Saayikoolojii A/Oromoon

@saayikoolojii


Psycho trick In Afan Oromo
From Dr.Sagni

Waa'ee kee beekuu fi waan namni waa'ee kee yaadu beekuuf channel kanatti fayyadamaa๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ป๐Ÿคณ t.me/sanyiin

Saayikoolojii A/Oromoon

06 Oct, 11:57


No pain no gain

Saayikoolojii A/Oromoon

23 Sep, 11:17


Ofii keenyaaf dhugaa yoo taane

Nama biraaf wanti soba taanuuf hin jiru

๐Ÿ—ฃWilliam Shakespeare

Saayikoolojii A/Oromoon

20 Sep, 07:00


Jalqabuuf jabaa taโ€™uu hin qabdu, garuu jabaa taโ€™uuf jalqabuu qabda.
                  -Ziig Ziiglaar

แˆˆแˆ˜แŒ€แˆ˜แˆญ แ‰ณแˆ‹แ‰… แˆ˜แˆ†แŠ• แ‹จแˆˆแ‰ฅแˆ…แˆแฃ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‰ณแˆ‹แ‰… แˆˆแˆ˜แˆ†แŠ• แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆญ แŠ แˆˆแ‰ฅแˆ…แข
                        แ‹šแŒ แ‹šแŒแˆ‹แˆญ

Saayikoolojii A/Oromoon

13 Sep, 09:59


Namoonni waan si yakkaniin yoo dhaban

Ofii isaaniitii uumu

Saayikoolojii A/Oromoon

01 Sep, 12:12


Gahanam duwwaadha seexanni hundi as jirti waan ta'eef
#WilliamShekspere

Saayikoolojii A/Oromoon

13 Aug, 14:44


Gufuuwwan jireenya kee keessatti si muudatan caalmattii akka cimtu si taasisu

Saayikoolojii A/Oromoon

03 Aug, 13:38


Yoo hin bareeddu ta'e hin bareeddu bareeddinna keessoo wanti jedhamu hin jiru sababni isaas namni x-ray dhaan si hin ilaaluu waan ta'eef
#Robertmugabe

Saayikoolojii A/Oromoon

05 Jul, 09:19


Yoo qarshii ykn qabeenya hin qabdu ta'e namni kamiiyyuu si hin jaalatu

Nama biroo qofa osoo hin taane atis of hin jaalattu

#fact

Saayikoolojii A/Oromoon

04 Jul, 22:18


First get money
Then fall in love โค๐Ÿ’šโค

Saayikoolojii A/Oromoon

03 Jul, 07:44


Namoonni tokko tokko si jibbu

Sababni isaas waan namni biraa waa'ee kee kan sobaa itti himeef

Saayikoolojii A/Oromoon

02 Jul, 20:41


Qurxummiin osoo afaan isaa cufatee hin qabamu

Saayikoolojii A/Oromoon

02 Jul, 16:54


Gadda kee namatti hin agarsiifatin no body care you

So you must hide it

Saayikoolojii A/Oromoon

29 Jun, 20:40


Namoonni akkuma ati carraa keessa kee akka baran taasiftuun si tuffachuu eegalu

Saayikoolojii A/Oromoon

31 May, 17:28


โ€œNever argue with an idiot. They will only bring you down to their level and beat you with experienceโ€

โ€• George Carlin

Saayikoolojii A/Oromoon

26 May, 09:25


you can win every one by love

Saayikoolojii A/Oromoon

22 May, 11:57


seenaa ofii irraa barachuun barnoota barnoota irra caaleedha

Saayikoolojii A/Oromoon

18 May, 17:23


'' Namoonni tokko tokko gonkumaa si hin jaalatan sababni isaas hafuurri kee seexana isaanii waan jalaa ari`uuf ''

๐Ÿ—ฃDanzel washington

Saayikoolojii A/Oromoon

14 May, 18:54


amala dhaabbataa qabaachuun akka nama biratti fudhatama qabaattu si taasisa

Saayikoolojii A/Oromoon

08 May, 16:50


waan gaarii qofa haa yaannuu waan gaarii qofa haa raawwannuu yeroon nuti lafa tana irratti qabnu xiqqoo waan ta`eef ๐Ÿ™๐Ÿผโœ๏ธโœ๏ธ

Saayikoolojii A/Oromoon

16 Apr, 16:56


no body care you until you are
rich
die and
pretty

1,259

subscribers

7

photos

0

videos