ONNACHIIFTUU!

@onnachiistuu


Channel keenya kana Join fi share yoo gootan waantota gadii kana argattu:
☛Jechoota Onnachiisoo,
☛Jechoota Jaalalaa,
☛Walaloowwan mi'eessoo,
☛Baacoowwan Bohaarsoo,
☛Barannoo Teknooloojii,
☛Jechoota Gufuu Jireenyaa Cabsanii fi kkf nu waliin hirmaadhaa.

ONNACHIIFTUU!

22 Oct, 06:13


Namni nama amanuun miidhame, deebi'ee nama amanuun baay'ee itti cima! Sababa namoonni amanamoo fakkaatan amaanaa nyaataniif, namoonni amanamoon namootaaf amanamuu dhaban! "Milkaa'inni kun hammam akka gatii nama kaffalchiisu namni beeku hin jiru."👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/17/amazing-story-seenaa-ajaibaa/

ONNACHIIFTUU!

21 Oct, 15:19


Dubartii, jajjabni gatiin ishee ofiif kennitu guddadhaa. Kabaja ofii isheef eenyummaa isheef qabdurraa kan madde, namootaaf illee kabaja qabdi. Ofitti amanamummaa isheetu ishee hooggana. Of dhaggeeffatti. Haalota kamuu ilaalcha salphaatiin dabarsiti. Yeroo hunda (positive) dha. Raawwiin ishee kamuu of eeggannoo qaba👆👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/15/love-requires-gifts/

ONNACHIIFTUU!

21 Oct, 08:32


Haa Jiraatu namuu!
Yoo garaa jabaates,
Osoo harkaa qabuu
Agabuu si bulchus,
Osoo nyaanni samuu
Ija keellee hinargu,
Yoo siin jedhes lamuu
Jaalalaan simadhu
Haa jiraatu namuu!
👆👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/21/fira-hin-qabu-i-have-no-friends/

ONNACHIIFTUU!

20 Oct, 11:20


Yeroo qabdanitti waan barreeffamee jiru kamuu  dubbisuuf fi taatoo adda addaa ilaaluun sammuu keessaniif yaada keessan ijaaruu irratti xiyyeeffachuutu isin fayyada. Dubbisa keessatti, inumayyuu kaayyoo baataniifitti akka cichitanii, jabaattanii hundaaf fakkeenya taataniif isin gargaara. Sammuu keessan daran dhiphina irraa fageessa. Ofitti amanamummaa keessan dabala. Miira gadaantummaa isinitti dhaga'amu sinirraa mulqa. Dandeetti qabdan isin hubachiisa. 👆👆👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/15/love-requires-gifts/

ONNACHIIFTUU!

19 Oct, 06:58


Namootni danuun waan tokko gochuuf ka'anii, yeroo dadhabanii immoo of duuba deebi'an sitti mul'atuu? Ati yeroo teessee ilaaltu jara kana akkamitti ilaalta? Akka natti fakkaatutti waan sitti toluu miti. Atis egaa yeroo waan tokko yaaltee osoo fiixaan hin baasiin of duuba deebitu kanuma fakkaatta.👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/09/27/how-many-types-of-man-for-man/

ONNACHIIFTUU!

18 Oct, 14:12


“Harki si gargaaruuf diriirfame hundi garaa qulqulluu miti, tokko tokko deeggarsa isaanii ofirraa baasuuf yeroo sirrii eegu.”  💔 Yeroo jalqabni cimaa ta’u, dhumni isaa gatii dadhabbii akka ta’e mirkaneeffachuu qabda..
Hojii online irraa birri argaachuu hin barbaadu yoo ta'ee application kana iddoo Install jedhu xuquu buufadha 👆👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://shorturl.at/3lWFW
https://shorturl.at/3lWFW

ONNACHIIFTUU!

18 Oct, 09:36


Yeroo kana dhalootaa miidha kan jiru qofummaadha. Qofummaa kara lamaan hiikuu dandeenya. Tokko dhugumaan, namoota irraa qaamaan adda ba’anii jireenya qofaa jiraachuu yoo tahu, inni biraan utuma namoota wajjin jiranii hiriyaa dhugaa /aantee dhugaa/ kan miira ofii hiraniif dhabuun miira qofummaan guutamuu dha.👆👇👇👇👇👇💘🥹🥰
https://siifan.com/2024/09/22/true-love-is-found-by-making-the-sacrifices/

ONNACHIIFTUU!

17 Oct, 15:12


Namni nama amanuun miidhame, deebi'ee nama amanuun baay'ee itti cima! Sababa namoonni amanamoo fakkaatan amaanaa nyaataniif, namoonni amanamoon namootaaf amanamuu dhaban!👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/17/amazing-story-seenaa-ajaibaa/

ONNACHIIFTUU!

17 Oct, 06:40


Ilaalchi gad of qabuun uumamaan miira galateeffannaa namatti fida.  Bu’aan nama tokkoo yeroo baay’ee bu’aa carraaqqii waloo ta’uu isaa hubachuun, carraaqqii dhuunfaa qofa osoo hin taane, gumaacha namoota biroo dinqisiifannaa horata.👆👆👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/07/building-strong-relationships-hariiroo-cimaa-ijaaruu/

ONNACHIIFTUU!

16 Oct, 07:15


Dubartiin cimtuun, jireenya ishee tasallee badiisaaf, dhiphinaaf, kufaatiif hin  saaxiltu. Waan hundarraa barachuun, hawwii isheeti. Bakka ishee hin madaalleef ishee hin tarkaanfachiifnetti argamuun mul'ata ishee miti. Ciminni ishee, dandeettiif, mul'anni ishee namoota biroof bu'aa buusuu yoo baates, isheef garuu riqicha ce'umsaa, galma gahumsa isheeti.👆👆👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/15/love-requires-gifts/

ONNACHIIFTUU!

15 Oct, 12:05


Shamarran biyya arabaa jirtanu; Dhiira Fb irraaf osoo hintaane, tokkoffaan kaayyoo biyyaa baataniif yeroo hunda yaadachuuf isaaf jiraachuu dagachuu hinqabdan. Lammaffaan immoo yeroo qabdanitti waan barreeffamee jiru kamuu  dubbisuuf fi taatoo adda addaa ilaaluun sammuu keessaniif yaada keessan ijaaruu irratti xiyyeeffachuutu isin fayyada.👆👆👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/15/love-requires-gifts/

ONNACHIIFTUU!

15 Oct, 08:00


Filannoo dhala namaa
Yommuttii taatu duuti
Beekumsi beektotaa
Gaafa dhabu gatii
Namni hunduu sodaatee
Yeroo dhabu tooftaa.
Dhufaatiin Kiristoos !!!!!!!!
Gammachudha tolotaaf
Abdin Jira hoolotaaf
👆👆👇👇👇👇👌💘😁
https://siifan.com/2024/10/10/wonderful-poems-love-jesus-walaloo-ajaaibaa-jaalala-yesuus/

ONNACHIIFTUU!

14 Oct, 17:40


Namoota jaallattuuf kabajju, namoota kaleessa "siif jirra" jechaa turan, namoota adeemsa si jalqabsiisan,  namoota fakkeenya siif ta'an, keessumaa immoo, namoota guddiftee isaan eegduuf, jireenya kee keessatti bakka guddaaf kabaja guddaa kennituuf dhabuu eegalta.👆👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/14/the-truth-you-see-in-a-girl-is-love/

ONNACHIIFTUU!

14 Oct, 12:27


Jabeessitee, fageessitee yaaduu, akka cimtee jabaattee hojjechuutti ilaali. Qaamni kee waan socho'ee dalagu kamuu ergama isaa yaada sammuu kee irraa simateeti. Tattaaffii kee waan dabaluuf waan kamuu gochuuf raawwachuu keetiin dura, yaada sammuu keef fedhii sammuu keetii dursi.👆👆👇👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/14/the-truth-you-see-in-a-girl-is-love/

ONNACHIIFTUU!

14 Oct, 06:32


Amalli gaarummaa fi gara laafummaa namoota kabajamoo fi kabaja guddaa namaaf qaban biratti argama waan ta'eef. Jireenya keenya keessatti namoonni amala bofaa qaban hedduun nu mudachuu danda'u rabbiin summii namoota bofa ta'anii kana irraa nu haa eegu! Namummaan gaarummaadha!👆👆👇👇👇👌💘
https://obsii.com/the-world-of-love/

ONNACHIIFTUU!

13 Oct, 12:17


Egaa Jireenyi Nuti Har’a Jiraatnu Gaaddidduu Jireenya Nuti Waggaa Muraasa Boodas  jiraatnuti. Jireenyi Nuti Har’a Jirru Ammoo Gaaddidduu Amma Akkati Of+ilaaltun Barbaada! Callisi Akka Nama Diraamaa ilaalutti Jireenya kee just Waanuma si waliin walqabatu Hundumaa ilaali!👆👇👇👇👌💘
https://obsii.com/jireenya-keenya-kalee/
https://obsii.com/jireenya-keenya-kalee/

ONNACHIIFTUU!

13 Oct, 06:32


Mo'amtoonni waanta keessa jiran irratti xiyyeeffatu. Shaampiyoononni waan itti deeman irratti xiyyeeffatu. Ani nama Abdii qabu nama barri nuuf dhufa jedhee abdatu Isin warra Barri nutti dhufa jedhee yaadda'u Kanaaf gargar jirra. Amma waa'ee namaa hin jirree uumtee odeessite osoo hojii hojjete dansa ture😁👆👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/11/love-best-friend-dont-lose-a-friend/

ONNACHIIFTUU!

12 Oct, 14:26


Jiraachuu isa miira dhugaa qabutti gammaduun eegale. Simboo dubbii koo, tartiiba jechoota koo, hawwannaan barreeffama koo, Filannoon jechoota koo, Kana hundaaf Icciitii guddaan duuba koo  jiru... Suura armaan gadii kanaaf kanneen birooti. Dhaloonni kan beekuuf kan qabu gumaachee nama jijjiiru dabalee daddabalee haa jiraatu.👆👆👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/12/love-true-love-women-are-like-plants/

ONNACHIIFTUU!

12 Oct, 07:44


Dubarri akka biqiltuu bishaan gamatti biqiltee ija godhatteeti, firiishee kutee nyaachuuf dhiirotni baayyeen galaanichatti aarsaa kaffaluurra gamatti hafu. Dubarri akka bishaan taliila burqituu kattaa gidduuti, ati dhugdee bira yoo tarte, dheebotaan ammoo burqituu sanatti goree bara jireenyasaa guutuu dheebuu itti baha. waaqatu dheebuu nama baasawoo!👆👆👆👇👇👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/12/love-true-love-women-are-like-plants/

ONNACHIIFTUU!

11 Oct, 14:35


Qofummaa kara lamaan hiikuu dandeenya. Tokko dhugumaan, namoota irraa qaamaan adda ba’anii jireenya qofaa jiraachuu yoo tahu, inni biraan utuma namoota wajjin jiranii hiriyaa dhugaa /aantee dhugaa/ kan miira ofii hiraniif dhabuun miira qofummaan guutamuu dha. lachuu qofummaadhuma, miidhaa qofummaan namatti fidu hedduudha😓👆👆👇👇👇👇👌💘
https://siifan.com/2024/10/09/dont-worry-hin-yaaddain/