Últimas publicaciones de Addunyaa ispoortii (@addunyaa_ispoortii) en Telegram

Publicaciones de Telegram de Addunyaa ispoortii

Addunyaa ispoortii
Chanalii kanarratti oduwwan ispoortii waayitawoo sa'atii 24 guutuu argattuu kessattuu liigota awurooppa,champions league akkasumas betking ni argattuu taphootallee kallattiin isin biraan ni geenya.
⏩ promotion ykn yaada qabaattan contact 👉@Surygolden
17,262 Suscriptores
4,601 Fotos
87 Videos
Última Actualización 06.03.2025 13:51

Canales Similares

🔊ORO ARSENAL⚽
41,258 Suscriptores
Dhaloota Haaraa
31,234 Suscriptores
Getu ✉️ Official
12,087 Suscriptores

El contenido más reciente compartido por Addunyaa ispoortii en Telegram

Addunyaa ispoortii

04 Mar, 17:10

1,208

✅️Viiniishiyes Juuniyeer kontiraata haara Riyaal Maadriid wolin mallatteessuuf dhiyaate jira
Addunyaa ispoortii

04 Mar, 09:08

1,200

Leenjisaan Liyoon Paabloo Foonseekaan baatii torbaaf adabamaniiru.

Paabloo Foonseekaan tapha Liyoon Bireest 2fi1 injifate iratti  daqiiqaa dhumaa iratti abban murtee Penalty nuuf kennuu qaba jechuun abba murteetti iyyuun isaaniif kaardii diimaan bahuun isaanii nii yadatama. 

Pabloon yeroo kaardiin diimaan kennameef abbaa murtee addan itti bu'uu isaaniif baatii torbaaf adabamaniiru.

@Addunyaa_ispoortii
@Addunyaa_ispoortii
Addunyaa ispoortii

04 Mar, 04:24

1,290

Kiiliyaan Mbaapee fi Juuliyaan Alvaareez bara dorgommii dinqisiisaa kilaboota isaanii keessatti dabarsaa jiru.

Kiiliyaan Mbaappeen:

Taphoota 39
Goolii 27 galcheera
4 Gargaarsa

Juuliyaan Alvaareez:

Taphoota 40
Goolii 21 galcheera
5 Gargaarsa

@Addunyaa_ispoortii
@Addunyaa_ispoortii
Addunyaa ispoortii

03 Mar, 19:03

1,141

Beenziyeemaa: kabajaa hunda waliin taphataan hanga Viinisheesi Juuniyeer Baalaandoorin maluuf hin jiru ture bara darbe.

@Addunyaa_ispoortii
@Addunyaa_ispoortii
Addunyaa ispoortii

03 Mar, 19:02

972

🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi request godhii.🫵🫵🫵🫵
Addunyaa ispoortii

03 Mar, 15:01

1,168

Neymaar erga Santoositti deebi'ee ⚪️⚫️🇧🇷

🏟️ Taphoota 7
🏃 6 jalqaba irraa jalqabe
daqiiqaa 508 taphate
⚽️ Goolii 3
🅰️ 3 Mijeessee kenneera
🎖️ Tapha 4 irraatti MOTM

𝗧𝗛𝗘 𝗚𝗢𝗔𝗧 🐐🐐🐐

@Addunyaa_ispoortii
@Addunyaa_ispoortii
Addunyaa ispoortii

02 Mar, 10:59

64

Oleganar Soolshaayer erga Leenjisaa Beeshkitash ta'een booda walitti aansuun taphoota jaha injifateera.

@Addunyaa_ispoortii
@Addunyaa_ispoortii
Addunyaa ispoortii

02 Mar, 10:51

25

🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi request godhii.🫵🫵🫵🫵
Addunyaa ispoortii

02 Mar, 05:04

340

Gabatee Laaligaa Ispeen yeroo ammaa top 3

Baarseloonaan tapha hafe har'a Riyaal Soseedaad waliin kan taphatu yoo ta'u yoo injifachuu danda'e qabxii 57n dursa.

@Addunyaa_ispoortii
@Addunyaa_ispoortii
Addunyaa ispoortii

02 Mar, 05:03

109

🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi request godhii.🫵🫵🫵🫵