Hawaasni Muslimaa ayyaana waaqeffattootaa(Irreechaa) akkamitti dhiisa haala dura-buutonni jallataan Ikwaaniyyoota fi Suruuriyyoota oromoo karaa isaanii saaqanii jiraniin? Haala isaanii faayanii jiraniin? ⁉️
dubbii "Dhimma ykn rakkoo Oromoo furuun Shirkii fi ayyaana waaqeffattootaa irraa dhowwuu dursuu qaba" jedhu dahoo godhachuudhaan!❌❌
Dhagaheen jira irra jallataa isaanii kan inni dirree baasee, yeelloo tokko male, akkasumas adaba-dhabummaaadhaan kan inni jedhu
" Koree Fatwaa keessa yeroon turetti miseensota korichaa hanga nuti haqa keenya deebifannutti akka isaan ayyaana Irreechaa irratti dhorkaa hin gooneef dhorkaan ture".!❌❌
Yaa Ikwaaniyyootaa fi Suruuriyyoota Oromoo Gantummaa fi Yakka keessan maaltu akkana guddise?!!
Sadarkaa kanatti ummata keessan gowwoomsitanii shirkii isaaniif miidhaagsituu?!!
Baachuuf jirtu badii keessanii fi badii ummata isiniin gowwoomfamee!!
Rabbiin(s.w) akkas jedha "وليحملن أثقالهم وأثقالا مع أثقالهم
"Badii mataa isaanii fi badii nama iaaniin jallatee badii isaanii woliin baachuuf jiru!
وقال: ﴿ليحملوا أوزارهم كاملة يوم القيامة ومن أوزار الذين يضلونهم﴾
©️