachaa ooleera.

Egaa, karaan, dhugaan, jireenyis isaan yoo ta'e malee hin jiru. (Yoh. 14:6)

@Arara_tv_World_Wide

🙏 ARAARA

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

🗣️ Addunyaan keenya faallaa lamaan guutamtee jirti. Jireenyi namaa wantoota adda addaa lamaan kanaan daawwatama. Gaddaa fi gammachuu, kisaaraa fi bu'aan, gammachuu fi kolfa, yaaddoo fi boqonnaa, salphinaa fi ulfina kunneen karaa jireenyaa ilmi namaa keessa darbudha. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/dukkana-koo-ibsita/

Adda Baafadhu!

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

Pornogiraafiin Maali?

Hiika Pornogiraafii fi Yaada Qorattootaa

1. Amala fedhii saalqunnamtii kakaasu (Suura, video yookiin barreeffama) kan miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame agarsiisu.
2. Meeshaa (Kitaabota) fedhii saalqunnamtii agarsiisuu fi miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame.
3. Gochoota haala miira namaa kakaasuun argisiisuudhaan miira cimaa akka kakaasuuf yaadame. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/pornogiraafiin-maali/

🫴 "Waldorgommii humnatu caalamoo jaalalatu caalaa?... As tuqaa

↪️ See More
See More

📄 "Humni jaalalaa, maalirratti akka hundaa'u?... As tuqaa

🔪 Hafuura ejjaa Waaqayyo Rukuteera

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

🔑 Miiraa fi jaalala dhugaa karaalee ittiin adda baafannu,... Itti fufaa dubbisaa

➡️ See more
See more 🚨

▶️Jaalalli dhugaa akkamitti beekama?.... Itti fufaa dubbisaa

📖 “Ani baay'ee waanan sitti aareef yeroo muraasaaf fuula koo si duraa dhokseen ture, amma garuu jaalala bara baraatiin siif nan oo'a" jedha Waaqayyo inni si fure.”
  — Isa. 54:8"


@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide