Neueste Beiträge von ARARA TV WORLD WIDE (@arara_tv_world_wide) auf Telegram

ARARA TV WORLD WIDE Telegram-Beiträge

ARARA TV WORLD WIDE
Barsiisa Raajii Masarat Taayyee,
Yeroo Waaqeffannaa, Dhuga baatii, gama Tv Araaraa tamsaasamu asiin ni argattu!

https://adsly.me/@arara_tv_world_wide

Buy ads: https://telega.io/c/arara_tv_world_wide
Contact: @Yaadafigaaffii_bot
12,547 Abonnenten
45 Fotos
173 Videos
Zuletzt aktualisiert 27.02.2025 10:29

Ähnliche Kanäle

Etv Afaan Oromoo
47,247 Abonnenten
Best
6,306 Abonnenten
Computer Solution
2,706 Abonnenten

Der neueste Inhalt, der von ARARA TV WORLD WIDE auf Telegram geteilt wurde.


"Yaadatamuun Haa Ta'u"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

➡️ "Yaada ofii haareffachuu jechuun yaada garaa isa akeeka Waaqayyo nu uumeef, milkaa'ina jiraachuu qabnu irraa duubatti nu hambise ofirraa gatuudhaan eenyummaa haaraa simachuu jechuudha. Yaada garaa ofii geeddachuun qulqullummaan Waaqayyo waliin Jiraachuu nama dandeessisa." 👇👇

https://gaggeessummaa.com/yaada-ofii-haareffachuu/

"Dhuga Baatii"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

Maaranaataa | Singer Megertu Dhugasa
👇👇
https://youtu.be/TvEydTNfO6U

🗣️ Wanti dhoksaatti hojjetamu cubbuun kamiyyuu jireenya hafuuraatiin akka dadhabnu taasisa. Araada pornogiraafiin qabamee namni jiru Kadhachuu, Sagalee Waaqayyoo dubbifachuu fi amantoota biroo wajjin tokkummaa qabaachuun itti ulfaata. Guutummaa barumsa kanaa fi kanneen biroo website keenya irraa argadhaa 👇👇

https://gaggeessummaa.com/miidhaa-pornogiraafii/

Forget 🪙 NOTCOIN, 😺 Catizen, 🐹 Hamster combat

Telegram's Best Earning App is here.

No need to Wait for Airdrop, 

Just Refer Your Friends and Earn instant Money upto 100 USDT Daily via KatonMini App.

Join with My referral Link here and Start Referring.
Link - 
https://t.me/katongame_bot/Katon/?startapp=ri_GDH77

"Dubbii Dhugaa"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

Waa'ee Dhaloota Yesus Kristoos 🎆

🚩 "Waaqayyo jalqabatti samii fi lafa, itti aansuunis ifa, dukkana, bishaanota, bineensotaa, simbirrootaa fi wanta lafarra jiran hundumaa erga uumee booda namas immoo in uume.,..." Guutummaatti website kana irraa argachuu ni dandeessu. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/waaee-dhaloota-yesus-kristoos/

🗣️ Kaayyoo Gaa'elaa Kiristaanotaa

Kiristaanummaa Keessatti Kaayyoon Gaa'elaa Maali? Wanti Waaqayyo qopheesse hundi kaayyoo fi sababa qaba. Kaayyoo gaa'elaa kiristaanotaa jalqabbii irraa kaafnee yoo ilaalle, Waaqayyo uumama isaa hundumaa keessatti waan sirna qabeessaa fi itti yaadame kan qopheesse ta'uu isaa hubanna. Guutummaa isaa website keenya seenuun argadhaa! Namoota jaalattaniifillee share taasisuu hin dagatinaa 👇👇

https://gaggeessummaa.com/kaayyoo-gaaelaa-kiristaanotaa/

"የሩቅ አይደልም"

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide