ABJTech Blog (@abjtechblog)の最新投稿

ABJTech Blog のテレグラム投稿

ABJTech Blog
This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates, #Cryptocurrency
3,780 人の購読者
14 枚の写真
1 本の動画
最終更新日 01.03.2025 10:03

類似チャンネル

FOREX SIGNALS GOLD (FREE)
41,907 人の購読者
Хороший UX
4,510 人の購読者
Economia Múndi
1,648 人の購読者

ABJTech Blog によってTelegramで共有された最新のコンテンツ


Tapha kiriptoo biraa kan gurgurtaaf gabaatti bahuuf jedhu....👇

https://t.me/dogshouse_bot/join?startapp=baRllaMKQnKlw2c4XalIfw
Who let the DOGS out?

https://t.me/major/start?startapp=710286813

👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75⭐️ invite bonus for you
200⭐️ if you are Premium Major

Taphoota telegiraamii irratti taphatamaa jiran keessaa kan premarket irratti bahe tokko BLUM 👇 jabeessaa taphadhaa

https://t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_WfkOwRf5bI

DHimma Hamster Kombat walqabatee ibsa Hoogganaa isaanii akka kanaagadiitti hike Telegram Afaan Oromootiin

"🐹 Hamster Kombat taatee interneetii yeroo dhiyoo namni hundi waa'ee isaa dubbatu ta'eera. Ji'a 3 qofa keessatti namootni miliyoona 239 telegram mini app kanaaf galmaa'aniiru 🔥

📈 Hamster ji'atti fayyadamtoota miliyoona 100 bira ga'uuf guyyoota 73 qofa itti fudhate. Guyyaa guyyaan fayyadamtoonni haaraan miliyoona 4-5 ta'an Hamster Kombat tti makamuun tajaajila dijitaalaa addunyaa irratti saffisaan guddachaa jiru 🔝 taasiseera

🍆 Akkuman ji'oota muraasa dura jedhe Telegram irratti mini apps haaraan dhufaa jira, Hamster Kombat ammoo amma pack kana dursaa jira. Guddinni isaa ajaa'iba dandeettii vaayirasii telegram mini app platform 🦠 agarsiisa

🍸 Yeroo dhiyootti gareen Hamster’s token isaa TON irratti ni mint godha, faayidaa blockchain namoota miliyoona dhibbaan lakkaa’amaniif ni beeksisa. Barri haaraan dhufaa jira, dhufaatii isaas yeroo qabatamaa keessatti 🖼 argaa jirra "
@abjtechblog

https://t.me/abdisabancha/1712

⭐️ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇

https://t.me/major/start?startapp=710286813

Btw: akkuma amma addunyaan #maallaqa callaa dhiiftee kiriptoo filachaa jirtu #tajaajilli Interneetaa #web2 irraa gara #web3 ce'uuf qophiin hundi xumuramaa jira.
#Interneetiin waggoota 30n darbanitti addunyaa tana mataa fi miila wallaalchise jedhamee hamatama. #web3 hojiirra yoo oole maaltu dhufuuf deema kan jedhu gaaffii hunda keenyaati..
Anis hubannoo qabu isiniif barreessa isinis qorannoo eegalaa....🫣
"Ijji waa fuulduratti hin agarre ta mutaan ufkeessaa baasan...."🫡

details👇🏽
https://3fpost.com/web3-the-next-evolution-of-the-internet/

https://t.me/abdisabancha/1694

Telegiraamiin #Notcoin irratti karoora haaraa qabatee dhufaa jira qophaayaa....

@abjtechblog

#HamisterKombat Tapha karaa Telegiraamii taphatamaa jiru yoo tahu yeroo gabaabatti fayyadamtoota Mil.150 ol horachuudhaan rikoordii Idil-Addunyaa olaantummaan qabatee jira. Waa'ee tapha kanaa wantoota beekuu qabdan ijoo kunoo:👇🏽👇🏽
- https://3fpost.com/hamster-kombat-telegram-game-airdrop-everything-you-need-to-know/