๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

@xalayaa_jaalalaa3


Jaalalii Dhugaa Hin Jiruu Jechuu Keen Dura Ofii Kee Jaallataa Dhugaa Ta'ii Ilaalii.


Yaada kenuuf โžก@Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

13 Oct, 11:52


..๐Ÿ‘Obbolleessaf..
โค๏ธJaalala Keetiin!!!

Ati Naaf Ija Kiyya
Siif Dhahata Onnen Koo
Si Malee Hin Gammaddu

An Yoomuu Qalbiin Koo
Ati Naaf Bareedinaa
An Siinin Midhagaa..

Yoo Ati Jiraatteen
Guddadhee Dagaaga
Jaalala Kan Keetin..

Arraa Fii Borullee
Rabbiin Na Milkeessa
Shakkii Tokko Malee ..

Gaafa Guyyaa Cinqii
Garri Deebin Jirree
Aduun Gadi Dhihaatee
Qaama Nama Ciree

An Si Jaallachuu Kootin
Qabbana Argadhaa
Yoon Si Male Tahe

Duubni Koo Hongeedha
Akka Bor Milkoofnee
Taanu Jannata Keessa
Ani Sin Jaalladhaa
Atis Na Jaalladhu Obboleessa

Rabbiin Nu Haa Godhu
Nama Dhugaan Wal Jaallatu
Kan Obboleessa Isaatif
Lubbuu Isaa Laatu

Dhugumaan Namni
Obboleessa Rabbiif Jecha Jaallatu Hin Qabne Jireenya Akkam Jiraata .........


Bakka jirtanitti turti
Garrii Isiinif Hata'u......
Ani โœ Galme ๐Ÿ“– Haqatti ๐Ÿ“š

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xalayaa_jaalalaa3
https://t.me/Xalayaa_jaalalaa3

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

06 Oct, 10:27


Baga Ayyaanna Irreecha Nagan Geessan

Ayyaana Garrii Isinif haa tahu !!!!!!
โคโคโคโคโค๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

04 Aug, 14:49


Osoon sii Jaalladhuu
Onnee Banaa dhiifte
Osoon sii Abdadhuu
Summi jiibaa biiftee""
:::::::::::::::::::::::::::::::::๐Ÿ’“
Keessa koo waraantee
Jaalalaan Madeessaa
Godaanu filatte
Onnee kiiyya Keessa""
::::::::::;;:;;;;;;::::::::::::::::๐Ÿ’–
Dhooyssite jaallatee
Akkan umnee balaa
Booda nii gaabiita
Dhiiraas ta.u dhalaa""
:::::::::::::::::::::::;;:::::๐Ÿ’“
Dhugaa dubbachuu
Beekki hunda caalaa
Haqaas fiirraa Eegii
Deemii karaa laalaa""
::::::::::::::::::::::;;;;;;;;:'๐Ÿ’–
Jaalatamuuf jettee
Hiin dubbatiin soba
Dhuguma dhubbadhuu
Hiiree rabbi qabaa""
:::::::::::::::::::::::::::::๐Ÿ’•
Kanaan qaba jatte
Hiin fakkeesin dhiisi
Waan qabdu qofaan
Dhugaan amansiisii""
::::::::::::::::::::::::::::::โค๏ธ
Osoo hiin qabaatiin
Niin qabaan sii miitii
Hiin barbaadiin sobouu
Jiiruun dhugaa feetii""
::::::::::::::::::;;:;;;:;;;;;;;::๐Ÿ’–
Tokkoof tokko ta.uun
Hogaa jaallattanii
Haqa waliif eeguun
Hundumaa Moo.atanii"โœ๏ธ

::::::::::::::::::::::๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“
YAROO GAARII ISIINIF HAA TA.U

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaa_jaalalaa3
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaa_jaalalaa3

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

04 Aug, 14:41


โค#Xalayaa_Jaalalaa3
Walaloo Jaalala Dhugaa f
Namnii barii birraa argee
Baraa haaraaf lafa dhiita
yaadni kee ammas nan dhiifne
haga yoomiitti na miita?

Gaafa namni farsoo dhuguu
Bitaa mirgaan abbuuqqatee
Akka nama dhukkubsatuu
Kiyya maddiin na huuqqate

Dhugaadhas bar na dhukkuba
dhukkubsachuun koo hin haalamu
Utuun jiruu onneen dhiigaa
Gaafa maqaa keen dhalamu

Ayyaanaa nyaata lagadhee
Yoon si yaadu qalbii buusee
Gaafa namni dhiitee sirbu
an yaaddoo keen yaada kuusee

Maraadheeraam yaa giiftii koo
Uffata baasuun dagadhe
Yaada kee jalaa miliquuf
Fiigee dadhabe baqadhee
Eyasu Oromo

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Xalayaa_jaalalaa3
๐Ÿ‘‰ #Xalayaa_Jaalalaa_Dhugaa

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

04 Aug, 14:29


#Xalayaajaalalaa
Dambalii yaada keetu
Qalbii oliif gadi fiigsaa
Karaan jaalala dhugaa
Hidda onnee dhiigsaa.
~
Suuraa keenya ilaaleen
Yeroo hunda si yaadaa
Waan darbe madaaleen
Sumaaf seena waadaa.
~
Gola onnee keessatti
Mana jaalalaa ijaarraa
Hiree jiruu waliif taana
Baroota waliin jaarraa.
~
Miiltoo karaa jireenyaa
Egeree boruu akeekna
Jabaannee dhaabanna
Galma keenyas beekna.

Guutamaa Iddoosaa tiin
๐Ÿ–Add me

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

19 May, 16:24


Ol baasee gad buusee
Yommuun yaadu taa'ee
Namummaa namaan
Dhiise lafa kaa'ee

Sinsinnooftuu jiruu
Fakkeessiituu haalaa
Kan Oduun Bidiruun
Hojiin Akka baalaa

Kan gochaan Adaalaa
Kan jechimmoo dilbii
Kan garaan Kasalaa
Kan arrabni jirbii

Namnimee rakkoodha
Sobduu laagaan yabbuu
Akkaaf uumee ka'ee
Itti gaabbee rabbuu

Kaan Eele Sibiilaa
Taate nama miti
Ammuma ho'itee
Ammuma qorriti

Kan utuu siif maltuu
Duubaan sitti malti
Jecha Nadhii goote
Sobaan sitti imalti

Namni babbaddeetti
Nama maaltu jira
Nama keessaan nama
Dhabee joora fira

Akka waan raawwattu
Sobdee galtee waadaa
Kan borummoo bultee
Si baqattu aadaa

Silas nama maaltu
Ijarra kaawwata
Rabbi tokkichatu
Waan jedhe raawwata...


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰ https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

10 Mar, 19:34


Walaloo jaalalaa #Xalayaajaalala

Jaalalli kee kuufamee
Galmaaahe nakeesati
Qalama jaalalaa tin
Galmoofte onneeratti

Saakoondif siin obsuu
Abjuudhan kiyya simaa
Gubaan jaalala keetiin
Onnee koo nawaadaa

Dawaa dhibee kootii
Haakimni wallaalee
Doktora naaf taatee
Situ na wal'dhaanee

Muudannoo jaalalaa
Hedduu nabarsiiftee
Jiruu haaraa meeqa
Bantee na agarsiiftee

Osoon shittoo tahee
Morma keetti biifame
Osoon boodii tahee
Qaama keetti aanee

Lokoo morma dachaa
Nyaarri geengoo maru
Jechuuf haasofni kee
Qalbii koo mararuu
=
Ati naaf uumamtee
Naaf caaltee hundama
Uf biraa sidhabnaan
kophaa koo Gunguma

Sidhiisee hin ilaaluu
Gaamaafii Gaamanaa
Halkan abjuun kootiif
Qalbiin koo sifaanaa

Sumaaf bakka qabaa
Onnee kankoo keessa
Dhahanna laphee koo
Sumat tasgabbeessaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

10 Mar, 19:30


#Xalayaajaalala

Dhaba keef sodaadhee
Oliif gadi utaalee
Qaawwa kee meeqa dhoksee
Uraasaa cuqqaalee

Maalif nan dhageessu
Maaf dhaga'uu diddaa
Sagal baateef gabaa
Maaluma naa fiddaa

Ormatu si jibba
Kaanis warri firaa
Kaan si mararfata
Hedduun garaa hiraa

Ani sumaa jedhee bare
Gabaa keessa nagaduu
Taa'een sumaan eega
Hangayyuu lixa aduu

Otoon si eeguu na dubbistaa
Harmee kee duubaan harka raastee
Gabaa walakkaatti na dhiiste
Anaan gabaa baastee

Harmee kee sodaattaaf
Ijaanuu nan laallee
Akka waliin jenne
Dhugaadhuma hin haallee

An yoon hunkutaa'u
Yaaddoo keen dhaanamee
Gara onnee keetti
Jaalalaan waamamee

Siifuu hin galu kan koo
Dhukkubbiin keessoo yaadaa
Sin jaalladha jettee
Maali yoo naa seente waadaa

Beeka atoo hedduu
Kumas qabda jaallataa
Onneen kee eenyuu na'ee
Eenyumaan yaadataa

An siif himee fixadhee
Guduunfuuf yaada Koo
Ture ani siifan gurgura
Kaleeyyuu qaama koo

Egaa amma sin argu argaaf
Kutaa qalbiin gama hedduu hiixadhee
Si argachuus yaale danuu
Baay'ee ta'ee mimiixadhee

Maal eegaa kun akkamiin
Tasayyuu hin yaanne garuu
Maal otoo hafe ta'ee natti
Durumaaniyyuu si'in baruu

Haa ta'u tole fudhadhe
Onnee koo siif laachuu
Yoo atuu deemte faana kaastee
Qalbii koon si baachuu

Si hordofaa yaada koon
Si duukaa rarra'ee
Sin argadha moo laata akkasumaan
Hawwee hafa dharra'ee

Homaa yaada hin kaasu
Sumaan yaadaa barii
Maal yaadda mee atoo
Waariin dhuftaa tarii

Akka aduu baatee
Geessee galuuf qarree
Nama hundaaf ifta
Taatee atoo biiftuu tarree

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

10 Mar, 17:50


#BreakingNews
๐‡๐จ๐ซ๐๐š๐š๐Ÿ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐š ๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐ง๐ญ๐š ๐Œ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ฅ๐š๐ฆ ๐‡๐ฎ๐ง๐๐š๐Ÿ๐š !!!

RAMADAAN MUBAARAK

Baga jiโ€™a Ramadaanaatiin isin gahe.

Baatii jiโ€™a Ramadaanaa guyyaa harโ€™aa mulโ€™attee waan jirtuuf boru guyyaan Ramadaana 1 taโ€™a. bifuma Kanaan Ramadaana bara kanaa guyyaa boruu March 11, bara 2024 kan jalqabnu taโ€™a.

Rabbi warra jiโ€™a kanarraa fayyadamu nu haa taasisu !!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala
๐‘๐จ๐ฆ๐š๐๐š๐ง ๐Œ๐ฎ๐›๐š๐ซ๐ž๐ค !!!

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

17 Oct, 12:35


โžจ Sabboonttuu to
Lubbuu Gifttii
Jirruu_Tiyyaa
Jaalalaan Simaale
Diddee Lubbuun Tiyaa

โžฅ Essuuman Nasseentte
Tofudhattee Onnee
Maratuu koo Hin Shakkiin
Gaafa siin Waldhabne

๐Ÿ‘‰ Arggaa Ijaa tiyyaa
Onneen Nadhaahatii
Ijumaan Si'argguuf
Qalbbiin Na Riffatti

๐ŸŒ Soora Lubbuu Tiyyaa
Siin Jaaladha Onneerra
Tansi Caaltuu hin jirtuu
Adduuniyaa Tanarraa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

17 Oct, 12:35


Dhaamsa koo!

Inni dhiyoo jiru
Kan taa'u halaala
Adaraa harmee koo
Yaadaan naaf ilaalaa
Na guddisuuf jecha
Guyyaaf halkan labdee
Abdiin ishee haftee
Lubbuunuu na dhabde
Egaa ani sokkee
Karaayyuu fageesse
Harmeen koo maal jette
Du'a koo dhageessee?

Deemsa dheeraa deemuuf
An' karooran qaba
Natti yoom fakkate
Yeroo kanan cabaa

Ifa guddaa tokkon
Fuula koot' akeekee
Tasa nan dhabamaa
Ani yooman beeke

Akkasaayuu hin beeku
Akkasaan wallaale
Hamminni koo akkamiin
Gaarummaa koo caale

Eenyuuf dabaa godhee
Miidhee hin beeku namuu
Yoo boossanis obsaa
Hin deebi'u lamuu

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

17 Oct, 12:35


Jaalallee joollummaa
Shukkee tiyya aaddee
Yaa taniin guddise
Harka qabee daaddee

Itti gaafatamtuu
Misooma onnee
Furtuu tana beekhi
Siqofattiin khannee

Sagalee tee laayyoo
Tan das nama gootu
Tan gurra si buutu
Qalbii nama fuutu

Siitu na booji'e
Tanaatu na dinqe
Hunda caalaa tana
Sammuu wanti cinqe๐Ÿ˜˜โฃ๏ธ๐Ÿ™
By Firaan
Giiftii ๐Ÿ“ธ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ https://t.me/Xalayaajaalala
๐Ÿ‘‰ https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

16 Jul, 12:51


โžจ #Waalif_taana_kaadhima
๐Ÿ‘‰ Anii Sittii dibbadhu
Icciita Keessa koti
Atii naafi hin hubattu
Midhama onnee kottii
Siiti Siiqe dubbachuuf
Qaamatu naa hoolotaa
Sirraa Siiqqee jiraachuuf
Boqonnaa naa dhowwata

๐Ÿ‘จโ€๐ŸฆฝMidhama bara dheerraa
Baadhe sii waalin joraa
Tarii Naaf hubaattee
Onnee koof taattaa soora
Moo diddee darbarttee
Abjuu koo buushesitaa
Biqiltuu jaalala koo
Naa keessaati caalaqista ?

๐Ÿง— Buuse baase maadalee
Gaalana yaadan daaka
Onnee koo Sif baanamte
Ormaaf hin qabdu bakka
Garruu Akkamin kan kee
Anaaf qabdaa jaalala ?
Moo ofuuman iyyee
Bakkee keesse walala

๐Ÿ‘‰ Tarii naaf maltaa laata
Yeroon maaqa kee wamu
Sitii riifadhee kaa'uu
Yoon hirribban jeeqamu
Moo gaaran kee jaabatadha
Akkaa dhagaa Gurraacha
Boo'iichaa koo dhiisetu
Gammachuu kee ililchaa

โญ Jedheen gaaffiin of qoree
Golaa sammuu koo seene
Muurtii tokkon murteesse
Akkaa si dhabuu hin feene
Waan hundaa Gaadi baase
Jaalala koo siif himee
Feedha keettin yoo ta'e
Waalif taana Kaadhimaa ๐Ÿ’๐Ÿ’โคโค

https://t.me/Xalayaajaalala
https://t.me/Xalayaajaalala

๐Ÿ’ŒXalayaa ๐Ÿ’–Jaalalaaโค Dhugaaโค

05 Feb, 15:49


๐ŸŽ… โž›Abbaan koo biran jiraa
Naan sodaadha biraa gad bahu
Harmee koo biraan jiraa
Si duubisu hindanda'uu

~~~~~~~~~~~~~~

โ˜Žโž› Hin bilbilin hin kasuu
Natti hin tolluu galgalaa
Abbaan koo bakkee hin turru
Daafe manati gala.

~~~~~~~~~~~~

๐Ÿ โž› Suuqii deemufin jedha
Eessumaa koo wajjiin
Yoo nutti dhuftee adaraa
Nagaa na hin gaafatin.
~~~~~~~~~~~~~~
๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฏโž› Saararii koo buys dha
Yoommuu ati bilbiltu sila
Obboolletti Harmee kootu
Anaaf bilbile alaa
~~~~~~~~~~~~
๐Ÿ‘ญโž› Muccaan nafana deemu
Yeroo hundaa hordofee
Hin shakin firaa kiiyya
Reefu badiyya dhufee
~~~~~~~~~~~~~~~
๐Ÿคณโž› Edaa siif bilbiluudhaf
Mana ficaani deeme
Anumaa Gadi ta`uu
Chargii narattii dhume......
~~~~~~~~~~~~~~
๐Ÿ™‹โ€โ™€โž› Jechuu Jalqabdee tanana
Jaalaaleen kee isheen durba
Isheen kaan biraa argaate
Siin taphatii akkaa kubba
Atis kan biraa barbadaadhu
Yeroo kee hin gubin Gurba